Wallagga Ayiraa Gullisoo, Arsii Adaabbaa Keessatti Mudde 10,2015 Diddaan Siran Mootummaa Itiyoophiyaa Itti Fufee Jira

Aside

Ummnni Daandii Konkolaataa Shukutee Irraa Jalduu Geessu Cufuun Waraana Wayyaanee Darbaa Dhorkatee Jira.Qabsoon FDG Itti Fufe

Aside

Shukutee mudde 9 Shukuteee mudeee9

Partial List of Oromos Killed and Arrested By Ethiopian Government Forces.

Aside

cropped-qeerroo-edit.jpg

 

Partial List of Oromos Killed and Arrested in Connection to the Oromo Student Protest Opposing the Addis Ababa Master Plan

Report of Qeerroo Bilisummaa, December 09, 2015

I.                    Partial List of Oromo Students Killed By Ethiopian Government Forces in Connection to the Ongoing Student Protest (Revolt Against Subjugation) and in Opposition of the so called “Addis Ababa Master Plan”
No.    Name Place of Birth School/University attending Place Killed Date of Death
1 Gazahany Oliiqaa Horro Guduru Wollega Haromaya Haromaya December 1/2015
2 Guutu Abarra Dheeressa W. Wollega, Gulliso 12th grade student Gulliso December 2/2015
3 Karrasa Chala W. Wollega, Gulliso 12th grade student Gulliso December 2/2015
4 Dabala Tafa Robi N. Shoa, Fiche     _____ Chancho December 2/2015
5 Dajane Sarbeessa S. W. Shoa, Tole Secondary School student Tole December 3/2015
6 Miftah Junedin Bushura Hararge, Baddanno Secondary School student Farad December 5/2015
7 Murata Abdi Ibrahim Haromaya, Gutto 11th grade student Haromaya December 5/2015
8 Bekkele Sabbooqaa W. Shoa. Ada Barga Secondary School student Ada’a Barga December 8/2015
9 Eebbisa Bucho Finca Sochoa Fincha’a December 8/2015

 Partial list of Oromo Nationals Arrested by the TPLF led Ethiopian Regime in Connection to the Ongoing Student Protest (Mostly Finfinne (Addis Ababa)).  Read More:-  Partial List of Oromos Killed and Arrested by Ethiopian Government

Galmee Sabboontota Oromoo FDG Irratti Hidhamanii fi Ajjeefaman Keessaa Hamma Tokko Qeerroon Bilisummaa Baase.

Aside

cropped-qeerroo-edit.jpg

 

 

 

 

 

FDG Wajjiin Walqabatee Oromoota Hidhamanii fi Loltoota Wayyaaneen Ajjeefaman Keessa Hanga Tokko

Gabaasa Qeerroo Bilisummaa, Mudde 09, 2015

FDG gaaffii abbaa biyyummaa fi Maaster Pilaaniif mootummaa Wayyaaneetiin hidhaman kan naannoo Finfinnee irraa funaaname akka rmaan gadii ti.

Lakk.            Maqaa saala Umurii B/Dhalootaa Sadarkaa banootaa Hojii Teessoo Jireenyaa
Kutaa magaalaa Aanaa Ganda
1 Habtamu Milkeessaa Dhiira 26 G/Afdaa Sabbataa Digrii Alpha Uni. Barataa  w.1ffaa Godina Addaa FF Buraayyuu 03
2 Girma Xiruneh Saaqqataa ,, 34 Wallagga lixaa,Mandii 6ffaa Weellisaa Bole 12 12
3 Immiruu Nagawoo Jimmaa ,, 42 Wallagga Lixaa, A/Walal 6ffaa Bole Mikaa’elatti waardiyaa churchii Makana yesus Bole 12 12
4 Shifarra Girma Sanbata ,, 23 Gindabarat dippiloma Barsiisaa Godina addaa Sabbataa 01
5 Sajin Cala Fiqadu Abdata ,, 25 Wallagga Bahaa, Waamagalo 10+3 Poolisii Finfinnee Bole 12 12
6 Dajane Fayisa Xaafa ,, 32 G/Addaa, Sabbataa Hin baranne Ogeessa ijaarsaa Bole 12 12
7 Komsisa Dhuguma Milkeessa ,, 23 Amboo 10

+3

Poolisii Finfinnee Bole 01 01
8 Gammachu Tariku Ijjigu ,, 23 Qellem wallagga, 10ffaa Poolisii Finfinnee Bole 01 01
9 Bekuma Tadese Sande ,, 23 Naqamte 10+3 Poolisii Finfinnee Bole 03

Guutummaan Gabaasaa Kanaaf PDFn Kunooti:- Gabaasa Qeerroo Bilisummaa Mudde 09, 2015

Barattooti Oromoo Yuuniversitii Finfinnee Mudde 9,2015 Gaddaan Mataa Qabachuu fi Calleensaan Diddaa Sirna Wayyaaneef Qaban Muldhisan.

