ኣስናቀ፣ ሰው ለ ሰው ድራማና በኢትዮጵያ ፖለቲካ ውስጥ ለኦሮሞ ብሄረተኝነት የተሰጠው ትርጉዋሜ

Aside

ቦሩ በራቃ | July 29,2014

barruuየሰው ለ ሰውን ድራማ እስከ መጨረሻው (ክፍል 140) ድረስ ተከታተልኩት። እንደ ብዙዎቹ ሁሉ እኔም የኣቶ እስናቀ ኣሸብርን መጨረሻ ለማየት በጥቂቱም ቢሆን መጉዋጉዋቴ ኣልቀረም። በድራማው የትወና ድር ሁሉም ቅርንጫፎች በስተጀርባ ብቸኛውና ቀንደኛው ጠላት ተደርጎ የተፈረጀውን እስናቀ ኣሸብር! ይህ ድራማ ከተጀመረበት ወቅት ኣንስቶ የኣስናቀን የትወና ሚናና ብቃት የተከታተሉት ኣንዳንድ ወገኖች ድራማውን በፖለቲካ መነጽር ሲቃኙት ከመለስ ዜናዊ ኣምባገነንነትና ብልጣብልጥነት ጋር ያገናኙታል። ለኔ ግን ይህ ኣይዋጥም። በፖለቲካ መነጽር ድራማውን እንቃኘው ከተባለ እኔ የኣስናቀን ሚና የማስቀምጠው በሌላ መልኩ ነው። እስናቀ በድራማው ውስጥ የተሳለው ከኣምባገነንነቱ ይልቅ በስግብግብነቱ ነው። በብልጣብልጥነቱም ሳይሆን ራሱን ብልጥ ኣድርጎ የሚያስብ ነገር ግን በውስጣዊ ማንነቱ ቂል ተደርጎ ነው። በኣጭሩ ይህ ኣስናቀ የተባለው ግለሰብ ሞኝና ስግብግብ ነው።

ይህ ደግሞ ብዙዎቹ ኣቢሲኒያዊ ፖለቲከኞች የኦሮሞን ብሄረተኝነት የሚተረጉሙበት የተለመደ ምስል ነው። ኦሮሞዎች ኦሮምያ የኦሮሞ ናት በማለታቸው ብቻ በኣቢሲኒያዊያኑ ፖለቲከኞች ዘንድ ስግብግብ ተደርገው ይታያሉ። ኦሮሞ ምንም በብዙህነቱና ኢኮኖሚያዊ ኣቅሙ ልቆ የወጣ ህዝብ ቢሆንም እነርሱ ዘንድ ሁሌም እንደ ቂል ይቆጠራል። ኦሮሞ በጭንቅላቱ ብስለት ሳይሆን በጡንቻው ኣቅም የሚያስብ ተደርጎ ይተረጎማል። ተማረ ኣልተማረ ኦሮሞ ስልጡን ሊሆን ኣይችልም እያሉም የሚያንቁዋሽሹትና የሚሳለቁበት ቁጥራቸው ቀላል ኣይደለም።

ሰው ለ ሰው ድራማ ውስጥ ለኣስናቀ ኣሸብር (ኣበበ ባልቻ) የተሰጠው የትወና ሚናም ከዚህ የፖለቲካችን እውነታ ጋር የሚመሳሰልበት መልኩ ብዙ ነው። ገና ሲጀመር ኣስናቀ ኣሸብር ‘እሸባሪ’ ተደርጎ ነው የተሳለው። የኦሮሞ ህዝብ ብሄርተኝነትም ከኦነግ ጋር ተያይዞ በእሸባሪነት እንደሚፈረጅ ልብ ይሏል። የኣስናቀ እሸብርን ባህሪይ ተላብሶ የሚጫወተው ተዋናዩ ኣበበ ባልቻ ራሱ በድራማው ውስጥ እስከ መጨረሻው ድረስ ሚናቸውን ይዘው ከዘለቁት ተዋናዮች መካከል ብቸኛው ኦሮሞ ነው። የጋሽ ኣስኒ ብሶት የሚጀምረው ከኣንደኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ህይወቱ ነው። የድሃ ቤተሰብ ልጅ ነበረ። ሁሌም በትምህርት ቤት ጉዋደኞቹ መሃል ብቸኛው የበይ ተመልካች ነበረ። በልጅነቱ ከነ መስፍን ጋር ሚኒስትሪ ተፈትኖ ፈተና ወደቀ። እነ መስፍን ፈተና ኣለፉ። ፈተና በወደቀው ኣስናቀ ላይም ተሳለቁበት። ኣስናቀ በወቅቱ የሁሉም ልጆች መሳለቂያ መሆኑ በእጅጉ ኣማርሮት ነበር። ነገር ግን በድራማው ኣብዛኛው ክፍሎች ውስጥ ደጋግሞ ስሙን ሲያነሳው የሰማነውና የኣፋን ኦሮሞ ተረቶችን ልቅም ኣድርጎ ያስተማረው ኣሳዳጊ ኣጎቱ ነበር በኣጭር ምክር ያረጋጋው።

