“Yoo Walii Galan Alaa Galani” Artist Keyeroon Darajjee 2016

Aside

Habaqaa fi Callaa kan Gargar Baasu Ummata

Aside

Ibsaa Barento irraa

The power of the people is much stronger than the people in powr /JA

The power of the people is much stronger than the people in powr /JA

Qotee bulaan cimaan tokko maasii/lafa isaa yeroon qotee gulaalee yeroo bokkan robe shanyii gaarii facaasa. Biqila margu saniis jala kotakote, harame, soqee dalla itti jaaree haga midhaan san daraaree ija/free baasee bilchaatutti qotee bulaan kun hedduu humna isaa fi yeroo isaa irratti balleysa. Lakkuma midhaan isaa gara bilchalaa deemuun eeggumsaa fi toa’nnoon cimaa deema, sababni isaas bineesonni baayyeen waan midhaan bilchaate kana nyaachuu barbaadaniif. Guyya guyyaa jaldeesa, qalamee fi shimbiroo yo irraa eegu, halkan halkan dhaddee, booyyee fi karkarroo eega. Haala kanaan midhaan walitti qabatee callaa gara gootaraa yeroo galchu, baaqni gara kosii deema. Continue reading

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Sadaasa 25, 2016

Aside

Auto-immune diseases of the colonizers immunotherapy

Aside

Dr. Baro Keno Deressa

Dr Baro KenoImmune system disorders cause abnormally low activity or over activity of the immune system. In cases of immune system over activity, the body attacks and damages its own tissues (autoimmune diseases). Immune deficiency diseases decrease the body’s ability to fight invaders, causing vulnerability to infections. In response to an unknown trigger, the immune system may begin producing antibodies that instead of fighting infections, attack the body’s own tissues.

Immunotherapy is a treatment that uses certain parts of a person’s immune system to fight diseases such as cancer. This can be done by stimulating your own immune system to work harder or smarter to attack cancer cells. Autoimmune colitis, hepatitis, endocrinopathies, and cutaneous lesions (rash, pruritus, and vitiligo) are examples of severe immunotherapy-related adverse events.

Today I am going to talk about our enemies immunotherapy: Now days our enemies are aggressively promoting their destructive polices against all types of Oromo peoples issues. The current one TPLF junta is manufacturing thousands of traitors in the name of reforms (artificial immunotherapy example his foreign minister and collectors of rest over in the name of business) and the previous one is working actively in the diaspora by dividing Oromo peoples in the name of peace lovers and nationalists (novel immunotherapy) and both of them are successfully creating auto-immune disease (attacking Oromo peoples with the weakest parts of the nations) Continue reading

Oromo TV: Xiinxala hirmaattotaa – Yaa’ii Hooggantoota Oromoo Atlanta

Aside

SBO: Sadaasa 25 bara 2016. ODUU fi QOPHIILEE ADDA ADDAA.

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Sadaasa 24, 2016

Aside

Waamicha Marii fi Deeggarsa Qeerroo Bilisummaa Oromoof Mudde 3,2016 Magalaa St Paul MN

Aside

Titiisni Ni Huursiti Malee, Qodaa Hin Buqqiftu !

Aside

Dabaree Seenaa Irraa

4965Diinni Oromoo hundaa olitti Adda Bilisummaa Oromoo sodaata. Guyyaa Addi Bilisummaa Oromoo bu`uureffame kaasee hanga har`aatti diinotni dhihoo fi fagoo, keessaa fi alaan dhaaba irratti duuluu irraa takkaa adabatanii hin beekan. Sababa duulli dhaaba irratti banamuuf kunis; dammaqinsaa fi ijaaramuu ummata keenyaaf ABOn bu’uura waan ta’eef; kana malees Walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa Ummata Oromoof waan qabsaawuuf. Ajandaaleen holola adda addaas kan diinaan wixiname ABO irratti wal irraa citinsa malee gaggeeffamuuf kanumaafi.ABO fi Ummata Oromoo gargar baasuuf, Diinotni ganama tokko ka`anii Adda Bilisummaa Oromoo dhabamsiifne kana booda boqonnaa arganna jedhanii labsuu, galgala ammoo ABOn bakka akkasiitti osoo inni tarkaanfii fudhachuuf socho`uu qabanne, ABO tu akkas godha jechuun waan ofumaa dubbatan deebi`anii falleessuun shirri isaan kaabaa oolan diigamaa har`a gahe. Bifa kamiinuu Adda Bilisummaa Oromoo dhabamsiisuun akka hin danda`amne diinni keenya tolchee beeka. Kana waan hubatuuf afaan qawween sabicha hanga gaafa dhabamuu isaaniitti bituuf ijibbaatu.

Gantoota sabaa warreen garaaf gugguufan of cina buusuun ABO irratti hololchiisu. Continue reading

Great Speech of Great Man – Haasaa Gooticha Oromoo Atileet Fayisaa Lalisaa

Aside