Godina Addaa Finfinnee, A/Sulultaa Naannoo Gorfoo Irratti Uummanni Ayyaana Masqalaaf Nagaan Bobbahe Humna Waraana Wayyaaneen Bittimfame‏

Aside

Fulbaana 27,2014 Finfinnee

Gabaasa Qeerroo aanaa Sulultaa ganda Gorfoo jedhamtu irraa, Fulbaana 27, Mootummaan Wayyaanee haala yeroo ammaa kana keessatti sochii uummataa fi barataatti amanuu dadhabee, jira, namni kamuu gandaa fi hawaasaan walitti dhufee marii fi walitti dhufeenya qabu keessatti mootummaan waanuma isa irratti mariyamatu, sirna bulchiisan isaa kuffisuuf kan namni wal barbaadu tahuu isaa murteessee,shakkuu irraan,yeroodhaa yerootti bakka uummanni oromoo itti wal gayutti shakkuu irraan humna bittimmeessaa erguu, hordofsiisuuf basaastota isaatti fayadamuu dhimma bahuu hin dandeenye, uummata nagaa keessatti humna nageenyaa jedhee waraana ramada, uummanni oromoo waliin deemuu fi waliin jiraachu keessatti mootummaan wayyaanee yeroo ammaa baayee shakkee sodaatee jira,

Haaluma kanaan wal qabatee godina addaa Finfinnee aanaa Sulultaa ganda Gorfoo jedhamtu keessatti, uummanni ayaana masqalaa kabajatan wal gayan, humna poolisiitiin bakka itti wal gayanii bittimfamanii jiru, akkasuma namootni humna waraana wayaaneen toohatamanis jiru, sababoota
hidhaa hin guunne uummanni ayaana fakkeessee siyaasa sirba, ABO faarsa,walleelee sirna mootummaa Wayyaanee morumu wallisan sababaa jedhuun uummata jiraattota kabaja ayyaana Masqalaa irratti wal argan humna waraana qabuun bittimsuu fi namoota shakkan ammoo yeroodhaaf toohatamani akka qorataman akka tahe gabaasni Qeerroo magaalaa Sulultaa irraa addeessa.

Akka gabaasni Qeerroo addeessutti dargaggoonni naannoo Gorfoo jedhamu keessa jiraatan bakka uummanni Oromoo wal argee jiru ayyaana kanaan wal qabsiisanii:
– Oromiyaan keenya,kan habashaa miti, habashaan aangoo nurratti hin godhatin
– Oromiyaan oromoodhaaf, ormi nun bitin,
– Bilisummaan oromoof, walabummaan oromiyaaf!
– Oromiyaan ni bilisoomti…………
Jedhanii sagalee bifa dhaadannoon dhageessisuu fi sirboota qabsoo waan sirbaniif isin ABO dha jechuun jaleewwan mootummaan wayyaanee aanaa Sulultaa irraa namoota naannoo kanaa akka toohatamanii fi yeroodhaan akka naannoodhaa bittimfamuu akka qaban ajajni baheen namootni
muraasni tooahatamanii, uummannis akka waliin kabajaa ayyaanichaa hin kabajin hafeetu jira. Kanumaan mootumaan naannoo kana shakkuun poolisoota qubachiisuu, akkuma amala isaa qorannoof fiiguu irratti kan argamuudha jedha gabaasni Qeerroo nu gahe.

“A Criminal State: The Blackmailing of the Oromo Liberation Struggle for Freedom and Democracy”, the futile attempt of successive regimes of Ethiopia

Aside

shigut4Your Excellency Mr. Chairman,

Dear Honorable guest speakers,

Ladies and Gentlemen,

It is a great privilege and honor for me to be among you today representing the Oromo Liberation Front. First of all, I would like to extend my deepest gratitude to the organizing committee for inviting OLF and having organized the 4th New World Summit that brought together the representatives of stateless states to discuss and share experiences about the potentials or obstacles that states are embroiling some genuine political causes today.

Ladies and Gentlemen,

The topic on which I am going to address is “A Criminal State: The Blackmailing of the Oromo Liberation struggle for Freedom and Democracy”: the futile attempt of successive regimes of Ethiopia. Accordingly, my presentation is organized in five main parts. In the first part, I introduce Oromo (the people) and Oromia (the land) that are caught in an increasingly violent identity political struggle. In the second part, I will try to indicate the deep rooted conflict that led the Oromo people for being at odd to the Ethiopian Empire. In the third part, I point to the birth and grand objectives of Oromo Liberation Front. In the fourth, I will enumerate with some specific examples how all the Ethiopian regimes that seized power one after the other attempted to blackmail Oromo liberation struggle. Finally, I offer our view on the current political situation and the future scenarios on Oromo vs Ethiopia.

