Gooti Oromoo kun Maqaansaa Melese Teshome, jedhama.Kaninni dhalatee guddate magaalaa naqamtee keessa naannoo safara maaramii 05 bakka jedhamu keessatti nama hojii suphaa Moobaa’ilaa hojjetee jireenya isaa of jiraachisaa tureedha.
Meleseen xinnummaa isaa irraa jalqabee nama oromummaa isaatti boonuu fi oromummaa isaaf jedhee nama dararaa guddaan irraan ga’amaa ture keessaa nama tokko.
Haa ta’u malee yeroo darbe Innis karaa nagaan gaaffii abbaa biyyummaa isaa gaafachuuf ba’e namoota lubbuun isaanii irbaata rasaasaa ta’e keessaa tokko.Qabsa’an du’us qabsoon itti fufa.