QEERROO

The National Youth Movement for Freedom and Democracy

QEERROO

Hundee Gaaffii Saba Oromoo: Hayyuduree ABO Ob Daud Ibsaa

Aside

Oromo Voice Radio

Namoota garii biratti gaaffii saba Oromoo gaaffii dimokiraasii fi mirga namoomaa callaa fakkaata. Garuu, gaaffiin ummata Oromoo gaaffii sabummaa ti; gaaffii mirga abbaa biyyummaa ti; gaaffii mootummaa mataa ofii qabaachuu ti. Haasawaan Hayyuduree ABO, Ob Daawud Ibsaa, waggoota muraasa dura godhan kunis hundee gaaffii saba Oromoo hubachiisa.

The Demands of Qeerroo Oromia. National Youth Movement for Freedom and Democracy /May 2011

Aside

The Demands of Qeerroo Oromia. National Youth Movement for Freedom and Democracy

1. Whereas the TPLF/EPRDF regime has been ethno-centric both in its Stalinist organizational structure and the socio-political agendas it promotes; Whereas its loudly self eulogised federal structure of the country has become nothing but only a divide and rule system; Whereas it has mainly been targeting the oppressed nations and nationalities like the Oromo, Ogaden, Sidama and other peoples of the south as its primary enemies.

Therefore, we demand that the regime immediately stop the twenty years of continued Military Campaign in Oromia, Ogaden and other oppressed areas to forcefully silence the legitimate demands of these peoples.

2. Whereas Meles Zenawi has managed to cling on to power for the last two decades only through mass repression and oppression; Whereas Mr. Zenawi’s system of rule has been marked by unparalleled massive and persistent human rights violations (mass harassment, displacement, torture, imprisonment and killing of citizens); Whereas there are still tens of thousands of individuals languishing in Meles Zenawi’s prison as prisoners of conscience.

Therefore, we urge for an immediate and unconditional release of all political prisoners. We demand that especially the prison Maikelawi (central investigation prison), a traditionally established central chamber of torture, mutilation and slaughtering of human beings, be immediately dismantled and closed for ever.

3. Whereas Meles zenawi’s government continues to be bragging about an unseen rate of economic growth, sheer existence has virtually become impossible for the majority of Ethiopians. Whereas today inflation and scarcity have become acute to the extent of making life impossible even for the so called urban middle class society as a result of misguided economic policy of the regime; Whereas disease, illiteracy, hunger and famine remain to be the mark of Ethiopian overall social economic life.

Hence, we urge for an immediate supply of basic goods such as sugar, oil and bread for the people by the government while in the meantime the market and all related economic policies be corrected and rectified.

4. Whereas there is no a sphere of social life that Mr. Zenawi’s regime didn’t encroach into, more is so with the economy; Whereas it is a public secret that virtually all major economic institutions are owned by TPLF’s oligarchy known as EFFORT and controlled by Azeb Mesfin, the wife of the Prime minister.

We demand that all the so called private properties of Zenawi’s family be confiscated and further investigation be undertaken into the yet unknown level of corruption by the family and close associates.

5. Whereas Ethiopia is an agrarian society where more than 90% of the population earn their means of life through farming; Whereas the motto “Land to the Tiller” has been the major rallying and unifying political demand of the entire Ethiopian peoples in the 1960s and early 70s that culminated in the 1974 Ethiopian Revolution and hence brought about the demise of emperor Haile-Sillasie and his dynasty; Whereas once again we are in a Zero-sum-Game situation as the TPLF regime started pursuing what is known as the Land-Grabbing-Policy; Whereas the currently and widely practiced Land-grabbing-policy of the TPLF regime would lead to mass dispossession, displacement, unemployment, socio-economic alienation and modern slavery by global economic powers.

Therefore, we demand that the policy immediately be stopped and that all international agreements made so far be annulled in effect.

6. Whereas Ethiopia has been downing from bad to worst in it’s over all political, social and economic system for the last 20 years; Whereas the political system is marked by a Stalinist conception of a holistic state, where power division is utterly absent and hence no real distinction between the legislative, judiciary and the executive bodies; Whereas Prime Minister Meles Zenawi is the melting pot of all those powers as a person, as the case has always been with all Stalinist regimes; Whereas Meles Zenawi has never been elected but only selected by the Stalinist state apparatus he himself created.

Therefore, we demand Prime Minister Meles Zenawi immediately leave his office and relinquish his state power.

7. Whereas the TPLF/EPRDF ruling party claimed in the last May 2010 election a landslide victory with 99.6% in a country where there have been more than 90 legally registered and competed opposition parties; Whereas the election board is just an extended hand of the ruling party; Whereas the national treasury, the Media, the federal police and security forces have always been directly used by the ruling party for facilitating the landslide victory the regime claimed; Whereas, in the face of all these, electoral politics have been nothing but a mockery and sham.

Therefore, we demand that both chambers of parliament be immediately dissolved. We want a transitional government be constituted from all major liberation movements and opposition political organizations towards instituting social justice and democracy.

Freedom, Liberty and democracy shall prevail!