1) Who are the Oromo and Oromia?

I might be forgiven for asking who the Oromo are and why they are important. It is, however, impossible to understand Ethiopia – which is Africa’s second most populous country and the recipient of billions of dollars in western aid without knowing something of the Oromo. Oromos are the largest ethnic group of the Ethiopian empire and their language is the fourth most spoken in Africa. According to US Bureau of African Affairs November 5, 2010 the total population of Ethiopia is estimated at 80 million of which the Oromo are said to constitute 40%. With today’s projected 93.9 million people of Ethiopia, Oromo accounted for about 35 million. Addis Ababa/Finfinne, sometimes known as the capital city of Africa, serves as the seat of Ethiopian government, Oromia regional state and many international organizations is located at the heart of Oromo land (Oromia). Among the nations and nationalities in Ethiopia, Oromos occupy an important position not only geographically but also socio-economically. Oromia State is the largest among the Regional States of Federal Republic of Ethiopia. It stretches from northwest Sudan border to south east to Somalia, from north Tigray border to south up to Kenya, and in the west from Sudan border to the east up to Djibouti. Oromos are the single most nation that has cultural contact with many nations and nationalities in Ethiopia. Natural resource from Oromia is the backbone of Ethiopia’s national economy. It mainly supplies most of agricultural products. Coffee, which generates about 60% of Ethiopia’s foreign exchange earnings and about 10% of government revenue, grows mainly in Oromia. Other major exportable agricultural products such as hides and skins, pulses and oil-seeds are also produced mainly in Oromia. Oromia has large reserve of gold, platinum, nickel, tantalum, iron, marble, and other non-metallic and industrial minerals. It is also estimated that Oromia has the Potential to provide hydroelectric power to the Horn of Africa. The main hydroelectric power of the country comes from Oromia. In addition, potentially rich geothermal power exists in the Great Rift Valley section, which passes through the heartland of Oromia. The main tributaries to the Great Ethiopian Grand Renaissance Nile dam come from Oromia.  Yet the Oromo are an invisible nation in the eyes of the world and political minority in the Ethiopian empire.Read More:- The Blacklisting of the Oromo Liberation Struggle for Freedom and Democracy final-4

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, September 24, 2014

Aside

ቄሮ/Qeerroo የኦሮሞ፡ ወጣቶች፡ ለነፃነት፡ ንቅናቄ፡ ድምፅ፡ የሳምንቱ፡ ዜና: September 24, 2014

Aside

“Dhungannaa diinaarra, ciniinnaa saba koo naaf wayya!”

Aside

Qeerroon: Abdii Biyyaa fi Wiirtuu Lafee dugdaa Oromiyaa ti!”                                                       Artist Caalaa Bultum

Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO): Fulbaana 23 bara 2014

Artistoonni Oromoo waa’ee eenyummaa fi aadaa Oromoo calaqqisuu fi guddisuurratti xiyyeeffachuudhaan hojjetan hiraara dabballoota wayyaaneetiif akka saaxilaman dargaggoon Oromoo Artist Caalaa Bultum gaaffii fi deebii iddoo jiru irraa SBO waliin taasiseen ibse. Uffannaa, callee fi faaya adda addaa aadaa fi eenyummaa Oromoo calaqqisu uffatanii hojiilee artii dhiyeessuu isaanitiin wellistoonni Oromoo hedduu rakkoon mudachuus ibse.

Dhalli Oromoo qayee isaarratti ajjeefamuu, qabeenya akaakilee fi abaabileen isaa dhaalchisanitti fayyadamuu odoo danda’uu mirgi isaa mootummaa wayyaaneetiin sarbamuurraa, jiruu gadadoof saaxilamuus gaaffii fi deebii kana keessatti dubbateera.

Lafti Oromoo warreen alagaa Itoophiyummaa leellisaniif ilaalchi godhameefii gatii rakashaan itti gurguramaa jiraachuu kan dubbate Artist Caalaa Bultum, rakkoo ummanni Oromoo keessa jiru kana ibsuudhaaf wallee isaa sirba Mormii maastar pilaanii magaalaa Finfinee fi diddaa barattootni/Qeerroon geggeessan ibsu kan “ Ka’i Qeerro ni kaanaa, ka’i Oromo ni kaanaa, diinatu daangaa darbee; Goobanaa Daancii lammaffaan argee…….Imaanaa abbaa hin nyaadhu, eenyummaa koo hin dagadhu, du’eetan bada malee biyya koo ormaa hin laadhu…” jedhu baasuu dubbateera. Kanarraas hiraara humnoota wayyaaneef affeeramuu dabaluun ifa godhe.

