Tokkichi Haadhaa,Tokkichi Abbaa…… Video Reply Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Diddaan Qeerroo Jabaatee Itti Fufe. Aside Ebla 30,2012 Gabaasa Qeerroo Lixa Shawa Godina Shawaa Lixaa aanaa Abuunaa Dindabaratitti diddaa dargaggoonni Oromoo qabsiisaniin mootummaan Wayyaanee dura dhaabbachuu dadhabee human waraanaa naannoo san turanitti kan biro dabaluun ummataa fi dargaggootaa goolaa turuun Qeerroon aanichaa gabaaan. Mootummaan Wayyaanee waraana isaa bobbaasuun ilmaan Oromoo mana hjidhaatti guuruun furmaata diddaan ittiin dhaabbatu kan itti fakkaate yeroo ta’u,Godinuma Shawaa Lixaa aanaa Abuunaa Gindabarat keessaa dargaggoota mana hidhaatti ukkaamsitee jirti.Yeroo ammaa dargaggootni Laggasaa Damee Ganda Gooroo Furtoo irraa Chaaluu Tolaa ganda Koluu irraa Waraana mootummaa Wayyaaneen ukkaamsamanii bakka buuteen isaanii dhabanii jiran.Uummatni naannoo kanaa mootummaa Wayyaaneen yeroodhaa yerootti doorsifamaa kan jiranii fi galgala bilisaan deemuu dhorkamanii akka jiran gabaafame. Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa! Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Iluu Abbaa Booraa itti Investera Habashaa Ummata Oromoo Rakkisaa Ture Tokko Irratti Tarkaanfiin Fudhatame. Aside Ebla 30,2012 Mattuu Mootummaa Wayyaanee waliin walitti hidhata godhachuun qabeenya dinagdee guddaan kan sosso’uu fi ilmaan Oromoo yeroodhaa gara yerootti saamuu fi akka sabaattis eenyummaa Oromoo xiqqeessee tuffachuun jiraattota naannoo kan rakkisaa ture invesiterri Abashaa yeroo adda addaatti gochaa hammeenyaa kana irraa akka dhaabbatee ummata Oromoof kabajaa akka kennuu qabuuf gorfamaa fi akeekkachiifamaa kan ture lammiin Habashaa Habtaamuu Muuyii jedhamu gocha isaa irraa dhaabbachuu didnaan Godina Iluu Abbaa Booraa aanaa Mattuu ganda Seeddoo keessatti uummatni Oromoo itti yaa’uun reebanii qabeenya isaas bittinsanii jiran.Qabeenyaa nama kanaa kan tahe suuqiilee gurguddaa inni qabu diiguun magaazina bunaa guddaa buna kuntaala hedduu baatee kan ture jalaa kan bittinsan yoommuu tahu Habashoonni ummata Oromoo kabajuu hanqachuun tuffii fi arrabsoon biyya Oromiyaa irra jiraachuu akka hin dandeenye dhaamsa dabarsaniifii jiru. Kanneen kaanis godhchaa akkasii dalaguu fi mirga ummata Oromoo dura kan dhaabbatu jiraannaan tarkaanfiin wal fakkaataan akka isaan eeggatus hubachiisanii jiru. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...