ሰው ለ ሰው ድራማና በኢትዮጵያ ፖለቲካ ውስጥ ለኦሮሞ ብሄረተኝነት የተሰጠው ትርጉዋሜ

SBO Adoolessa 30 Bara 2014 Oduu – Gaaffii fi deebii gabaabaa Gaafatamaa WBO Zoonii Kibbaa Jaal.Goollicha Dheengee fi Qophii biroo akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, July 28, 2014

Aside

Barattooti Oromoo Yuuniversitii Madda Walaabuu 4 Boqonnaa Yeroo Gannaaf Gara Maatii Isaanii Wallagga,Gidaamii Itti Galan Tika Wayyaaneen Qabamuun Bakka Buuteen Isaanii Dhabame‏

Aside

Gabaasa Qeerroo Qellem,Gidaamii Adoolessa 26,2014

BilisummaaMootummaan wayyaanee barattoota boqonnaa yeroo gannaaf maatii galan maatii irraa  irraa ugguruudhaan qabee mana hidhaatti galchaa akka jirtu gabasi nu gahe addeessa. Har’a gabaasni Qeerroo Qellem Giddamii irraa nu dhaqqabe kan ibsu barattoota madda Walaabuu Yuuniversitii irraa galan aanaa Gidaamii ganda Giraay Sonqaa jedhamu irraa basaasaa wayyaanee aanaa kaan irratti ilmaan Oromoo dabarsee diinaf saaxilun kennaa jiruun saaxilamanii humna waraana Wayyaanetti kennamuudhaan  Adoolessa gaafa 18/2014 qabamanii hidhamanii jiru. Basaasaan wayyaanee maqaan isaa Waaqgaarii Qan’aa kan jedhamu jiraataa aanaa Gidaamii ganda Giraay Sonqaa jiraataa kan ture amma garuu ganda Afteer Saanboo jedhamutti teessoo jireenya isaa kan jijjiirrate maqaa qindeessitoota FDG,Miseensa ABO, Alabaa ABO fannisuutiin, uummata kakaasuu fi ijaaruun duras aanaa kana keessatti isaan kun warra duraati jechuudhan yuuniversitii irratti hojii kana hojjetaa akka turan jedhee diinaaf kennee kan jiru gabaasni nu gahe ibsa, ijoollotni kuni maqaan isaanii akka arman gadii kan taheedha

1.Gammadaa Birhaanee

2.Solomoon Taaddasaa

3.Mallasaa Taaffasaa

4.Amaanu’eel Facaasaa

kan jedhamaniidha, namootni maatii akka tahanii fi amma gara itti hidhamanillee kan hin beekmne tahuu isaa Qeerroon gabaasee Qellem Wallaggaa Gidaamii irraa nuuf gabaasee jira.

SBO Adoolessa 27 Bara 2014 Oduu – Gaaffii fi deebii Miseensa G/S ABO J.Daani’el Disaasaa waliin kutaa xumuraa – Gabaasa walgahii miseensota ABO Nairobi fi qophiilee biroo…

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, July 26, 2014

Aside

NAMUU GAAZEXESSAA TAHAA?

Aside

Qajeelchaa Bultoo ,July 20, 2014 

Hanqina 15 fi cimina 4

SEENSA

barruuDalagni cuftuu fedhii fi dandeettii of-danda’e gaafta. Martinuu naamusaa ogummaa, seeraa fi akkaataa itti hojjetamuun masakama.

Namni tokko tahuu kan hawwuu fi dandeettii inni qabu wal-simatuu fi dhiisuu dandaha. Kanneen akkuma hawwanitti dalaga fedhan argatanii beekaman hedduutu jiru. Faallasaatiin, fedhiin jiraatullee dandeettii fi haaalli mijatuu dhabuun bakka yaadame kan hanaqatanis hedduu dha.

