Radiyoo Seife Nebelbalii fi Simbirtuu Tamsaasa Bitootessa 21,2013 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
FDG Dargaggoota Aanaa Geedoo fi Miidaqenyii Itti Fufe. Aside Bitootessa 21,2013 Amboo Mootummaa abbaa irree Wayyaanee gaaffii mirgaa dura dhaabbachuuf hidhaa kan filatu Godina Shawaa lixaa aanaa Geedoo fi Midaaqeny keessatti gaaffii mirgaa uummatni gaafatu dura dhaabbachuuf ilmaan Oromoo mana hidhaatti guuraa jira.Aanaa Geedoo fi Midaaqeny keessatti gaaffii uummatni Oromoo gaaffii bilisummaa dhiyeessaniif waraanaa fi humna poolisaa itti bobbaasuun ummata Geedoo jechaa jirti.Haala kanaan manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Geedoo cufamuu fi barattooti gaaffii kaasaniin wal qabatee dargaggoota Oromoo 1. Shallamaa Giddoolee 2. Fayyisaa Guddinaa Jedhaman kan keessatti argaman namoota hedduu hidhamanii akka jiran gabaasi jiru addeessa.Dargaggoonni kun sababaa uummata diddaa gabrummaaf jecha qindeessu isini jechuun mana hidhaa mootummaa wayyaanee magaala Geedoo keessatti ukkaamsamanii jiran.Wayyaaneen shira kamuu tolchee gaaffii mirgaa dura dhaabbatus guyyaan bilisummaa waan dhiyaateef uummatni harka wal qabatee akka kau qeerroon aanaa Midaaqenyii fi Geedoo addeessanii jiran. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...