ONN: Torban Oromoo, Magaala Lakkuu, MN, keessa

Aside

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Hagaya 1, 2017

Aside

Odeessa Oromiyaa

Aside

Godina Arsii Aanota Hunda keessatti Mootummaan wayyaanee Barattoota yuunivasiitota Adda addaa irraa gannaaf qe’ee isaanitti dacha’an leenjisuu jettee Qeerroon Oromoo Akka Qabsoo Ummanni Oromoo godhurratti hin hirmaanne jettee barattoota doorsisaa jiraachuun dhagayamee jira. Barattoota bakkoota adda addaa irraa dhufan Godina Arsii Aanaa Shaallaatti kijiba wayyaanee kan itti gadi naqaa jiru dura taa’aa waajjira dhaabaa Obbo Awwal Abdulqaadir yoo ta’uu Misooma mootummaan eegalerratti hirmaadhaa Waa’ee ABO Adda Bilisummaa Oromoo hin haasayinaa barattoonni kaayyoo dhaabichaa galmaan gahuuf sochii karaa adda addaatin gidhaa jirtan akka irraa if Continue reading

OPDOn Kaardii Lafaa Haaromsuuf Abbalaa Jiraachuun Dhaga’ame

Aside

Karaa maqaa Gibiraan saamicha Daldaltootarratti bantee turuun nii yaadatamaam. Akeekni saamichaa kun, bakkeewwaan maraaf qaamota biyyattii mara dhaqqabuun amma saatii kanammoo qote bultootaa irratti karaa Gibiraan dhufuuf abbalaa jiraachuun dhagaa’amaa jira. Karaawwaan  gibiraa kanaan uummata keenya saamaa kan turte har’as saamaa jirti. Qote bultotaan Kaardii galii
haaronfadhaa jechuun safarri lafaa haaraan jalqabamuuf jedha. Qote bultoonni bakka maratti sochii diinaa kana dhabamsiisuuf marii jabaa
jalqabanii jiruum. Haaluma kanaan Oromiyaa keessaa Qote bultonni lafa isaanirratti ginira gabbaruu akka hinqabne muuxannoo walii laataa
jiraachuu Qeerroon gabaase.

Gama biraan Continue reading

SBO: Hagayya 2 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO fi Gaaffii fi Deebii Shamarree Furtuu Lammii waliin taasifame -Kutaa Xumuraa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Godina Lixa Shaggar Gidduu Galeessa Oromiyaa Aanaa Walmaraa Magaalaa Holotaa Keessatti Warraaqsii Biyyooleessa Oromoo FXG Itti Fufe.

Aside

Image may contain: one or more people, people walking, people standing, tree and outdoor

Adoolessa 29/2016 Godina Lixa Shaggar Gidduu  Galeessa Oromiyaa Aanaa Walmaraa Magaalaa Holotaa Keessatti Warraaqsii Biyyooleessa Oromoo FXG Hojii dhabdoota, bara

ttooota dhaabbilee barnoota Olaanoo irraa #Degree_Diplomaneebbifamanii hojii dhabduu ta’ani jiran, fi dargaggootaa fi uummata hojii guyyaa

 hojjechuun Of jiraachisaaniin guyyaa hardhaa magaalaa Holotaa keessatti Warraaqsii Qabsiifamuun Hoomaa waraanaa Wayyaanee Waliin wal dura dhaabbatan.
Continue reading

Atileet, Fayyisaa Leellisaa baga milkiif injifannoon irra aantee , gammaddee nu gammachiifte.

Aside

Gootichi Oromoo Atileeti Fayyisaa Leellisaa Fiiggicha Walakkaa Maraatoonii Biyya Kolombiyaa Bogotatti gaggeeffame irratti Sadarkaa 1ffaa bahuun Injifannoo Boonsaa Galmeesse Warqee Badhaafame!!. Ilmi saba isaaf dhalate Yoom iyyuu kanuma sabaati, Atileeti Fayyisaa Leellisaa guyyaa har’aas akkuma Injifannoo galmeesseen Sagalee Mormii Mallattoo Diddaa Gabrummaa Rio irratti Argisiisee irra deebi’ee Addunyaa biyya lafatti argisiisuun mirgi bilisummaa uummata Oromoo akka kabajamuuf Sagalee uummata Oromoo ta’uu danda’eera.  Continue reading

ONN:Qophii Gulaala-Media irratti Haala Yero Laalchise Gaaffii fi Debi’ii Gaazexessaa fi Xinxalaa Ob.Raajii Guddataa waliin gonee kutaa 1ffaa isaa . Adoleessa 30/2017

Aside

US House Foreign Affairs Committee voted to advance a resolution, H. Res. 128

Aside

Dhiitaa Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa Keessaa Laalchisee Wixineen Seeraa Miseensonni Mana Maree Yunaaytid Isteets Dhiheessan Koree Dhimmoota Biyyoota Alaatiin Fudhatama Argate
https://www.voaafaanoromoo.com/embed/player/0/3961959.html?type=audio
WAASHIGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Itoophiyaa keessatti akkaataa qabiinsa mirga dhala namaa akka fooya’u gochuu irratti an xiyyeeffate wixineen seeraa miseensonni mana maree Yunaaytid Isteets dhiheessan mana guutuudhaa akka dhihaatu fi sagaleen irratti kennamu koreen dhimmoota biyyoota alaa waligalteera gahe. Continue reading

Seife Nebelbal Radio fi RSWO – Adooleessa 30, 2017

Aside

Continue reading