Ogummaan gaazexeessuumaas akkuma warreen kaanii fedhii(kaka’umsa), dandeettii, murannoo, seera, naamusa, beekumsa, fi hubannoo ogummaa sanaa sirriitti qabaachuu, guddifachuu akkasumas ittiin masakamu fi dalagarra oolchuu gaafata.

Kana jechuun, namni marti lafaa kahee gaazexessummaa tahuu hin dandahu jechuu dha. Kana jechuun, namni sabaa himaa irra dalaghu cufti maqaa sana himatellee, gaazexessaa tahuu hin dandahu. Namni marti loltuu  fi weellisaa akkuma hin taane jechuu dha.

GAXETEESSITOOTA OROMOO BIYYA ALAA

Ogummaa gaazexeessitoota Oormoo biyya keessaa kana keessatti ilaaluu hin feene. Sababiin isaas mootummaan akka fedheetti isaan ajajee waan dalaganiif , walaba tahanii hojjechuu hin dadahani. Kunimmoo isaan madaaluuf naa rakkisa. Dalagni isanaii akka walii galaattii arrabaa fi ija mootummaa ti. Warri biyya ambaa jiran garuu walabummaa yaadaa fi hojii waan qabanaiif hojii isaanii ija ogummaatiin gilgalamuu dandahu jedheeni waanan amaneefi.

Gaazexeessitoota Oromoo biyya alaa jiran, mee yoroof kan VOA-Afaan Oromoo dhiifnee, warri kaan hedduun, hedduun ogummaa gaazexeessummaa hin qabani yoo jenne dhugaarraa fagoo nutti hin fakkaatu.

Akkaataa saganataa fi oduu ittti dhiheessan, gaafii fi deebii taasisan, sirba affeeraanii fi bakkatti kutan, akka qophii tokkotti seenanii fi bahan, qabiyyeesaa, yoroosaa, jechoota itti fayyadaman, sirobboota affeeranii fi qabiyyee sagantaa dhiheessan wal-simachiisuu, seera ogummaan suni gaafatu qabaachuu, waanta jedhamuu fi hin jedhamne adda baasuu, sagalee fi fuula radio fi TVf tahu qabaachuu/dhiisuu, kkf hedduu hedduu tarreessuun ni dandahama. Ija kanaan yoo gaazexeessota Oromo madaalle hedduun isanaii hin jirani.

Muraasa irraa kan hafe warri gaazexessa jedhaman waan ogummaa gaazexeessummaa kan hubatan hin fakkaatu.

Fedhiin yoo jiraatellee xiqqaate leenjii bu’uuraa fudhachuu feesisa. Lafumaa ka’anii kan radio fi TV itti bahamu yoo tahe bu’aa isaarraa mudaasaatu caaluu mala.

SABABA BARRUU KANAA:– Yaadaa fi hanqina gaazexessitoota

Amboo:- Abbaan Alangaa Manni Murtii Waliigala Oromiyaa Sabboontota Oromoo 52 Irratti Akka Murtii Sobaa Kennu Dirqami Kallattiin Wayyaanee Irraa Itti Kennamuu Qeerroon Gabaase

Aside

Gabaasa Qeerroo Magaalaa Amboo Adoolessa 26,2014
Abbaan Alangaa Manni Murtii Waliigala Oromiyaa Ilmaan Oromoo Ambootti keessatti Wayyaaneedhan hidhamanii jiran irratti himata sobaa akka dhiyeessuu mootummaan abbaa irree Wayyaanee dirqama itti kenne. Yeroo ammaa kanattis ilmaan Oromoo Ambootti hidhamanii jiran keessa ilmaan Oromoo 52 irratti himanni soba dhihaate jiraachuu Qeerroon Ambo irraa gabaasa.
Guutummaa galmee himata Oromoota 52 waajjira mana murtii keessaa bahe kanatti akka itti aanutti dhihaata.

Guutummaa Galmee kanaa argachuuf  :-        

Himata Amboo.pdf

Mootummaan Wayyaanee Godina Arsii Aanaalee Adda Addaa Keessa Waraana Isaa Qubachiisaa Jira‏

Aside

Gabaasa Qeerroo Asellaa,Adoolessa 25,2014
Q NEWS3AAFDG uummanni Oromoo Oromiyaa keessatti keessan wal qabatee mootummaan wayyaanee soda keessa galuun beekamaa dha. Baatiwwan kana keessattis erga barattootniOromoo manneen barnootaa ol aanaa keessaa boqonnaaf gara maatii isaanitti galanii kaasee Oromiyaa goleewwan garagaraa keessa olola kijibaa tamsaasuun baratootaa fi uumat Oromoo shororkaa itti naquuf jecha karaa dabballoota isaa yaalii guddaa gochaa jiran.

