Seife Nebelbal Radio and Radiyoo Simbirtuu Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Magaala Finfinnee ba rattooti mana barums aa Madaanalam qophaa ‘ina baratan mootumm aa Wayyaanee balaale ffachuun sagalee did daa dhageessisan Aside Bitootessa 28,2013 Finfinnee Diddaan barattootaa Impaayera Itoophiyaa keessaa jabaachaa kan dhufe manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa fi qophaa’inaa keessattis finiinuun mootummaa wayyaanee yaaddoo keessa naqe.Magaala Finfinnee keessatti barattootni mana barumsaa Madaalam qophaa’ina baratan mormii mootummaa wayyaanee irratti kaasanii jiran.Bulchinsa abbaa irrummaa mootummaan wayyaanee diriirseen dhiibbaan nurra gahaa jiru haa dhaabbatu,mirgi barattootaa haa kabajamu,arrabsamuun haa dhaabbatu jechuun barattootni gamtaan balbala mana barumsaa irratti walitti qabamuun sagalee diddaa dhageessisanii jiran.Uummatnis rakkoo keenya nuuf akka hubatu jechuun karaa mana barumsaa kana bira dabarsu cufuun diddaa isaanii bifa qindaa’een dhageessisanii jiran.Itti gaafatamaan mana barumsaa kanaa dhalootaan Tigiree tahe barsiisaa Silashii kan jedhamu mootummaa wayyaanee waliin harka wal keessa naquun dhiibbaa gaggeessu dhaabuu qaba jechuun barsiisotni mana barumsaa kanaas diddaa barattootaa deeggaranii jiran.Sababa gaaffii miindaan diddaan mana barumsaa kana keessatti dhalate Impaayera biyyattii guutummaan dhaqqabuun isaas ni yaadatama jechuun qeerroon mana barumsaa kanaa gabaasee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Shawaa lixaa aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti diddaan uummataa itti fufe Aside Bitootessa 28,2013 Gindebarat Godina Shawaa lixaa aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti diddaan uummataa jabaachaa dhufuun uummatni walgahii mootummaa wayyaanee guutummaan lagatee jira.Mootummaan wayyaanee yeroo ammaa kanatti maqaa filannoo jedhuun uummata irratti siyaasa mataa isaa deemsisaa kan jiru uummatni si hin dhageenyu jechuun wal gahii lagatee jira.Mootummaan wayyaanees aanaa kana keessatti miseensa about jira jechuun uummata hidhuu fi dararuu kan itti fufe yoommuu tahu ilmaan oromoo 1. Dhaabaa Dheeressaa fi 2. Caalaa Jedhaman uummatni akka wal gahii hin baane kan qindeessu isini jedhaamuun mana hidhaa mootummaa wayyaanee keessatti ukkaamsanii jiran.Mootummaan wayyaanee sirna abbaa irrummaa osoo gaggeessaa jiruu sirna Dimokiraasiin gaggeessaan fudhatama akka hin qabnee fi uummata keessa akka hin bittinnoone guutummaan akka dura dhaabbatan qeerroon ona Abuunaa Gindabarat,Calliyaa fi Midaaqeny gabaasee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...