SBO Adoolessa 05,2015. Oduu, Ijoo Dubbii ABO, “Filannoo darbe irratti akkuma mootummaan wayyaanee sagalee ummataa hatee injifannoo labsateen ganama isaa ummatni sagalee isaa hatame kabajsiifatuuf akka sossohuuf itti himuun barbaachisaa akka ta’e warra dura taa’ota keenyaa gaafannu illee, nu jalaa callisani, waa isaan seenuu hin oolle.” jedhu Godina Baha Wallaggaatti dorgomaan paartii mormituu Oromoo Obbo Seenaa Gammadaa SBO waliin gaaffii fi deebii godhan keessatti. Qophiin WBO kutaa lammaffaanis hammatamee jira.

Aside

ወረኛዉ ዝም ይበል!!

Aside

በጂቱ ለሚ

barruuቃሊቲ እስር ቤት ፣ ዞን ሦስት 2006:- አንድ ካኪ ሱሪና እጀ-ጉርድ ሸሚዝ መልበስ የሚያዘወትሩ አዛዉንት እንደአሸን ከሚተራመሰዉ እስረኛ መሃል መታየት ከጀመሩ ሰንብቷል። ተክለ-ሰዉነታቸዉ ቀጥ ያለ ሲሆን የራስ ጸጉረቸዉ ደግሞ ሙሉ በሙሉ ወደ ነጭ ተለዉጧል። በባሕሪያቸዉ ቁጥብ ይመስላሉ።   በሰዉነታቸዉ ላይ መጠነኛ መጎሳቆል ቢታይም ያሉበትን ሁኔታ ለመጋፈጥ ግን አሁንም ቁርጠኛ አቋም እንዳላቸዉ ያስታዉቃል። ቀን ቀን ብቻቸዉን ነጠል ብለዉ ግቢ ዉስጥ ከሚያደርጉት የእግር እንቅስቃሴ ይልቅ ሌሊት ሌሊት  በተሰጠቻቸዉ የማረፊያ ቦታ ላይ ነጭ ጋቢያቸዉን አፍንጫቸዉ ድረስ ተከናንበዉ ኩርምት ብለዉ የምያሳልፉት ምሽት ይበልጥ ስለሳቸዉ የቀደመ ማንነት እንዳሰላስል ያደርገኝ ነበር። ለዓመታት ሲታሰሩበት ከነበረዉ በተለምዶ የቀይ-ሽብር ቀጠና ከሚባለዉ ዞን በምን ምክንያት ወደዚህ እንደተዛወሩ አይታወቅም። አሁን ከምን ጊዜም በላይ እጅግ ፈታኝ ሁኔታ ዉስጥ ሳይገቡ አልቀረም። አጫዋች ጓደኛ የላቸዉም።  ለማረፊያ የተሰጣቸዉ ቦታ የኣእምሮ ሕሙማንና በተለያዩ ምክንያቶች ከሌሎች ታሳሪዎች እንዲገለሉ የተደረጉ እስረኞች የሚቆለሉበት ስለሆነ አስከፊነቱ ከቃላት በላይ ነዉ። ሽታዉ አይጣል፤ ተባዩም የከፋ!። ይበልጥ የሚገርመዉ ደግሞ አንዳንድ ግዴለሽ ወጣቶች ከመጸዳጃ ክፍል ሲመለሱ እግራቸዉን በእሳቸዉ ፍራሽ ላይ እየጠራረጉ እንደዋዛ ተረማምደዉበት ያልፋሉ። እኚህ በሰዉ እግር ስር የተጣሉት ሰዉ በዘመነ-ደርግ የኢትዮጵያ ጠቅላይ ሚኒስተር የነበሩ – ሻምበል ፍቅረሥላሴ ወግደረስ ናቸዉ!

