Oromo TV:Gaafii fi Deebii Haala QABSOO Yeroo Amma Oromiyaa Keessa

Aside

Oromummaa cures the world cancer

Aside

Dr Baro KenoBy Dr. B.K.DERESSA

Adjusted Copy to:

  • Secretary-general united nations Mr. Ban ki moon
  • Secretary of state John F.Kerry
  • President of the European Commission Mr. Jean Claude Juncker

In medical terminology Cancer, also called malignancy, is an abnormal growth of cells. There are multiple types of cancer, including breast cancer, skin cancer, lung cancer, colon cancer, prostate cancer, and lymphoma. Symptoms vary depending on the type. Cancer treatment may include chemotherapy, radiation, and/or surgery and also the most common causes of death worldwide.

Today, I am not going to discuss about the cancer that originate from the abnormal growth of cells but I would like to discuss about the leading cause of death worldwide the man made cancer . That is absence of freedom, democracy and peace.

According to the National Consortium for the Study of Terrorism and Responses to Terrorism (START project), based at the University of Maryland: “For evidence that authoritarian states create an enabling environment for terrorism, one has only to look at the location and origins of the major terrorist groups active today. The Islamic State, for example, metastasized amid the Syrian dictatorship’s war with opposition rebels and the sectarian divisions sown by increasingly authoritarian Iraqi prime minister Nouri al-Maliki. An affiliate of the group has emerged in Egypt, where coup leader Abdel Fattah el-Sisi is cracking down on all forms of dissent. And Boko Haram has radicalized and expanded its reach amid extrajudicial killings and other ineffective tactics by the corruption-plagued Nigerian security forces. Given this reality, the most effective way for democracies to combat terrorism at home over the long term is to foster democratic governance abroad.”Oromummaa

TOKKUMMAAN HUMNA !!!! HUMNA TOKKUMMAA !!!!

Aside

SEENAA  Y.G(2005)  kutaa  2ffaa

Barreessaa dhugaa baasa!Walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa ummata keenyaa hawwinee yeroo onneen nu dhikkifattuu, yeroo bilisummaa warra kaanii ilaallee, hinaaffaan guggubannuu, wayita miidhaa Ummata keenya irra ga’aa jiru ilaallee garaachaa ciincofnuu,,,waan biraas yeroo of irratti uumnuu, gaaffii of gaafachuu qabnuutu jira. Ani maalan gumaachee ? isa jedhu. yoo qabxii kana irratti deebii quubsaa kennitan, rakkoo waan jettan guutummaatti hiiktu. Gubachuun hafee qabbanooftu. Yoo ta’uu baatee garuu waan jiru miti isa hin jirrellee dhabamsiisuuf ifaajjitu. Hanguma qabsoon yeroo fudhataa deemu ammoo, siyaasi addunyaa fi gabroomsaa akkasuma jabaataa, gaaffii keenya irratti gaaffii biraa kaasisaa fi dantaan humnoota adda addaa dabalamaa deemuu irraa, haala wal xaxaa seenuun waan hin hafnee. Yeroo qabsoo komannu, jajjaboo keenya, qabsaa’oota cichanii jiranitti, qeerrootti quba qabnuu, jalaqaba ani maal keessan jiraa ?TOKKUMMAAN HUMNA ……….HUMNA TOKKUMMAA !!!!! kutaa 2ffaa

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Hagayya 10,2016

Aside

Aside

20160808082937Gooti Oromoo kun Maqaansaa Melese Teshome, jedhama.Kaninni dhalatee guddate magaalaa naqamtee keessa naannoo safara maaramii 05 bakka jedhamu keessatti nama hojii suphaa Moobaa’ilaa hojjetee jireenya isaa of jiraachisaa tureedha.
Meleseen xinnummaa isaa irraa jalqabee nama oromummaa isaatti boonuu fi oromummaa isaaf jedhee nama dararaa guddaan irraan ga’amaa ture keessaa nama tokko.
Haa ta’u malee  yeroo darbe  Innis  karaa nagaan gaaffii abbaa biyyummaa isaa gaafachuuf ba’e namoota lubbuun isaanii irbaata rasaasaa ta’e keessaa tokko.Qabsa’an du’us qabsoon itti fufa.