Hawaasa Oromoo keessattuu baadiyyaa xiyyeefate keessatti humni dabballootaa fi tikoota Wayyaanee irraa ijaaraman garee nama 5n ramadamuun baadiyyaa keessa deemuun uumata goolaa jiraachuu dhagahama. Kana irratti hundaawanii gareen kun:-

  1. Dabballooti siyaasaa kanneen ABO dhaan ijaaramanii Oromiyaa keessa gadhiifamanii jiran
  2. Miseensota dhaaba ABO biyya keessatti humnoomee wal gurmeessuun socho’aati jiru.
  3. Caasaadhuma isaa keessaa kanneen shakkii irraa qabu keessattuu hidhattoota irraa shakkii qabuun maqaa qabxiiwwan sadan kanaan ajandaa godhatee Oromiyaa keessatti humni biyya keessatti wal ijaaree socho’uu fi ABOn leenjisee biyya keessa seensise ka’ee waan jiruuf waraana sabaan Oromoon keessa hin jiraatin kan agaaziin socho’u dhalootaan Tigrootaa fi saboota biro ta’an qofa godina Arsii aanaa Zuwaay Dugdaa,Asellaa fi Kofalee keessa facaasee kan jiruu fi humni waraana TPLF kunis kan mul’atu halkan halkan akka tahe gabaasni Qeerroo amma nu gahe ibsa.

Ammas qoratamuunii fi hordofamuun barattootaa daran jabaachuu qaba,shakkiin jiru dargaggoota Oromooti malee abbootii miti kan
jedhuun xiyyeeffannoon ammas godina kana qofa irratti kan xiyyeeffate osoo hin taanee Oromiyaa keessatti barattootni ganna kana hordofamuun dirqiidha jedha gabaasi. Gama biraan Yuuniversitii irraa shakkamanii gara qe’ee galan maatii biraa poolisootaan fuudhamanii garaa fi bakka dhabsiisanii hidhaa jiraachuu fi bakki isaanii kan hin beekamne ni jiru jedha gabaasi Qeerroo kun dabalee.

Mootummaan Wayyaanee sochii uummataa irraa dhiphina keessa seenuun tajajiloota Network balleessuu toftaa godhate.

Aside

Gabaasaa Qeerroo Adoolessa 25,2014: Mootummaan Abbaa irree Wayyaanee EPRDF/TPLF/OPDO’n Yaaddoo fi dhiphina ulfaataa keessa seenuun tajajiloota akka network fi ibsaa tajaajila uummata balleessuu akka toftaatti erga fayyadamuu egalee olee bubbuleera.

Mootummaan Wayyaanee Adooleessa 24/2014 hanga har’a Adoolessaa 25/2014 guyyaa keessa sa’aa 8:30tti Guutummaa Oromiyaa irraa tajajila network bilbila hunda balleessuun yaaddoo fi dhiphina keessa jiraachuu ibsattee jirti.

Yeroo ammaa kanas kutaalee Oromiyaa gara dhihaa keessatti ummaanni bilbilaan wal arguu fi ergaa barbaade waliif dabarsuun rakkisaa ta’ee jira. Toofta kanatti fayyadamuun FDG sochii dargaggoota Oromootiin biyya keessatti qabsiifamee bifa garaagaraan itti fufaa jiruu fi sochii hordoftootni Amantaa muslimaa mirgii amantaa keenya sarbame nuuf haa eegamu jechuun itti fufinsaan gaggeessa jiran dura dhaabbachuu fi uummatni yaadaan akka wal hin arginee fi dhaamsa waliif hin dabarsineef ta’e jettee Wayyaaneen network balleessuu toftaa godhattee itti fayyadamaa jirti.

Haalli Wayyaaneen ta’ee jettee network bifa walfakkaatuun guutummaa biyyattii irra balleessa jirtuu kun uummaata hunda biratti haalan han hubatamee fi mootummaan biyyatti maqaa qofaaf karaa foddaa ETV fi media lee biyyatti qofaan jira malee mootuummaan biyyatti kufee jiraachuu uummataaf ifa ta’aa jira.