ይህችን አጭር ትዝብቴን ያስቀደምኳት “የጨቋኞች መዉደቂያ በተጨቋኙ ሕዝብ እግር ስር ነዉ!” የሚለዉን ፅንሰ-ሀሳብ ለማጉላት እንጂ ለጊዜዉ ስለ ሰዉዬዉ የማነሳው ጉዳይ ኖሮኝ እንዳልሆነ ይታወቅልኝ። እርግጥ ነዉ ጨቋኝ ገዢዎች ሥልጣናቸዉን ዘልዓለማዊ አድርገዉ ያስቡታል። ጊዜም የማይቀየር፣ ዘመንም የማይሻር ይመስላቸዋል። ያ ግን ፍፁም ስህተት ነዉ። ካሰጠማቸዉ ቅዠት ሲነቁ ራሳቸዉን እንኳን ለማስተካከል ጊዜ ሳያገኙ ነገሮች ይቀየሩና በሰሩት ወኅኒ ይጣላሉ። በዘመናቸዉ ግፍና መከራን ዘርተዋልና ከምቾት ሰገነት ቁልቁል ይፈጠፈጣሉ። የጭንቅና የመከራ ጉድጓድ ማረፊያቸዉ ይሆናል። ይህንን ሀሳብ በጽሁፌ ማጠቃለያ ላይ እመለስበታለሁ። አሁን ባሩድ ባሩድ ሸቶኛልና ወደዚያዉ ልገስግስ!

Jiituu fi Sochii WBO Afaan Amaaraa

Sagalee Seife Nebelbal 03/07/2015

Aside

 Hidhaa Fi Saamichaan Haqa Dhoksuu Fi Ukkaamsuun Hin Danda’amu.

Aside

(Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo – Adoolessa 02,2015)

ABOMootummootni filannoo ummatootaa lagatanii sirna ofiif fedhanii fi akeeka isaanii ummatoota irratti humnaan fe’an, yeroon itti yaaddoo fi shakkiin alatti jiraatan hin jiru. Sirnaa fi kaayyoo humnaan raggaafatan tikfatuuf jecha hammeenya  ummatoota irratti  raawwatan irraa dhiphatan.  Hammeenya raawwataniin  hirriba dhabuun wareeran.

Mootummaan Wayyaanee waggoota 24f humnaan aangoo irra turuun kan hundaan beekamu dhugaa ifatti mul’atuu dha. Murni kun waggoota aangoo irra ture kanneen keessattis ummatoota nagaa dhorkatee ofiifis nagaa dhabee jiraate. Kanneen kaayyoo isaa fudhatuu didan ykn morman ajjeesaa, hidhaa, saamaa fi doorsisaa umrii isaa har’aan gahate. Waldhabbiin murna kana keessatti uumames akka saree maraattee akka of nyaatu isa taasisuunis haqa mul’ataa turee dha.

Waggootni 24 bittaa Wayyaanee ummatoota Itophiyaaf waggoota gidiraa, salphinaa, hiyyummaa fi mirga dhablummaa tahuun beekama. Addatti ummatoota mirga dimokraasiif qabsaawaa turan irra kan gahaa turee fi jiru hundaan olitti sukanneessaa fi gara jabina mootummaa murna bicuu Wayyaanee  kan agarsiisanii dha.

Mootummaan Wayyaanee qabsoo ummatootaa doomsuuf tooftaalee gara garaatti dhimma bahaa jiraachuunis dhokataa miti. Lammiilee fayyaaleeyyii yakka homaatuu hin raawwatin shororkeessummaan moggaasuun karaa mana murtii sirnichaaf dhaabbateen, murtii  hidhaa  baroota dheeraa itti muruun hidhaan dararuu, mootummaa humnaan jijjiiruuf mari’attan jechuun hidhuu fi doorsisuu, maqaa jaarmayoota qabsoo siyaasaa fi hidhannoo geggeessan deggertan jedhuun ukkaamsuu, dhabamsiisuu, hidhuu fi kkf fayyadamee jireenyi lammiilee akka burjaaja’u, maatiin akka faca’uu fi qabeenyi badu taasiseera.

Hammeenyaa fi gara jabina, diinummaa fi jibbiinsa irraa maddeen, gochaan ummata Oromoo irratti  ifaa fi dhoksaan raawwatame jireenya gadadoo har’aa ummata Oromoof sababa isa duraa ti.  Waggoota bittaa Wayyaanee guutuu lammiileen Oromoo maqaa ABO deggertuun hidhaatti guuraman rikardii hidhamtootaa Itophiyaa keessaa kan cabsee fi dachaa hedduun kan guddatee dha. Manni hidhaa Oromoof qofa kan tolfame hanga fakkaatutti gahee jira. Lammiileen hojjatanii akka jireenya isaanii hin wayyeeffanne taasisuun hiyyummaa keessatti ittisuu;

Baratanii beekumsa akka hin horanne barnoota irraa jumlaan ari’uu fi carraa barnootaa akka hin arganneef tooftaan ulaa manneen barnootaa itti cufuu,

