Oromoon qabsoo hanaga ammatti gaggeesseetiin ol, Qabsoo ijibbaataafi kan maayii tokko yoo tarkaanfachiise wareegama hanga ammaatti baasaa ture firii itti gochuun bilisummaa isaa nigoonfata!!

Aside

 Hariiroo Jorgoon

darooo labuuWarraaqsi/siyaasaan ni dhalata, ni guddata, nidullooma nidu’a kan jedhamu mirkaneeffachuuf, dhalachuu Qeerroo Bilisummaa Oromoofi du’a EPRDF/TPLF wayyaanee hubachuun gahaadha. Siyaasaan EPRDF har’a dulloomuu bira taree du’ee tortoreera. Ammaa booda akkaataa deebi’ee ka’uu hindandeenyetti dhumateefii jira. Amma iddee hundatti sabni hundi wayyaanee xireeffateera. Qabsoon Oromoos ta’e kan saboota biraa ammaa booda ta’ullee waa’ee awwaalcha reeffa EPRDF/TPLF isa tortoree ajaawe kanaati. Awwaalchi TPLF kun ammoo fuula sadii qaba. Isaan kana keessaa inni sadarkaa duraa akka gaariitti raawwatameera. Amma sadarkaa lamatu hafa. “Ofiifuu duuti maaf of huuti?!…” akkuma jedhamu, duraan dursa TPLF kan wadaroo morma isheetti of keesse gaafa federaalizimii diigdee master pilaanii dirqamaan gaggeessuuf yaalte ture. Kun du’a ishee yemmuu ta’u. Qabeenyaan TPLF Oromiyaa keessa kallattii kamiinuu akka hinsossoone ta’e. Yeroo har’aa sanyiin TPLF Oromiyaa keessa socho’ee dalagatuu danda’u hinjiru. Kun ofdurallee kan yaadamu miti. Kanaaf Awwaalchi TPLF inni jalqabaa as irraa eegale. Amma yeroo har’aa TPLF fi sanyiin isaanii kan dalagachuu danda’an Finfinneefi naannawa biraa keessatti qofaadha. Naannawa biraa yeroo jennu tigraayiin dabalatee jechuudha. Oromoon qabsoo hanaga ammatti gaggeesseetiin ol

Aside

Bitootessa 15,2016 Godina Wallaggaa anaa Jaarsootii bartonnii manaa barumsaa sadaka 2ffaa fi qopha’insaa jaarsoo mormii jabaa dhageessisa olanii jiru haalumaa kanan motummaan wayannee namoota hiidha jiru kane7661_587694608049125_7789094319861921021_nen hiidhamaan
1, B\sa Adamuu Du12829159_587696114715641_4424549878746469208_oreessoo
2, Dasaleeny Alamayyoo
3, Jabeessaa
4,Gammee dargagonnii hedduun baqataanii jiru,

SBO Bitootessa 16,2016. Oduu, Qophiilee haala yeroo irratti fuulleffatanii fi Gabaasa hiriira nagaa hawaasa Oromoo Faransaay akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

“ABO”Walaloo Warraaqsaa

Aside

Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee Ganda Ashkoo Keessatti Barruuleen Warraaqsaa Raabsamaa Oole.

Aside

Bitootessa 14,2015

Godina Arsii lixaa aanaa kofalee ganda Ashkoo keessatti kaleessa irraa kaasuun waraqaale dhaadannoo hedduun kan magaala keessa faca’ee jiru
– Uummanni oromoo Bilisummaa barbaada
– Ajjechaan uummata oromoo irra gahaa jiru haa dhaabbatu
– Gumaa barattoota keenyaa haa baafanu
– Mootummaan wayyaanee nun bulchin
– Qabeenyaa diinaa irratti tarkaanfii fudhachuu qabna
– Wayyaaanee aangoo irraa hanga buusnutti boodatti hin deebinu
– Oromiyaan haa bilisoomtu
– Wayyaaneen hattuudha uummanni qabeenya keessan eeggadhaa Kan jedhu warqaalen xixiqqaan bittimfamee jira. Shaashimannee
dabalatee waraqaan bittimfamaa jiraachuu Qeerroon gabaasee jira. Kaabinoonni fi ergamtootni diinaa magaalota keessaa miliqaa jiru humni
wayyaanee haala kana sodaatee meeshaa gurguddaadhaan godina arsii keessa buufataa jira.

Sakatta’insan Barattoota Rakkisuun Mooraa Guddicha Main Campus Yuunibarsiitii Jimmaatti Jaabaate

Aside

Bitootessa 15,2016
Waan qabee gadi dhiisu kan dhabe humni diinaa Agaaziin guutummaa mooraa Yuunibarsiitii Jimmaa Kutaa lamaa wal qoodee qubsuma bakka lama taasifachuun kan jiru dararaa barattootaa itti fifee jira.Akkasuma Komaandara Moorichaa kan ta’e Kaalid Abbaa Tamaam wayiita kana icciita barataa dhabuun dhukkubbii kan itti ta’e haala barataa ittiin qabatu yoo dhabu shirrii sobaan yeroo barattootarratti ragaa funaannachaa jiru kanatti haala mooraa of sodaachurraan guutummaa Doormiirra deemsisee sakataasisaa jirachuu gabaasi Qeerroo ibsa.

Aside

ቄሮ :የኦሮሞ: ወጣቶች: ለነፃነት:ንቅናቄ: ድምፅ: የሳም ንቱ: ዜና:: (SQ) March 12, 2016

Aside

SBO Bitootessa 13,2016. Oduu, Ibsa ABO Haala Yeroo Irratti, Gabaasa FXG, Gabaasa Hiriira Hawaasa Oromoo Berlin, Germany Fi Qophii Biroo…

Aside

Guyyaa Har’aa Bitootessa 12,2016 Barruuleen warraaqsaa Yuniversitii Wallaggaa Keessatti Raabsamaa Jira.FXG Itti Fufe.

Aside

Wallagga Wallagga2Bitootessa 12/­2016 FXG Yuunversiitii Wallaggaa keessatti ittifufe.Guyyaa har,aa kanas baratoonni diddaa barnoonni bilisummaa booda jedhu dhaadannoo godhachuudhaan diddaa isaanii itti fufanii jiru.Duulli barnoota dhaabuu kun edda jalqabee gu har,aan guyyaa shanaffaa isaa yemmuu ta,u baratoonni hundus barnoota dhaabuun gara maatiitti akka imalaa jiran maddeen keenya achirraa arganne ifa godhu.Guyyaa hara,a kanas ganama irraa ka,uun waraqaan Qeerroo guutummaa yuunversiitichaa keessa raabsamaa waan ooleef yeroo ammaa kanas hoomaan waraanaa Guutummaan mooraa yuunversiitichaaf naannoon isaas hoomaa waraanaan dhuunfatamteetti.Keessumaa guyyaa har,aa kana baratoonni muraasni doormii keessatti hafanii waan jiraniif baratoota kanaanis yookaanmooraa gadhiisaa yookiinimmoo daree barnootaa seenaa baradhaa jechuun poolisoonnifederaalaa fi kan kaampaasichaa baratoota akkadoorsisaa jiranillee maddeen keenya eeraniiru.Mooraanis yeroo ammaa kanas qullaa taatee jirti .