Continue reading Kaampaalaa: Waldaan Baqattoota Oromoo fi Hawaasni Oromoo Biyya Ugaandaa jiraatan, Guyyaa yaadannoo Gootoota
Aside
Continue reading
Continue reading Ebla 24_2017
Godina Walloo aanaa Baateetti guyyaa hardhaa oromoo walloo fi uummata Affar waliin karoora daangaa babballifachuu uummanni Affaar lafa Oromoo ykn daangaa Oromoo ce’uun lammiilee Oromoo irratti dhukaasa uummata keenya naannoo baateerratti baneen uummata keenya hedduu midhaaman namoonni miidhaman yeroo ammaa hospitaala baateetti yaalama jiru jedha gabaasni Qeerroon baate.
Manneen jireenyaa, qabeenyaa fi bosona naannoo sanaa abiddaan mancaasaa akka jiran gabaasni nugahe nidhaddeessa.Gochaan kun humna wayyaanee liyyuu poolisiin jeettee uummata somaalee uummata keenya harargeerratti bobbaaste gama Walloon baateenis uummata affaar kaasuun umrii dheereffachuuf gootudha.tooftaa kana namuu beekuu qaba.
Ebla 23,2017 Wayyaaneen baajeta qabdu humna Waraanaaf kennuun kan hubamteef ol ka’uullee dadhabaa kan jirtu yoo ta’u, uummataan dirqamaan akka maallaqa buusu dirquun maqaa garaagaraan tarsiimoo saamichaa baafachuutti fuulleffatte. Qabataaman wantootni hawwaasa Oromoo ona garaagaraa keessatti argamaa jiru tarsiimoon saamichaa uummatarratti diriirfamuudha. Haaluma Lixa Oromiyaa Gimbii Ona Hoomaa keessatti uummata Oromoo walitti qabuun maallaqa Gamoo dhaabaa ittiin ijaarru buusaa jechuun ganamaa galgala uummata hiraarsaa jiran. Continue reading
GABAASA YUUNIBARSITII JIMMAA IRRAA Ebla 23/2017 Bulchiinsaa Yuunibarsiitii Jimmaatti Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Yuunibarsiitii Jimmaa Kanfaltii ‘Duty’ (tajaajila halkaniifi sanbattanii) Hojjettoota Ogeeyyii Fayyaa Kanfaluu Dadhabuufi Qabeenyi Yuunibarsiitii Jimmaa Qarshiin Miliyoonaan Lakkaa’amu Poolisoota Dabbaalloota fi Humnoota Tikaa Wayyaaneen Saamamuun saaxilame.
The International Oromo Lawyers Association (IOLA) and the Human Rights League of the Horn of Africa signed a memorandum of Understanding on 10 April, 2017 to coordinate their works in areas of dissemination and increasing awareness of Human Rights knowledge among the Oromos in diaspora as well as to jointly gather and document as much as possible facts about the violation of human rights of the Oromos people by the Ethiopian government. The goal is not only to increase awareness about the need for respect of human rights by the government but to also prepare facts about the violations that are already committed against our people for future reference and submission to the attention of the international community to hopefully bring the perpetrators to the court of justice. Continue reading