2011

Mootummaan Ithiyophiyaa Lixa Shaggar Amboo Baadiyyaa Keessa Gurrandhala 11 Loltoota Konkolaataa 9 Har’a Guraandhala 12,2016 Ammoo Dabalataan Konkolaataa 7 Baadiyaa Qubachiisuun Ummata Hiraarsaa Jira,Maanguddoon Ganna 70s Ukkamfame.

Aside

Gurraandhala 12,2016

Amboo irraa :Akkuma beekama ummanni godina lixa Shaggar  aanaa Amboo gandoota baadiyyaa naannoo Waddeessatti FXG Qeerroon Bilisummaa haala si’aawaan adeemsisa turan.Kanuma sababeeffachuudhaan Guyyaa kaleessa,11/02/16 humni waraana Wayyaanee konkolaataa sagaliin halkaan keessa sa’aatii 7 irratti basaastootaa fi jaalleewwan isaanii kan ta’an fknf dura taa’aa ganda dikii kan ta’e Gaddafaa Giddumaa kan jedhamu humna ergamtoota kana deeggaruun mana jireenya qotee bultoota ganda Dikii,galaan waddeessa,kaarraa fi haaruu xiroo keessa jiraatan ukkaamsise qabsiisa bule.kan baay’ee nama gaddisiisuu manguddoo waggaa 70 obbo Sisaay Qaabataa kan jedhaman ganda Galaan Waddeessa keessa qabsiisee isaa buteen isaa hin beekamu.haaluma wal fakkaatuun guyyaa har’aas,12/02/16 humni waraana agaaziin halkaan keessaa sa’aatii 3 irratti konkolaataa 7’n magaala ambooti achi deema jiru.

FXG Golee Oromiyaa Mara Keessatti Bifa Isaa Jijjiiree Torbaan Kana Guutummaatti Itti Fufee Jira. Garuu har’a Guraandhala 12/2016 Bakkoota Adda Addaatti Itti Fufe.

Aside

1. Godina Harargee bahaatti magaalota akka Giraawwaa fi kkf keessatti gandoota qonnaan bulaa hedduuttis gaaffiin mootummaadhumti wayyaaneen maal taanan uummata oromoo irratti harka isaa diriirfata doorsisni afaan qawwee hanga yoomitti jedhuun uummanni FXG har’a adeemsisee jira. Guyyaan har’aa Juma’aa irrattis hordoftootni amantaa musliimaa bakka saalata isaaniitti masjiida masjiidatti ajjeechaan haa dhaabbatu, doorisni uummata keenyarraa haa dhaabbatu…. Jechuun waraqaa hedduun barreessuun qabatanii argamaniiru. Gandootni qonnaan bulaa Hahargee bahaa keessatti argaman daandii cufuutti kana booda wamicha waliif dabarset jira.

2. Godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo, Jimma horoo fi Qaqetti FXG haareffamee waan jiruuf kaleeysaa irraa kaaase korri bittinneessaa waraana wayyane uummata goolaa jira. Qonan bulaan hidhaatti guurama jiru. Garataan akkasuma jedhu Qeeyroon gabaasan. Hidhaatti kan guuramaa jiru jabaatus nuti qabsoof booda hin deebinu diina jilbeenfachiisnee injifannoon keenya fiixan baasna jechunis dargaggootni godina qellem aanaale kanen keessatti dhaadanno isaani waraqaa fi sagaleedhan wal dhageesisa jiru. Dinni ammalle humna qabuun uummata doorsisaa jira.

3. Magaala Adaamatti FXG har’a taphattootaan dhowe. Taphattootni wal dorgommii irratti walitti dhufan mootummaa wayyaaneef oromoo kan tahe kamu akka hin jilbeenfanne fi waamicha sagalee dhaadannootn dhageesisuun poolisiin naannoo oromiyaa tarkanfii fudhatuu dargaggoota irratti qeeyroon gabaasee jira.

Godina Arsitti FXG itti fufsisuuf waamicha kallattii garagaraan taasifamaa jira. uummanni wal kaasuudhaan mootumma wayyanee abba irree ofirra
fonqolaachisna jechuunis wal yaamaa akka jiru qeeyron gabaasera.

Har’a Guraandhala 12 / 2016 Harargee Bahaa Magaalaa Gurawaa fi Godina Gujii Magaala Daawwaa Okkotee Keessatti FXG Itti Fufuun Goototi Qeerroo Dhadannoo Warraaqsaa Dhageessisaa Oolan.

