“ABO Ibsaa Karaa Walabummaa Dhugaa” Artist Jamaal

Aside

Diddaa fi Gaaffii Mirgaa Qonnaan Bultoota Oromoo Hararge Lixaa Masaalaa Caamsaa 19,2016

Aside

Gootonni Ummanni Oromoo fi Qeerroon FXG Gaggeessaa Jiran KM 20 ol Deemuun Magaalaa Masalaa Gahan.

Aside

Caamsa 19, 2016 abbootin barattootaa dhumaa jirani ,Qonnaan bultoonni nannaawwaa Masalaa kiilomeetira 20 ol miilaan deemuu turan yeroo magaalaa Masalaa gahan 

Gamoon Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Walakkaa Ol Eda Halkan Caccabee Buluun Beekame.

Aside

IMG_20160517_155143 IMG_20160517_155531Caamsaa 19/05/2015 Guyyaa kaleessaa jechuun Roobii galgala halkan irratti godina Wallaggaa bahaa magaalaa Naqamtee keessatti kan argamu gamoon bulchiina magaalaa Naqamtee walakkaa ol kan ta’u gutummaa guutuutti human hin beekamneen akka caccabe gabaasi naannicha irraa nu gahe addeessa.

Har’a Caamsaa 19/2016 Goodina Harargee lixa Magaalaan Masalaa FXG deemaa jira.

Aside

Time of Menopause and vanguard of victory

Aside

By Dr. B.K.Deressa

Inline afbeelding 1For more than 100 years, the Oromo people has been at war with enemies sworn to its destruction. It did not seek enmity or hostilities with them.  For much of this period, the Oromo leaders has pursued various strategies – including military engagements, benign neglect, willful blindness and outright appeasement . They all ignore the aforementioned realities and, as a practical matter, have exacerbated them. A lack of clarity about these realities or a strategy for dealing effectively with them has contributed to a strategic environment of great and growing danger and a wholly inadequate Oromo people struggle capacity for contending with such perils.

Ethiopia is a key strategic ally for the War on Terror, which insulates it from any US condemnation. Ethiopia receives the largest aid in Africa — an average $3.3 billion per year. The government abuses aid money to the extent that even government-provided seeds and fertilizer is denied to farmers who are not party members. Regarding the current uprising, the United States has issued a statement of concern. However, the regime itself is noticeably unconcerned because it knows these statements by the U.S. are accompanied by little or no action. Even the African Union, with its headquarter in Addis Ababa, while rightly concerned about a potential genocide in Burundi, is conspicuously silent on the massacre taking place against the Oromo right on its doorstep.

The Ethiopian military as an institution has acquired unprecedented power. Under any conceivable scenario, the military will continue to be a key and decisive player. Yet, it is not a truly national army; at the officer corps level, it is heavily dominated by Tigreans. Control of key economic sectors by the military under the EPRDF have made it difficult to limit its role to a strictly military one. The military’s role has other consequences of spiraling ethnic conflicts which have reached a boiling point in the current uprising. EPRDF rule has engendered profound hatred and resentments among different groups with Ethiopian society.Time of Menopause and vanguard of victory

Jechoota Gootowwan Oromoo / Dargaggoo Saaphaloo Kadir GGO 2016 Nairobi Kenya

Aside

GGO Ebla 15/2016 Naaroobii Keenya WALLEE WARRAQSAA Artist Faaxee Anniyyaa

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Caamsaa 18,2016

Aside

FXG Boolee Bulbulaa Keessatti Ka’e Itti Fufeen Namootni 3 Waraana Wayyaaneen Rukutamuu Lubbun Wareegaman n Madaa’an, Haramaayaatti FXG Itti Fufeera.‏

Aside

BarsiisotaCaamsaa 18,2016/ Magaalaan Boolee fi naannnoon ishee humna waraana Wayyaanee komaandoo jedhamaniin marfamtee jirti. Mootummaan Wayyaanee uummata Oromoo doorsisaan qabeenyaa isaa saamaa fi lafa isaa irraa guurratee gurgurataa ture amma kun hafee uummanni oromoo meeshaa diinni ittiin doorsisuuf utuu hi jilbeenfatin lafa isaa dura dhaabbatee falmii fi FXG gaggeessaa jira.

Yeroo ammaa mootummaan Wayyaanee maqaa ijaarsa seeraan alaa jedhuun manneen uummata oromoo naannowaa Finfinnee diigsisee abbaa qabeenyatti gurguratuuf yaalii taasisuun isaa ammaa kaasee kan itti hin milkkoofne tahuu FXGn feshelataa dhufeen uummanni naannoo Boolee Bulbulaa jiraatan mana isaani yeroo dheeraa irra jiraataan Wayyaaneen waraana isheetiin dirqisiistee diigsisuuf yaalii taasistee turteen har’a FXG uummata naannichaan dhoween dhukaasni uummata lafa isaaf bahee falmate irraatti dhuka’een namootni 3 wareegamuun kaan madawanii akka jiranii fi tarkaanfiin uummataanis waraana Wayyaanee irratti fudhatamuudhaan lafa keenya nurraa fudhachuufuu miti aangookeerrayyuu si gaggeessina jechuun uummanni FXG galgala kana finiinsaa jira. Kanneen du’an yeroof maqaa isaanii kan hin arganne dhukaasni yeroo dheeraa uummata iratti dhuka’een magaalaan Boolee fi naannon ishee Garji fi Boolee Bulbulaan walumaa galatti FXGn hudhamtee waraanni Wayyaanees keessa bololi’aa jira.
Gama biraatiin yuuniversiti Haromayyaatti dhukaasni barattoota irratti banamee jira. Mooraa yuuniversitii keessaa tarkaanfin diina fi waraana
irratti fudhatames jabaatee itti fufeera. FXG Haromayyaatti marsaa 5ffaa dhowee jiruun kan duubatti hin deebine tahuu diinnis hubatuudhaan soda guddaan wayyaanee qabatee jira.