SBO Fulbaana 09,2018. Oduu fi Gaaffii fi deebii miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO J.Atoomsaa Kumsaa waliin goone

Aside

SBO: Fulbaana 7 bara 2018. Oduu fi Qophii addaa Konfirensii Gamtaan Barattoota Oromoo Finfinneetti qopheesse ilaallatu -Kutaa 2ffaa.

Aside

SBO: Fulbaana 5 bara 2018. Oduu, Gabaasaa Gumaacha Sabboontotni WBO Jabeessuuf Taasisanii fi Qophii addaa Konfirensii Gamtaan Barattoota Oromoo Finfinneetti qopheesse ilaallatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

SBO FULBAANA 02,2018. Oduu, Ibsa Miseensi Sh.Gumii-GS-ABO J.Ibsaa Nagawoo Gaazzexeessotaaf kennanii fi gaaffii fi deebii maanguddoo Oromoo Obbo Jeeyluu Abubakar Damboobaa waliin goone kutaa 3ffaa fi xumura

Aside

SBO Hagayya 31,2018. Oduu, Gabaasa Gumaacha Maadhelee fi Gaaffii fi deebii maanguddoo Oromoo Obbo Jeeyluu Abubakar Damboobaa waliin goone kutaa lammaffaa

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Hagayya 30,2018

Aside

 

Gaafiif Deebii hirmaatota Kora Simanna ABO Godinaalee irraa dhufanii wajjin taasifne

Aside

 

SBO Hagayya 29,2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO, Gaaffii fi deebii maanguddoo Oromoo Obbo Jeeyluu Abubakar Damboobaa waliin taasisame kutaa lammaffaa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa OROMOO HAGAYYA 28/2018 Gaaffiifi deebii gaazexeessitoota SBO fi TV Gaaddisa Dhugaa kanneen Finfinnee jiran waliin godhame.

Aside

Adeemsi Araaraa Akka Hin Gufanneef Gaafatama Keenya Haa Bahannu

Aside

(Ijoo Dubbii ABO – Hagayya 26, 2018)
======================================
(SBO/VOL – HAGAYYA 26, 2018) – Adoolessa 08, 2018 Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Muummicha Ministeerotaa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahmed gidduutti yeroo jalqabaaf haasaan nagaa kan rakkoo siyaasaa mootummaa Itoophiyaa fi Saba Oromoo gidduu jiruuf furmaata karaa nagaa argamsiisuu akeeka godhate taasifamuun ni yaadatama. Tarkaanfiin seena-qabeessi sunis abdii fi gammachuu guddaa ummata keenyatti hore. Haasaan jalqabaa Muummicha Ministeerotaa Itoophiyaa waliin taasifamee guyyoota afur booda Addi Bilisummaa Oromoo kaka’iinsa mataa isaatiin labsii dhukaasa dhaabuu ifatti labsee abdii fi gammachuun ummata keenyatti bule kun akka fiixaan bahuuf fedhii fi kutannoo ol’aanaa qabaachuu isaa hojiidhaan mirkaneesse. Labsii Dhukaasa Dhaabuu kan haasaa jalqabame milkeessuuf labsame kana keessattis Irree fi Gaachana ummata keenyaa kan tahe Waraanni Bilisummaa Oromoo diina lolaaf isatti deemu of irraa faccisuu irraa kan hafe humnoota mootummaa Itoophiyaa irratti tarkaanfii waraanaa akka hin fudhanne ifatti ajajni fi qajeelfamni dabreefi. Continue reading