Aside

Dhadatnoo ABO WBOn Haa Jiraatu Jedhu Goototi Qeerroo Bilisummaa

“Maal Dhaamani Jaallan Qabsoof Kufanii” Faaruu Alaabaa Guyyaa WBO Nairobi Kenya. 2016

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Gurraandhala 11,2016

Aside

FXG Godina Qellem A/Jimmaa Horroo Keessatti Uummataan Itti Fufee Jira.‏

Aside

Guraandhala 12,2016 Godina Qellem Wallaggaa aanaa Jimmaa Horroi ganda Warra Baabboo keessatti guyyaa lama dura kan gabaafame gaafa Guraandhala 9/2016 halkan keessaa sa’a 5:00 booda uummanni waamicha waliif taasisee ture.Halkan kana sa’a kana irraa kaasee FXG aanaa kana keessatti uummata qonnan bulaa baadiyaa keessaan dabalatee hamma ammaatti itti fufee jiraachuu Qeerroon keenya achirraa gabaasa gochaa jiru.
Guraandhala 10/2016 guyyaa guutuun FXG magaala Jimmaa Horroo keessatti taasifamaa oolera. Manneen daldalaa cufaatti oole. Dhaadannoon uummataa sagalee guddaadhaan daandii cufuun dhageesisaa oolaniiru. Barataan barumsa dhaabee FXGtti uummata waliin hirmaatee jira.
Sirbootni qabsoo uummataan dheekkamsaan kan guute qonnaan bulaa gandichaa waliin fincilli waraana wayyaanee rifaasisu kaleessa Guraandhala 10/2016 kan gaggeeffamaa oole yoommmuu tahu Itti fufuuudhaan ha’ammoo Guraandhala 11/2016 Humni waraanaa poolisii Oromiyaa fi kora bittinneessaa fi federaalli karaa magaala Nuunnuu irraan gara ganda Baabbotti bahuudhaan guyyaan kaleessaa gabaa kan ture FXG kana tasgabbeessuu kan hin dandeenye har’a haala daandii mijeeffataniin dargaggoota oromoo naannichaa tokko lamaan butanii dhabamsiisaa oolaniiru. Dargaggoota dhabaman keessaa
1. Marii Ayyawuu
2.Bulii Abdataa kannen jedhaman humna tikaatiin qabamanii eessa akka geeffaman kan hin beekamneedha. Waraanni wayyaanee halkan kanas gara sanatti bobbafaamaa jiruu fi achis buufatee jiru FXG aanaa Jimmaa Horroottii ka’ee jiru dura dhaabbachuuf kan ergamee achi buufatee jiru tahuun Qeerroon gabaasee jira.

Aside

Guraandhala 11/2016 Godina Dhihaa Oromiyaa keessatti Warraaqsii Biyyooleessa Oromiyaa Daran Jabaachuun Kutaalee Hawaasaa Oromoo hunda kan hirmaachiseen Konkolaachiftootni daandii Amboo-Finfinnee fi Amboo Naqamtee -Finfinnee Warraaqsaa uummata isaaniitti dabalamuun Warraaqsaa Hojii Dhaabuun itti Fufan.

  Rakkoon taajaajila Geejjibaa guddaan Amboo -Finfinnee Akkasumaas Amboo Naqemtee -Finfinnee Gidduutti mudachuun Godinni dhihaa Oromiyaa raafama ulfaataa keessa galte jirti

Aside

GuraanDhala 11/2016 Godinaalee Oromiyaa Garaagaraa keessatti Barruuleen Warraaqsaa FXG , Waarraaqsaa FXG itti fufsiisanii fi ABO  fi uummata Oromoo faarsaan Uummataaf raabsamuu fi bittneefamuu fi Daandiin Bakkoota Hedduutti Halkan Edaa Cufamuun  Mootummaa Wayyaanee Yaaddoo isa Dhumaa keessa galche jira.

   Godina Lixaa Shawaa Aanoota Garaagaraa kanneen akka Giincii, Jalduu, Ilfata, Amboo ,waddeessa, Xuuqur incinnii, Tokkee, Kuttaayee, Baabbichaa, Geedoo Calliyaa, Midaa Qanyii, Horroo Guduruu jimmaa Raaree , Guduruu,  Finca’aa  fi Godinaalee Bahaa Wallaggaa, fi Godina Kibbaa Lixaa shawaa Walisoo fi naannoo ishee fi Godinoota Oromiyaa dhihaa bakkoota hedduutti barruuuleen Warraaqsaa bittineeffamaa fi maxxanfamaa buluufi daandiiwwaan konkolaataa darbanii darbanii cufamuun  wal qabatee Wayyaaneen yaaddooftee Waraada  ishee dabalataan  Oromiyaa keessa qubsiisaa jiraachuun ibsame jira.

   Haaluma Wal Fakkaatuun Godinaalee Bahaa Oromiyaa Magaalaa Dirree Dawaa , fi Godinaal;ee Harargee Bahaa fi Harargee Lixaa, Godina Arsii Lixaa magaalaa Dodolaa fi bakkoota hedduutti barruuleen warraaqsaa bittinneefamuu fi maxxanfamuun Walqabatee Warraaqsii haalaa jabaatee itti fufaa jiraachuu irraa Mootummaan abbaa Irree Wayyaanee Muddama seenuun waan qabee gadhiisuu dhabuun humna Waraanaa isaan biyya goolaa fi Shororkeessa kan jiruu ammaas Waraanaa kallattii hundaan bobbaasaa jiraachuu fi Sochii amma adeemaa jiruu irraatti Waraanni Wayyaanee Wayyaaneetti garagaluun isaa kan hin ollee ta’uun hubatamee jira.