SBO Amajjii 08,2017. Oduu, Du’aan Boqochuu Jaal.Nuuraddiin Adam ilaalchisuun Ibsa Gaddaa ABO irraa kennamee fi Gabaasa Addaa Amajjii 1,Guyyaa WBO Giddu gala Mooraa Leenjii ABOtti kabajame kutaa lammaffaa

Aside

SBO Amajjii 06,2017. Oduu fi Gabaasa addaa Sirna kabajaa Guyyaa WBO Amajjii 1 kan bara 2017 Giddu gala Mooraa Leenjii ABOtti kabajame

Aside

SBO Amajjii 04,2017. Oduu fi Amajjii 1 Guyyaa WBO kan 2017 Giddu gala Waajjira H/D ABOtti kabajame irratti haasaa H/Dn ABO Jaal.Daawud Ibsaa taasisan

Aside

SBO: Amajjii 1 bara 2017. ODUU, Dhaamsa Guyyaa WBO fi Seensa Bara Haaraa 2017 ilaalchisee ABO irraa kenname Akkasumas Dhaamsa Qeerroo Bilisummaa ka bara haaraa.

Aside

SBO: Muddee 30 bara 2016. Oduu, Ibsa Gumii Sabaa ABO fi Gaaffii fi deebii manguddoo Oromoo jiraataa Godina Arsii Lixaa, Obboo Morkii Dheekkamaa, waliin taasifame -Kutaa xumuraa.

Aside

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo , Mudde 29,2016

Aside

Guyyaa WBO Amajjii Tokko Bara Haaraa 2017 Kabajamuuf jiru Ilaalchisuun Ibsa Gabaabaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname.

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Mudde 29,2016

Uummata Oromoo Hundaaf
Baga nagaan jala bultii guyyaa WBO kan bara 2017 fi waggaa haaraan isin gahe. Guyyaa ayyaana dachaa kana yeroo itti kabajachuuf deemnu haalli ummanit keenya irree cunqursaa jala jiruu fi walabummaa isaaf ammoo warraaqsa hiriyyaa hin qabne gaggeessuun wareegama ol aanaa kafalaa jiru keessa jirra. Barri 2017 kun kan milkii fi injifatanoo akka nuu ta’u irratti qabsaawuun dirqama qabasoo nurraa eegamu akka baanu abdii qabna.

Guyyaa kabajamaa fi seenaa qabeessaa Amajjiin gaafa 1 uummata Oromoof haarawaa miti, Oromoo dhalatee Oromummaa isaa beekuu fi Oromoo qabsoo bilisummaa isaa fi walabummaa Oromiyaaf falmaa hadhooftuu gaggeessaa jirutu guyyaa kana haalaan midhaksee beeka. Bara kanas Amajjiin tokko Guyyaan WBO Oromiyaa Godinaalee cufa keessaatti bifa adda ta’een Qeerroo Bilisummaa Oromoo, miseensooota Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Uummaata Oromoo, maadheewwaan ABO, gootota barattoota Oromoo , Humnoota qabsoo Bilisummaa Oromoo, WBO-ABO fi sabboontoota ilmaan Oromoo waliin ta’uudhaan kabajamuuf kan jiru Ammajjii tokko Guyyaa seenaa qabeessaa akka daawwitiitti ija uummata Oromoo jalaa hin badnee bifa addaan kabajamuuf jira.
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Mudde 29 2016 fnl.pdf

SBO: Muddee 28 bara 2016. Oduu, Gaaffii fi deebii haala yeroo irratti manguddoo Oromoo jiraataa Godina Arsii Obboo Morkii Dheekkamaa waliin taasifame Akkasumas SBO sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

SBO: Muddee 25 bara 2016. Oduu fi Qophiilee Adda addaa.

Aside

SBO: Muddee 23 bara 2016. Oduu fi Qophiilee adda addaa.

Aside

SBO: Muddee 21 bara 2016. Oduu fi Qophiilee adda addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside