Haxxummaa fi Malaamaltummaa Mootota Habashaa

Aside

Damee Boruu irraa

Barreessaa dhugaa baasa!Mootonni Habashaa haxxummaa fi malaamaltummaan akkataa itti uummata cabsuu fi bituu danda’an wal duraa booda wal irraa barachaa, wal dhaalaa amma guyyaa har’aa gahanii jiru. Malaamaltummaan tokkoof hojjete isa biraa hin hojjetu. Inni  Itti aanu immoo haxxumaa biraan as bahuu qaba.

Haayile Selaaseen Mo’aa Lenca Yihuundaa Mootii moototaa kan Waaqayyon muude godhee of dhiyeessaa ture. Haxxummaa kana keessaa  bu’ura dubbii guddaa lamatu jira. Inni duraa kan Waaqayyo muude namni xuqquu hin danda’u yaada jedhuuf kan xiyyeefatame dha. Inni  lamaffaa  Lunca Yihuudaa yaroo jedhu an isin keessaa iyyuu hin dhalanne, isin bituuf ergamaa Waaqayyoo waanan taheef  na sodaachuu fi na kabajuu qabduu dha. Kunis uummata bitaa jiru irratti humna aangoo akka kennuuf kan tilmaame dha .  Kana irratti Haayile Selaaseen ofumaanuu  an jedhee  of hin waamu. Yaroo hundaa nuyi jedhee of waama.  Maal jechuu isaati? Tokkoo isa inni lamaffaa eenyuu?  Waaqa isa muude jechuu isaati laata? Jechi isaa kun mala guddaa of keessaa akka qabu ni agarra.

Amma fedhe iyyuu uummatni Ormoo haa saamamu, haa cunqursamu , haa tuffatamuu, haa dhiitamu malee aadaa fi hooda isaa qabatee jira. Jaarsaa fi jartiin, ayyaantun, Sheekni, lubni Oromoo uummata isaanii birati dhageetii fi ulfina guddaa qabu. Isaan utuu jiranii waan aadaa Oromoo keessatti safuu fi laguu tahe hojjechuun yakka. Uummatni isaanii mootummaa caalaa isaan dhaga’a. Yaroo Motummaan Haayilee Selaasee duloomee kufuuf jedhu gara dhuma bara kudha sagaliif jaatamaa keessa, jireenyi hedduu mi’a tahe. Qareen heerumuu dhabde. Qeerroon fudhuu dadhabe. Hattuun biyyaa saamuu hojii godhate. Shiftaan biyya goole. Haxxummaa fi Malaamaltummaa Mootota Habashaa

Barataan Civil Engineering Waggaa 4ffaa Kan Ta’e Barataan Gammachiis Malkaamuu Yuniverstii Wallaa Irrraa Ukkaamfamee Bakka Bu’e Hin Beekamu.

Aside

received_674066512750781Waxreceived_674066509417448abajjii 12,2016/ Yuunibarsiitii Wallaggaarraa night civil engineering waggaa 4ffaa barataa kan ta’e sabboonaan Oromoo Gammachiis Malkaamuu guyyaa har’a Waxabajjii 12,2016  magaalaa Naqamtee keessatti situ  sochii barattootaa duuba jira jechuun jechuun magaala walakkaatii  Oromummaan yakkamee  humna tikaatiin ukkaamfamee bakka hin beekamneen geessaniiru. Reebichi akka malee akka irratti geggeeffamaa jirus oduun humnuma tikaan baate nu geesseetti.

SBO: Waxabajjii 12 Bara 2016. ODUU, Hiriira mormii jila qondaalota wayyaanee Awustiraaliyaatti imalerratti gaggeeffame, Ibsa Qeerroo Bilisummaa akkasumas Qophiilee adda addaa

Aside

Guyyaa Har’aa walgahii Wayyaanee Canberra, Australia’tti godhame hawaasni Oromoo fi Ogaaden harkaa fashaleessanii jiru.

Aside

Politics of devolution from fibrosis to cirrhosis

Aside

By Dr,Baaroo Keno Dheressa

BaarooThe Oromo people are survived the lethal colonialist rule of previous one (they change the Oromo name from Tolesa and Gemechu to Getnet and Gebremeskel and they change the name of our town namely Finfinnee to Addis Abeba, bishoftu to dabrezeit and adama to nazret). The current colonialist TPLF elite plays in multiple cards and faces (mixing up the definition of Oromo people goal self-determination, statehood, sovereignty, and democracy, and creating dysfunctional organization like OPDO to distract the real goal of the struggle). But We Oromo people have to be proud to be an Oromo by challenging all those obstacles and keeping our determination intact for freedom with limited resources and absence of external assistance.

African countries today face greater challenges to peace and stability than ever before with a volatile mix of insecurity, instability, corrupt political institutions and poverty. Alarmingly, most of these countries lack the political will to make and maintain peace agreements, and thus have fallen prey to continuous armed ethnic conflict. (Monty Marshall, 2003) This is partly due to ineffective conflict management.

The Ethiopian government (TPLF) try to teach us and also try to follow the path of South Africa and Nigeria. South Africa is made up of whites, indigenous Africans, coloreds, and Indians.  The blacks form the majority of the population with about 30 million people, the whites 5 million, and the coloreds and Indians share 3 million. The country has about 11 linguistic groups, but English is the official language. Nigeria is Africa’s most populous country with about 120 million people. It is home to 250 linguistic groups, but English is also Nigeria’s chosen official language Although most of the ethnic groups are very tiny, three ethnic groups constitute somewhere between 60 and 70 percent of the population. The Hausa-Fulani ethnic groups count for 30 percent of the population, the Yorubas about 20 per cent and the Igbos about 18 percent politics of devolution

Itti Gaafataamaan Yunveresittii Rift-Valley Obbo Gololcha Baalii fi Dameen Barnootaa Abiyoot Nuguseen Ukkaanfaman.

Aside

Reft vally gaafatamaaWaxabajjii 10,2016 Diinii Yunveresittiichaa kan ta’e Gololcha Baalii fi itti gaafatamaan Damee Barnootaa fagoo Abyooti Nugussee humnoota tikkaa motummaa Woyyaaneetiin bakka hujii isaan irraa butaman akka fudhataman himamee jira. Itti Gaafatamtoon kuniin butamuu mallee hanga ammatti bakki geeffaman hin beekaminne .Barrissiisaa Caalchisaa Daamxxoo fi Abyyooti Nugussee kaleessa galgalaa ( wax.8 / 2016 ) Waajiraa isaniitii konkolataa gara garaatiin kan fudhataman yoo ta’u, Rift-Valley
Obboo Gololcha Baalii ganama hardhaa waxabajii ( 9/2016) akkuma Waajiraa seeneeni faana seenanii akka butani deeman himamee jira. Obboo Gololcha Baalii Preesidaanti Baratootaa Oromoo Yunveresittii Finfinnee kan turee yoo ta’u yeroo hedduu deddebise hidhamaa turuun isaa niyaadatama.

Qeerroon Bilisummaa Yuuniversiitii Jimmaa Gaggeessaa Gannaan Wal Qabatee Waadaa Qabsoo Isaa Haaromfate

Aside

Waxabajji,10,2016

IMG_20160609_164956Guyyaa kaleessaarraa qabee Qeerroon Yuunibarsitii Jimmaa Mariif yaadota furmaata waaraa biiyyattiif fidan irratti Kaleessa akkuma Du’a Dr.Daaani’el Gizaachoof yaadannoo  taasiseen booda,Marii jabaan Waadaa  haaromfatee jira.
Mariin kun Hoggantoota mandheewwan garaagarraa dhufanin kan gaggeefame yoo ta’u, akkamiin akka walabummaa safiisiisuu dandeenyu fi Ummatichaaf karaa Daandii Walabummaa baasuuf aggammii eegalle akkamiif bifa kamiin ka jedhu mala mataasaa dhahatee waliif yaada hiraa tureera.Akkasuma eebbifantootasaan fulduratti gama kamiin wal arguuf waliin sochiin akka waliin itti fufu maloota barbaachisoo dhahatee jira
Gama Qeerroo Yuunibarsitichaan
Waadaan galame

  1. Jaarmiyaan keenya ABO waliin hojjechuuf yoomille karoorasaaf mul’atasaa galmaan gahuuf qophii ta’uu keenya nii beeksifna
  2. Qaamolee Gufuu warraaqsaa ta’an nii balaaleffanna.
  3. Humnoota Gufachiisoo ta’ani of keessaa dhabamsiisuuf nii hojjenna.
  4. Bakka deemnu hundatti Qeerroowwan danuu of jalatti hiriirsinee,Hamenya mootumichaa Uummataaf hawwaasa keenya nii barsiifna.
  5. Rakkoowwaniif gocha Suukanneessaa Yuunibarsiitichi barattoota Oromoo Oromummaa isaanii qofaaf irratti fudhatu nii balaaleffanna.
  6. Gochaawwan duguggaa sanyii nurratti fudhataman dura nii dhaabbanna.
  7. Uummata nubarsiiseef keessatti baranneef yoomillee nii hojjenna,Bakkeewwan deemnu hundatti Uummatichaaf nii dhaabbanna
    Waadaan Waadaa milkii nuuf haa ta’u,Jechuun waadaasaa haaromfatee dirqamota hojiis waliif laatee bifa miidhagaan xumurate
    IMG_20160609_172549
    IMG_20160609_164911

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Waxabajjii 10,2016

Aside

Artist Oliyaad Baqqalaa ‘ Konnalaalladhu ‘ Wallee Aadaa Oromoo Haaraa/Waxabajjii 2016

Aside

Poet Caalaa Hayiluu Abaataa about the Oromo people and the oppression by the Ethiopian government

Aside

8th June 2016  By Melody Sundberg

“But the government – of course, it is not a government, actually – is a group of gangsters and mafias, because if someone is making a group and that group is not representing the majority of the nation or the people, you could not say that that is a government. If the government is not elected by the people, for the people, you could not consider that as a government!”

Poet Caalaa Hayiluu Abaataa about why he wrote poetry about the oromo people who suffers oppression by the Ethiopian government. Caalaa Hayiluu Abaataa was jailed and tortured in Maekelawi, the notorious police station in Ethiopia, for writing poetry about the Oromo people who suffers oppression by the Ethiopian government. He now lives in exile in Sweden. Read his story here.

Filmed during Poesi på liv och död – exilen den verkliga utmaningen (Poetry on life and death – With life in exile as the real challenge), an event by Stockholm University. May 10, 2016 at Fanfaren Kultur Farsta, Stockholm, Sweden. To watch a full video from the event, click here.

Video by Untold Stories / Melody Sundberg.