Qophii Kaayyoo አማርኛ ፕሮግራም ከቀድሞ የ ቄሮ አመሪር እና መስራች አባላት ከሆኑት ውስጥ አንዱ ከሆኑት ያሶ ካባባ ጋር በወቅታዊ ጉዳይ ላይ ያደረግነው ክፍል አንድ

Aside

Komediyaan Buzu’alam Asaffaa: Harka Harka ** NEW 2018 Oromo Music

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 11, 2018

Aside

SBO Amajjii 12, 2017. Oduu, Gabaasaa Sirna kabaja guyyaa WBO Amajjii 1,2018 Jiddugala Mooraa leenjii WBOtti geggeeffamee fi Gaaffii fi Deebii Artistoota Miseensota WBO waliin taasifne Kutaa 5ffaa.

Aside

Labsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

Uummata Oromoo Oromiyaa Keessaa Maraaf

Waan Ammaaf Ammatti Gochuu Qabnuu fi Itti Fufnee Goonu!

Labsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Biyya keenya keessatti nagaan baanee, nagana galuun erga hafee, mirgi lubbuun jiraachuu, qabeenyaa ofii tikfachuu mootummaa Wayyaaneen molqamee addatti dararaaf uummanni keenya Oromoon saaxilamuun isaa waggoota hedduu lakkofsiisee jira.

Qabsoo Qeerroon Bilisummaa Oromoo karaa nagaan taasisaa tureef jiruun, mootummaa ofiin bula Wayyaanee maqaa ummata Oromoo fi saboota Ethiopian daldalee wagga 26f gargaarsa karaa malee guuraa bahee fi meeshaa waraanaan ummata nagaatti dhaadatuun yeroo ammaa Qeerroon Bilisummaa Oromoo afaaniitti muka kutee dubbachuu dadhabsiiseera.

Qaama kaleessa afaan isaan “dimokiraasii dhugaan hojjetaa jirra” jedhaniif Arrabni ittiin garboonfataa Wayyaanee dhaadessaa ture waan taajjabaa jiru fakkaata. Kanas ta’e sana nu Qeerroof uummata Oromoof amma qabsoo FXG gadfiniinsuun filannoo dursaati. Tajaajila interneetaa biyya keessaa kutuun Mootummaan Wayyaanee dhoksaatti uummata keenyaaf jaallan keenya akka baroota darbanii dhabama gochuuf waan hojjetaa jiruuf nutis FXG finiinsaa jirru itti jabeessuun furmaata keessa deebii hinqabne ta’uu Qeerroon dhaama.Kanarra dhaabbatee uummata Oromoo sadarkaa garaagaraaf hojii garaagaraarra bobbaatanii jirtaniif ibsa kanaa gadii kenneera.

Qote Bulaa Oromoof Continue reading

SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Amajjii 9, 2018

Aside

Continue reading

SBO Amajjii 10,2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gabaasa sirna kabaja Guyyaa WBO Amajjii 1/2018 Jiddugala Mooraa Leenjii WBOtti kabajamee ilaallatuu fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Sagantaa Gulaala Miidiyaa Waggaa haaraa 2018 Jabaa isiniin jenna

Aside

Barattooti Oromoo Mooraa Yuniversitii Amboo Waraanaa fi Poolisa Federaalaan Hiraarfamaa Jiru.

Aside

Amajjii 9/2018 Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Amboo Waraanaa Poolisii Federaalaa Mooraa Yuunibarsiitii Amboo Keessa qubsiifamee jiruun hiraarfama bulan , hedduun barattootaas halkan mooraa gadhiisuun gara uummataatti baqataa akka bulaan maddeen Qeerroo magaalaa Amboo irraa ifa godhan.
Mootummaan Wayyaaned Amajjii 7/2018 ta’ee jedhee shira barattoota Oromoofi barattoota naannoo Gambellaa irraa dhufan waliin walitti buusuuf shira xaxuun walitti bu’insa uumamuutti fayyadamuun barattoota Oromoo dhiiga dhangalaasuufi hidhaatti guuruuf tattafachaa akka tureefi walitti bu’insaa uumeen guyyoota lamaan dabalatee barattoota Oromoo reebichaan hiraarsaa jiraachuun ifa ta’ee jira. Yeroo ammaa barattootni hedduun reebichaa poolisootni Federaalaa Mooraa Yuunibarsiitii Amboo keessa

Continue reading

ህወሃት በቡድን በቡድን ሆኖ ኦህዴድ ዉስጥ ገብቶ እየበጠበጠኝ ነዉ፡፡ ለማ መገርሳ፡፡

Aside