Aside

” Bilisummaa Barbaadna! Gaaffiin Keenya Bilisummaa Dha” Jedhu Gootonni Oromoo Gara Kibba Lixa Shaggar Magaalaan Gidnoo,Mudde 9,2015

Aside

Godinni Kaaba Shaggar(Godinni Salaalee) Daandii Cufuun Bulchiisa Wayyaanee Lagatan, Midaaqenyii fi Gincis Hamma Galgala Kanaa Diddaa Itti Fufan.

Aside

Muddee 09,2015 Gabaasa Qeerroo
Haa dursuu nagaan Oromummaa!, Godinni Kaaba Shaggar(Godinni Salaalee) bulisummaa ishee labsachuuf jirti!! Yeroo amma kana Daandiin Finfinnee Gara Kaabatti Naannoo Amhaaraa fi Goojjamitti Geessuu Guutummaatti Cufamee Jira. Konkolaataan Finfinnee gara Kaabatti adeemu karaa darbaa dhabee Caancoo hanga Muka Xurii Ga’utti karaa Darbaa Dhabee hidhamee wal cufee dhaabatera, Kellaawwaan hedduun daandiin citee, bakkoota hedduutti Cufamee jira, Uummatni hanga gaaffiin mirga abbaa biyyummaa deebii argatuutti poolisiin Federaalaa nutti hin seenuu hin qabu. poolisiin Federaalaa nuti seennaan Dubbiin akka hammaatu akeekkachiisan, Gabaasaan kun Amma mudde 9/2015 halkan keessa sa’aa 4:20 irratti kan isiniif erginedha. Jaalli keenyaa Hoogganaan Godina Salaalee amma achuma uummata keessatti argama.

Alaabaan Keenya Ni Fannnifame Godina Shawaa Lixaa Ona Miidaqanyi fi Gincitti Diddaan yeroo ammaa kana oromiyaa keessatti uummataan qabatee jiru
gara dhumaa fi Bilisummaatti dhiyaatee yeroo uummanni oromoo biyyattii keessa jiru bilisummaa faarsaa jiruu fi gaaffiin walabummaas kaatee
finiinaa jirtu kanatti sirna mootummaa abbaa irree Wayyaanee waliin fonqolachiisuuf wareegamni bahaa jiruun FDGn oromiyaa keessatti
finiinaa jira.
Akkuma yeroodhaa yerootti gabaasa jirru uummanni yeroo kana diddaa daandi cufuu, tarkaanfii diinaa fi qabeenyaa wayyanee irratti fudhataa
jiraatuun waanuma ganamaan itti fufeedha. Hara Muddee 9/2015 galagala keessaa saa 10:00 booda shawaa lixaa aanaa Miidaqanyii fi
Gincitti FDG dhoween Alaabaan Itoophiyaa manneen barnootaa fi waajjiraalee OPDOtii gadi buee Alaabaan keenya ( Adda Bilisumma
Oromoo) fanifamee jira.
Galgala kana magaalan Gincii dhaadannoo WBO fi Dhaabni keenya ABOdha abbaan lafaa ABO dha, Abbaan Biyyaa ABO dha, Lafti Kan Oromooti,
Wayyaanee miti ABO kan nu bulchuu qabu jechuudhaan galgala kanaa dhaadannoon gootota dargaggoota oromoo magaalota Gincii keessatti
alaabaan erga olkaee booda dhaadannoo dhageesisuun beekamee jira.

Aside

Gaazeexaan LEELLOO Tokkicha Afaan Oromoon Jalqabe Marsaan Sadaffaa 3ffaa Magaalaa Guddiitti Oromiyaa FINFINNEE Keessatti Maxxanfame.

Leelloo 3rd edition

Ummanni Oromoo Magaalaa Naqamtee Walgahii Wayyaanee Guutuutti Lagate. Achuma Naqamtee fi Godina Arsiitti Nagallee Ammoo Barattooti Rasaasa Wayyaaneen Rukutaman.

Aside

Wallagga Naqamtee Muddee 9,2015

Wallagga Naqamtee Muddee 9,2015

Arsii Nagallee,Mudde 9,2015

Arsii Nagallee,Mudde 9,2015

” Daandii Kutna Akka Wayyaaneen Biyya Keenya Hin Seenne” Jedhu Barattooti Oromoo Lixa Shaggar,Shututee Irraa,Mudde 9,2015

Aside