“Dinne” Jechuun Qeerroon Gootummaan Diina Dura Dhaabbachaa Jira.

Aside

Irreecha Guyyaa Har’aa Irratti Waraanni Agaazii Dargaggoota Oromoo Hedduu Rasaasaan Wareegee Jira. Birmatnaa Saba Oromoo Barbaadu. Hanga Ammaa Oromoota 105 ol Wareegamanii Jiru

Aside

Gabaasa Video Haala Irreecha Bishooftuu Har’aa

Aside

“ABOn Finfinnee Gale” jechuun Qeerroon faarfataa jiru.

Continue reading

SBO Onkoloolessa 02,2016. Oduu, Gabaasa hiriira nagaa hawaasa Oromoo Amerikaa Washington DC.tti, akkasumas gaaffii fi deebii Obbo Gaaromaa Waaqasaa dura ta’aa Liigii Mirga Namummaa Gaanfa Afrikaa waliin godhame kutaa xumuraa

Aside

Artist Galaanaa Gaaromsaa”AMALA KEE” By Raya Studio 2016

Aside

Continue reading

Imala gara Bishooftuu Irreecha 2016 kabajuuf jecha sabboontoti Oromoo buufata Konkolaataan Qaallittii argamu,Kunkolaataa argachuuf hiriirri isaa haalaan jabaadha

Aside

Continue reading

Grand#OromoRally Sep 29,2016 Highlight

Aside

Fayyee Lalisaa(Ilma Oromiyaa) EthioTube ልዩ ዝግጅት – Interview with Feyisa Lilesa | September 2016

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Fulbaana 30, 2016

Aside

**GABBISAYYOO** Gaarumma Hundee New Oromoo Music #Irreecha2016

Aside