Xumura Hogantoota OPDO, Motummaa Woyaane Jalati – Same Disastrous Fate of All OPDO Leaders

Aside

Hasan Alii, Almaaz Makkoo, Dr. Nagaasoo Gidaadaa, Junaddii  Saaddoo, Abbaa Duulaa Gammadaa, Bakar Shaalee, Lammaa Magarsaa …. Abaate Kishoo, Yaaragaal Ayishashum…fi …. Xumura Isaanii!

Baarentuu Gadaa Irraa

Keessumaa biyyoota lixaa hedduu keessatti kun aadaa ta’eera

Biyyaa fi saba kam keessattuu, dhaabooleen siyaasa walii masaanuu ta’anii fi anatu caala, anatu caala waliin jechuun waliin atakaran ni jiru. Yaadoota adda addaarrattis wal mormuu danda’u; bakka walii galanitti walii galanii, bakka walii hin galletti ammoo garaagarummaa isaanii tikfatanii jiraatu. Biyyoota hedduu keessattis jiraachaa jiru.

Keessumaa biyyoota lixaa hedduu keessatti kun aadaa ta’eera. Continue reading

Koreen Tumsa Qeerroo Bilisummaa Asutralia marii Hawaasa Oromoo magaalaa Meelboorni, Awustraaliyaa Waliin Gaggeeffate

Aside

Koreen Tumsa Qeerroo Bilisummaa Viiktooriyaa (KTQBV) marii hawaasa Oromoo magaalaa Meelboorni, Awustraaliyaa waliin gaafa Caamsaa 28/2017 gaggeeffate.

Kanatti aansuudhaan seena Qeerroo Bilisummaa Oromoo bal’inaan hirmmaattotaaf ibsameera. Ibsa seenaa  Qeerroo Bilisummaa Oromoo keessatti yoomi jalqabe akka hundaa’ee fi gadameessa ABO keessatti umamuun isaa ibsamee jira.

Kanatti aansuudhaan seena Qeerroo Bilisummaa Oromoo bal’inaan hirmmaattotaaf ibsameera. Continue reading

SBO: Waxabajjii 02 bara 2017. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffatte.

Aside

Qophii Kaayyoo Caamsaa 2017

Aside

Abbootiin Irree Odoo Dhaadatanuu Hallayyaa Bu’u !

Aside

Baarentuu gadaa Irraa

Abbootin irree baayyeen osoo dhaadatanuu, osoo gaafii ummataa qixa sirriin deebisuurra humnaan ukkaamsuun bara bittaa dheereeffachuuf carraaqanu hallayyaa hin deebine bu’aa turan, bu’aas jiru.  Keessumaa abbootiin irree Afrikaa fedhii fi heyyama ummataa malee qawwee fayyadamanii aangoo humnaan qabatan hundi isaanii jechuutu danda’amaa odoo dhaadatanuu, odoo rorrisanuu irree ummataatin daaraa botoroo ta’aa tura. Ta’aas jiru.  Hundii isaanituu aangoo humnaan qabatan quufnee wallaaluun akka qawween Koran qawween harcahaniiru. Baayyeen isaaniis du’a saree abbaa hin qabnee du’anii hafaniiru. Wayyaaneen har’a qawween harkaa qaba jettee ummata Oromootti dhaadachaa fi roorrisaa jirtus kan ishii  eeggatu kanuma. Akka rorriftetti hin haftu. Continue reading

SBO Caamsaa 31,2017. Oduu, ‘Ginboot 20’ wayyaanee irratti gabaasa qindaa’ee fi qophiilee biroo, akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Obbo Abba Dulaa fi Qaanqee Show

Aside

Continue reading

“Habashummaan” Ulaagaa Itoophiyummaan Ega Itti Fuftee … ????

Aside

Hundee Abrahaamii Musee tiin .

Warri Itoophiyaaf mudhii qabatee caraanaa jiru, diigamuu itoophiyaas walumaan labsaa jiru.Bara Dargii badii guddaan jecha “ummata tokko” jedhu ture. dargiin har’aa hin jiru, garuu warra Habashummaa leellisaniin har’allee habjuun jecha kanaa itti fufee jira. Har’allee sirna Fedaraalaa jala jiraachaa,  Ummatoota Itoophiyaa jechuu irra, Ummata Itoophiyaa jedhanii tokkummaa sirba giddii fakkaatu kanneen gaggeessan daran baayyachaa jiru. miidiyaa biyyatti gama hundaan tu’atanii jecha kana gabbifachaa jiru. Habashummaan kaleessa Itoophiyaa qofaaf lallabamaa ture, har’aa bifa isaa geeddaratee habjoottoota humnoota sadii walitti fidaa jira. Keessattu Biyya alaa kanatti , lammiilee Ertiraa “Amichee” jedhaman ykn Tiwulidda Itoophiyaawwii ofiin jedhan, warra amaaraa fi Tigiree nuuti Habashoota jedhanii , Habashummaan wal fo’achuu ega eegalanii bubbulaniiru. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 30,2017

Aside

Aside

Dr. Rundaasaa Asheetee Hundee:ITOOPHIYAAMOO SEERRI ITOOPHIYAA HAADIIGAMTU JENNE? Ibsa Dr. Qadiidaa Faana taasisan daawwadhaa!!