By; Firehiwot Guluma Tezera March, 26, 2013 The continued violation of human rights in Oromia and the Government denials. The Ethiopian government’s human rights record remains poor, marked by an ever-hardening intolerance towards meaningful political dissent. Accordingly Prime Minister Hailemarim desalegn who took office after the sudden death of the late dictator Meles Zenawi has pledged to maintain the controversial policies of his predecessor. He vowed to continue with the legacy of the dead dictator without blending. In his first interview with an international media since taking office, he spoke with Peter Heinlein in New York. In his interview he defended the imprisonment of several opposition politicians and journalists under the newly enacted anti terrorism law.
Daily Archives: March 27, 2013
SBO Bitootessa 27 Bara 2013
Aside
FDG Ka’een Barattooti Oromoo Lama Rasaasa Wayyaaneen Rukutamanii Hosptala Naqamtee Seenan
Aside
Bitootessa 26,2013 Naqamte
Bitootessaa 23,2013 Godina Wallaaggaa Bahaa Onaa Heebbantuuttii Baratootni Oromoo mana barumsaa Qeelloo sadarkaa 2ffaa FDG kachiisuun gaffii mirgaa hiree murteeffaannaa uummataa Oromoo kaasuun ilmaan Oromoo maaliif dhabbiilee barnotaa ol aanoo Universty garagaraa irraa arii’atamu jechuun gaaffiin diricteerotaa barrestuu mana barumsaabQeelloo sadarkaa 2ffaa sardan. gaffii baratootaa Oromootiif deebiin Wayyaanee rasaasa waan ta’eef sa’aa boodaa, humnonnii poolisaa Onaa Heebantuu kan nama dhimmaa nageenyaa onaa Heebantuu ta’ee Mokonnoon Raggaasaa hogganamuun, goototaa baratootaa Oromoo dhagaan diina dura dhaabbatanitti rasaasa roobsuun barattoota lama akka malee madeesse, Kaan mana hidhaatti geeessuu qeerroon onichaa gabaasa
1, Lammeessaa Kabbadaa fi
2.Barataa Darajjee Mokonnoon
Kanneen jedhamaanitu baratootaa gara FDG kakaasa waan ta’eef maatii fi barattooti kun itti gaafatama isaa fudhatu jechuun poolisoonni haa hokkaran malee ummannii fi barattooti diddaa isaanii itti fufanii akka jiran gabaafame. Barataa Lammeessaa Kabbadaa Bataraa Mana Barumsaa Qeelloo sadarkaa 2ffaa Kutaa 10ffaa
rasaasa poolisotaa irraa itti dhukaafameen millaa bitaa rukutamee yeroo ammaa kana hospitaala Neqemtee galee jiraachuun gabaafame,, , 2, barataa Darajjee Mokonnoon barataa kutaa 10ffaa immoo dhagaan
rukkutamee kan baay’ee midhamee jiruu ta’uun gabaafamee jira.
Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa!
Diina Irraa Mirga Hin Eeggatan
Aside
Maqaa Oromootiin ITOOPHIYAAF Falmitaa????? ILFEE QANNOO
Aside
lfuu Qannoo (Miriam Makeba Oromoo)