Daldalee akka hin duroomneef sababa adda addaan daldalaa ala taasisuu fi kanneen akka hiree qabeenya horatan ammoo yakka hin jirreen yakkanii hiyyoomsuun daldalaa ala godhuu,

Oromoo Oromummaa isaa beeke caalaatti hiyyoomsuu fi siyaasaa ala taasisuuf qe’ee fi lafa isaa irraa buqqaasuun dureeyyotaa fi aantii isaaniif qooduu fi kkf tooftaalee Wayyaaneen ummatoota cunqurfamoo akka Oromoo ukkaamsuuf itti fayyadamaa turee fi jiruu dha.

Dhiheenya kanaa kaasee lammiileen Oromoo yakkaan alatti hidhaan waggoota dheeraa itti muramee ture gadhiifamuu meeshaalee sab-quunnamtii adda addaan ibsamaa jira. Kanneen cubbuu hin raawwatnee fi yakka hin dalagneen ragaalee dharaa mallaqaan bitamaniin murtiin jal’aan itti dabarfame hiikamuun kan gammachiisu tahullee, murtii dabaa irratti murameen midhaa irra gaheef kan itti gaafatamu dhabamuun kan gaddisiisuu dha.

Lammiileen Oromoo hiikaman kunneen sababni hidhaa isaan buuse yakka osoo hin taane, Oromummaa isaanii ti.  Qabeenyi isaanii akka badu, maatiin akka faca’u, qor-qalbiin akka cabu kan taasifamaniif mirga isaaniif dubbatuu fi falmuu irraa ti. Dargaggootni kumootaan lakkaa’aman har’ayyuu mana hidhaa keessatti umrii dargagummaa isaanii dabarsaa  jiran, gaaffi maaf saamamna? Qe’ee  Kenya irraa maaf buqqaafamna? Alagaan maaf bulfamna? jechuun mootummaa Wayyaanee gaafatuu irraa fi sirna farra dimokraasii jalatti dhiitamaa buluu diduu irraa ti.

Gaaffiin ummata Oromoo kun hanga deebii hin argannetti nagaa fi tasgabbiin amansiisaan argamuun hin yaadamu. Ajjeechaan, hidhaan jumulaa, qe’ee irraa ari’atamuu fi hammeenyi adda addaa lammiilee irratti raawwatamu, qabsoo bilisummaa caalaatti jabeessa malee hin laaffisu. Kana hubatuun gara furmaata haqaatti of deebisuu irra tarkaanfii gara jabinaa fudhatuu itti fufuun Wayyaanee qileetti arreeduu taha.

ቄሮ: የኦሮሞ: ወጣቶች: ለነፃነት: ንቅናቄ: ድምፅ: የሳምንቱ: ዜና::/ SQ July 02, 2015

Aside

British Ambassor: Ethiopian election results bad for democracy

Aside

Ambassador Greg Dorey is the British Ambassador to Ethiopia, Djibouti (non-resident) and British Permanent Representative to the African Union and the UN Economic Commission for Africa

Ambassador Greg Dorey is the British Ambassador to Ethiopia, Djibouti (non-resident) and British Permanent Representative to the African Union and the UN Economic Commission for Africa

July 3, 2015 Ethiopia (Horn Affairs) — Britain’s Ambassador said: “It is starting to sound as if the ruling party and its allies will have a 100 percent of the seats in parliament. And I think that is not good for democracy; that is what you get in places like North Korea. But actually in Ethiopia you need some diversity of opinion in parliament.”

The Ambassador made the remark during an interview with the English-weekly The Reporter. The interview, published in the weekend, was conducted days before the officially announcement of final election results last Friday. Nonetheless, a total win by the ruling party EPRDF and its allies was widely expected since the last week of May.

The Ambassador’s remark came at about the same time British Foreign Minister issued a strong statement regarding Andargachew Tsige‘s case.

Western diplomats in Addis Ababa, unlike elsewhere,  seldom remark on domestic politics, especially since the 2005 post-election crisis that impacted relations with a couple of diplomatic missions.

Here is the Ambassador’s comment:

Question: What is your take on the recent election in which the ruling party won all the 547 seats in parliament? Would you characterize it as free, fair and credible?

Ambassador Greg Dorey:

For More Visit:  http://www.Ayyaantuu.net

Wallee Warraaqsaa, Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa 2015

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 1 July 2015

Aside