Hayyuu Duree(HD) ABO Jaal Daawud Ibsaa Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo Ilaalchisee Haasaa Taasisan.

Aside

SBO Caamsaa 05,2017. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gaaffii fi deebii Qabsa’aa Geessisaa Kuusaa kutaa 4ffaa

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 4,2017

Aside

Wayyaanee TPLF Tooftaa Ummata Oromoo Itti Saamaa Turte Kan Duraanii Jalaa Cufamnaan Amma Mala Biraa Dhahataa Jirti.

Aside

Caamsaa 4,2017/Oromiyaa keessatti Wayyaaneen daandiin duraan ittiin qabeenya ummataa saamaa turte tokko tokko Qabsoo Ummanni Oromoo gaggeessaa jiruun jalaa cufannaan yeroo ammaa kana tooftaalee gara garaa kan maallaqa ummataa ittiin sasmtu baafattee ummata keenya burjaajessaa jirti.

Godina Baalee magaalaa Goobbaa keessatti Miseensa Inshuraansii fayyaa ta’aa jettee ummatarraa maallaqa sassaabachaa jiraachuu Qeerroon Goobbaa gabaasee jira

Godina Arsii Aanaa Xiyyoo Keessatti Hojjattoota Waajjiraalee Hanga Gandaatti jiraniin Marii Nagaa Jechuun Diqisiisaa Jiru.

Aside

Caamsaa 4,2017/Hojjattoota Waajjiraalee Nageenyaa hanga Gandaatti jiranii,Hojjattoota Carraa Hojii hanga Gandaatti jiran fi Jiraattota Magaalattii hunda walitti qabuun marii nageenyaa jechuun Ummata jireenya isaa guyyaa guyyaanii akka hin gaggeeffanne gichaa jiraachuun dhagayameera.Marii isaanii kana keessatti wanti irratti fuulleffatamee irratti mar’iatamaa jiru dhimma Qabsoo Ummanni Oromoo gaggeessaa jiruu yoo ta’uu. Continue reading

  HRLHA-10th Anniversary Fundraising

Aside

ONN: Qophii Kaayyoo

Aside

Aside

No automatic alt text available.

Dastaa Hinsarmuu “Eebba Dhalootaaf Darbu”

Aside

Faaruu Danstaa Hinsarmuu ” Hin Laadhu Dhaala Abbaa Koo”  !!!

Continue reading

Oromia News Network “ONN”

Aside