Wayyaaneen nama tokko akka garaa isaa guuttatee jiraatu gochuun ummata bal’aa ammoo beelessuudhaan beekamti kan jedhu wellisaa Caalaa Bultum, dabballoonni wayyaanee OPDOnni diinaaf ergamuun ummata Oromoo hiraarsaa fi safuu ummataa mulqaa jiru jedheera. Ajjeechaa humnoonni wayyaanee barattoota Oromoo irratti raawwatan innumti argee akka ragaatti kaasudhaanis, ajjeechaa dabalatee yakki mootummaan wayyaanee afaaniin waa’ee dimokraasii lallabaa ummata Oromoorratti raawwattu hedduu suukaneessaa tahuu fi sirnicha jalatti rakkoon ummata Oromoo ittuu hammaate malee jijjiiramni ummatichaaf dhufe homaatuu kan hin jirre tahuu dubbateera.

Sochiin Qeerroo bilisummaa Oromoo wayta ammaa kana guutummaa Oromiyaa keessatti deemaa jiru hedduu kan namatti toluu fi ummata Oromoo kan boonse” kan jedhe Artist Caalaa Bultum, warraaqsichi deggarsa ummata Oromoon dabaalamee finiinaa jiraachuu fi walabummaa Oromiyaa dhugoomsudhaaf shoora ol’aanaa taphachaa akka jiru gaaffii fi deebii SBO waliin taasiseen ibseera.

Akkuma qotiyyoo qaluuf jedhan amooleedhaan sossobanii mooraatti galfatan, Qeerroon Oromoo sossobbiidhaan daguuf olola dabballoonni wayyaanee maqaa walgahiitiin oofaa jiraniin odoo hin dagaminii fi FDG irraa duubatti jechuu akka hin qabne hubachiise artist Caalaan.  Fincilli Diddaa Garbummaa (FDG)n Oromiyaa keessatti barattoota sadarkaa 1ffaa hanga Yunvarsitiitti jiraniin deemaa jiru hedduu kan nama gammachiisuu dha kan jedhe wellisaa Caalaa Bultum hundumtuu harka walqabachuun barattootaa fi qeerroo Oromoo FDG irratti wareegaman, ilmaan Oromoo dirree falmaatti wareegamanii fi saba Oromoo barootaaf bilisummaaf wareegama baasaa jiruuf jecha diddaa gabrummaa akka finiinsan gaaffii fi deebii bakkuma jirurraa SBO waliin taasiseen dhaameera.

Gaaffii fi deebii dargaggoo Oromoo Artist Caalaa Bultum waliin taaisne sagantaa Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) kan gara fuulduraa keessatti akka dhiyeessinu beeksisna.

Gaaffii Mindaan Kan Wal Qabateen Poolisoonni Naannoo Oromiyaa Diddaa Kaasaa Jiru.

Aside

Gabaasa Qeerroo Fulbaana 24,2014

img0029a

 

Mootummaan Wayyaanee somba keenyaan afuura baafatee, fiigichaa fi dafqa keenyaan,aangoo isaa irratti umurii dheereffate,nuti umurii keenyatti barumsa utuu hin jedhin maatii keenya irraa adda baanee kaayyoo mootummaan galmaan geenya jennee saba keenyaanis jibbamnee, mootummaan Wayayanee ofii rakkina keessa of baasee firaa fi dachee isaa irratti badhaadhee kan baatii baatiidhaan argannuttiyyuu miindaa seera qabeessan nuun gahuu didee jechuudhaan poolisoonni naannoo Oromiyaa gaaffii miindaa kaasanii akka jiran gabaasni nu gahe addeessa.

Akka gabaasni nu gahe ibsutti hojjetootni mootummaa yeroo ammaa gaaffii dabaliinsa miindaan wal qabatee kaasaa kan jiraniidha, miindaan ni dabalama jedhee hojjetoota isaa sobuu irrayyuu miindaa dhuma baatii beellama isaaniitti kennamu irra darbee yeroo ammaa poolisoonni naannoo Oromiyaa yeroodhaan miindaan nu qaqqabsiisuun maaliif akka hafe gaaffii waan nutty taheef mootummaa of irratti goobsinee aangoo isaa irratti baroota hamma kana utubaa fi humna isa taanee utuu jirru seeraan miindaadhuma qabnuyyuu nuun gahuu dide jedhuun, akkasuma mootummaan wayyaanee hidhattoota, humna nageenya Oromiyaa irraa ilaalcha gaarii waan hin qabneef karaa miindaan nu miidhuuf waan ka’aa jiruuf gaaffii miindaa irratti hirkatee kaasuudhaan diddaa jabeessuu irratti poolisoonni Oromiyaa argamaa jiraachuu gabaasni Qeerroo addeessa.

Dabalataan yeroo ammaa waajjiraalee dhaabaa godinoota Oromiyaa keessaa hojii irraa ariyamaa kan jiran keessattuu waajjira dhaabaa lixa shawaa Amboo irraa hojjetootni namni 8 ol hojii irraa mootummaan ariyee waan jiruuf, kunis hojjetootaa fi poolisoota oromiyaa keessatti gaaffiin isaa ka’ee kan jiruu fi akkasuma gaaffiin miindaan ka’aa jiru poolisoota qofa osoo hin taanee hojjetoota garagaraatiinis bakka hundaatti dabaliinsaan miindaan diddaa jabaatee kan jiru gabaasni Qeerroo nu gahe addeessa.

 

Wallee Haaraa Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoon, Fulbaana 24, 2014

Aside

Ethiopia: Systemic human rights concerns demand action by both Ethiopia and the Human Rights Council

Aside

amnesty

AMNESTY INTERNATIONAL

PUBLIC STATEMENT

AI Index: AFR 25/005/2014

22 September 2014

Systemic human rights concerns demand action by both Ethiopia and the Human Rights Council

Human Rights Council adopts Universal Periodic Review outcome on Ethiopia

With elections coming up in May 2015, urgent and concrete steps are needed to reduce violations of civil and political rights in Ethiopia.� Considering the scale of violations associated with general elections in 2005 and 2010, Amnesty International is deeply concerned that Ethiopia has rejected more than 20 key recommendations on freedom of expression and association relevant to the free participation in the elections and the monitoring and reporting on these. These include in particular recommendations to amend the Anti-Terrorism Proclamation, which continues to be used to silence critical voices and stifle dissent, and recommendations to remove severe restrictions on NGO funding in the Charities and Societies Proclamation.� The independent journalists and bloggers arrested just days before Ethiopia’s review by the UPR Working Group in May 2014 have since been charged with terrorism offences. Four opposition party members were arrested in July on terror accusations, and, in August, the publishers of five magazines and one newspaper were reported to be facing similar charges.

While Amnesty International welcomes Ethiopia’s statement of ‘zero tolerance’ for torture and cruel, inhuman or degrading treatment, and its commitment to adopt preventative measures,� it is concerned by its rejection of recommendations to investigate and prosecute all alleged cases of torture and other ill-treatment and to ratify the Optional Protocol to the Convention against Torture and Other Cruel, Inhuman or Degrading Treatment or Punishment.� The organization continues to receive frequent reports of the use of torture and other ill-treatment against perceived dissenters, political opposition party supporters, and suspected supporters of armed insurgent groups, including in the Oromia region. Amnesty International urges Ethiopia to demonstrate its commitment to strengthening cooperation with the Special Procedures by inviting the Special Rapporteur on Torture to visit the country.� Unfettered access by independent monitors to all places of detention is essential to reduce the risk of torture.

Ethiopia’s refusal to ratify the Convention for the Protection of All Persons from Enforced Disappearance is also deeply concerning in light of regular reports of individuals being held incommunicado in arbitrary detention without charge or trial and without their families being informed of their detention – often amounting to enforced disappearances.�

Ethiopia’s UPR has highlighted the scale of serious human rights concerns in the country. Amnesty International urges the Human Rights Council to ensure more sustained attention to the situation in Ethiopia beyond this review.

Background

The UN Human Rights Council adopted the outcome of the Universal Periodic Review of Ethiopia on 19 September 2014 during its 27th session. Prior to the adoption of the review outcome, Amnesty International delivered the oral statement above.

Amnesty International had earlier submitted information on the situation of human rights in Ethiopia: http://www.amnesty.org/en/library/asset/AFR25/004/2013/en/95f2e891-accc-408d-b1c4-75f20c83eceb/afr250042013en.pdf

Public Document

International Secretariat, Amnesty International, 1 Easton St., London WC1X 0DW, UK http://www.amnesty.org

Document in PDF

Source: Amnesty

SBO Fulbaana 24 Bara 2014 Oduu – Gaaffii fi deebii Art.Meetii Jamamaa kutaa xumuraa fi Barruu Jiituu Lammii akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Qophii Fulbaana 22, 2014 fi Seenaa J.Huseen Bunee Kutaa 4ffaa

Aside