በሰላማዊ መንገድ የተቃውሞ ሰልፍ ባካሄዱ የኦሮሞ ዜጎች ላይ በተደጋጋሚ እየተፈጸመ ያለው አረመኔያዊ ግድያ የኢትዮጵያን የፖለቲካና የደህንነት ቀውስ በእጅጉ ያባብሳል።

Aside

ሰላማዊ ሰልፍ ባካሄዱ የኦሮሞ ዜጎች ላይ የሕወሃት ስርዓት የፈጸመውን የጅምላ ግድያ በተመለከተ ከህዝቦች ትብብር ለነጻነትና ለዲሞክራሲ የተሰጠ መግለጫ

pafdየኦሮሞ ህዝብ በሕወሃት በሚመራው ኣምባገነን ስርዓት ላይ እያካሄደ ያለው ተቃውሞ ከህዳር 12 ቀን 2016ዓም ኣንስቶ በቀጣይነት እየተካሄደ ይገኛል። የኦሮሞ ህዝብ በመላው ኦሮሚያ ውስጥ በመንግስት ላይ ጠንካራ ተቃውሞ እያካሄደ ነው። የሕወሃት መንግስት ዜጎች ላካሄዱት የተቃውሞ ሰልፍ የሰጠው ምላሽ ጥይት በማርከፍከፍ የጭካኔ ግድያ መፈጸም ሲሆን በዚህም እስከ ኣሁን ከ670 በላይ የኦሮሞ ዜግች ተገድለዋል። በመቶዎች የሚቆጠሩት ደግሞ ቆስለዋል። ከ50,000 በላይ የሚሆኑ ዜጎች በሚታወቁ እስር ቤቶችና ባልታወቁ ቦታዎች ታስረው ለቶርቸር ተጋልጠዋል። ቁጥራቸው በውል ያልታወቀ ዜጎች ደግሞ ታፍነው ተሰውረዋል። ከተገደሉት ዜጎች መካከል ኣብዛኛዎቹ የዩኒቨርሲቲና የሁለተኛ ድረጃ ትምህርት ቤት ተማሪዎች፣ ወጣቶች፣ ነፍሰጡር ሴቶችና ኣዛውንት ናቸው። የሕወሃት መንግስት ሃይሎች ይህንን የግድያ ወንጀል በህዝቡ ላይ የፈጸሙት በጎዳና ላይ ብቻ ሳይሆን በምሽት የህዝቡን መኖሪያ ቤቶች ሰብረው በመግባት ጭምር ነው። ኣያሌ ዜጎች ከመኖሪያ ቤታቸው ተወስደው በፖሊስ ጣቢያዎች፣ በወታደራዊ ካምፖች፣ ዜጎች በጅምላ በሚታጎሩባቸው ቦታዎችና ወደ ተለያዩ ያልታወቁ ስፍራዎች ተወስደው ታስረዋል። ተመሳሳይ ሁኔታዎች በቤኒሻንጉል፣ በኦጋዴን-ሶማሊ፣ በጋምቤላ፣ በኣማራ፣ በሲዳማ፣ በኮንሶ፣ በደቡብ-ኦሞና በተቀሩትም የሃገሪቷ ኣካባቢዎች በግልጽ እየታዩ ናቸው። የሰብዓዊ መብቶች ተቋማት በኦሮሚያ ውስጥ እየተካሄደ ባለው የተቃውሞ ሰልፍ ላይ ግንዛቤ እንዲጨበጥ ለማስቻልና የኢትዮጵያ መንግስት በህዝቡ ላይ እየፈጸመ ያለውን እርምጃ በተመለከተ በስፋት ዘግበዋል። የኣውሮፓ ህብረትና የኣመሪካ የኮንግረስ ምክር ቤት የተቃውሞ ሰልፍ ባካሄዱ የኦሮሞ ዜጎች ላይ በስፋት እየተፈጸመ ባለው ግድያ፣ እስራትና ሰቆቃ ያላቸውን “ስጋት” በመግለጽ የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ እያደረሰ ያለውን ግድያና እንግልት እንዲሁም በኢኮኖሚ፣ በፖለቲካና በማህበራዊ ዘርፎች እያደረሰ ያለውን ስልታዊ መድልዖና ማግለል እንዲያቆም ጠይቀዋል።Ibsa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii – Hagayya 8 bara 2016 የህዝቦች ትብብር ለነጻነትና ለዲሞክራሲ መግለጫ — ነሃሴ 8 ቀን 2016ዓም

Dhadannoo Gootitti Shamarree Oromoo Dalloo Mannaa “Wayyaaneen nu hin bulchu! ABO tu nu bulcha”

Aside

Bordodde, Dirree Qaalluu

Aside

Bordodde Dirree Qaalluu Bordoddee

Dhangaggoo Baha Harargee

Aside

SBO: Hagayya 10 Bara 2016. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii fi Gaafii fi deebii Dura taa’aa Konyaa ABO Miniyaapoolis Jaal Soorii Sinyoon waliin taasifame Akkasumas SBO sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside