Amboo “Dinne Gabrummaa Dinnee Gabrummaaa” Gootota Qeerroo Bilisummaa

Aside

Gimbii-Guyyaa Har’aa “Chaawu Chaawu Wayyaanee!” jechuun labsii Xumura Gabrummaa Mirkanneessaa Jiru.

Aside

Guyyaa Ha’aa Godina Wallaggaa Magaalaa Gimbii magaalota akka Harroojii fi Kanneen Kaan Keessatti FXG Itti Fufee Jira.

Aside

Image may contain: one or more people, car, crowd, sky and outdoorImage may contain: 6 people, people standing, sky, crowd and outdoor

Itti Fufa Qabsoon! Qeerroo Godina Wallagaa Baabboo

Aside

Image may contain: 5 people, people smiling, people standingImage may contain: 3 people, people smiling, crowd

Continue reading

ONN : GABAASA GUUTUU ODUU OOLMAA OROMIYAA 12/10/2017

Aside

Continue reading

FXG Lixa Shaggar Magaalaa Ejeree fi Holotaa Keessatti Deemsifamaa Jiru.

Aside

Continue reading

ABO! ABO!…. ABO fakkaatu laataaaa Jechuun guyyaa har’aa Qeerroon magaalaa Naqamtee keessatti mormii sadarkaa jabaa dhageesifataa oolan.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Onkoloolessa 12,2017

Aside

ABO, ABO fakkaatu isaanoo…. Biyyaa irraa diina oofuu…! ABO ABO fakkaatu isinoo Jechaa Qeerroon Bilisummaa Magaalaa Naqamtee FXG itti oolan

Aside

Continue reading

Godina Qellem Wallagaa Qeerroo Aanaa Dallee Waabaraa hundaa

Aside

Baga jela Bultii Ayyaanaa Tumaa Shanan Dallee geessan. Bara dheeraaf bakka Tumaa Shanan Dallee Aanaa Dallee Waabaraa gandaa Allee Gumaatti argamu kana humna Warraa biyyaa bulchanif shiroota gargaaran nu jela baddee ture Yeeroo amma kana qabsoo ilmaa isheen bakkii Tumaa Shanan Dallee bakkatii nuuf deebii’aa jira Ayyaanaa kan Dilbata dhuftu gaaffaa kabaajun nageenyuman Ummata keenyaf qeerroon eegamuu qaba kanaaf immoo Aadaa keenya deefachuuf akkasumas kabaajuuf bakka dhaabinii biyyaa Bulchuus ta’e dhaabni siyaasaa itti leellifamuu miti kanaaf Alaabaan bakka Ayyaanaa kanatti qabatamuu Alaabaa Abbaa Gadaa qofa ta’u qaba.Yeroo amma kana Warrii deheninetti bakkoota gargaraatti shiiraa xaxa jiru akkasumas Ayyaanaa Tumaa Shanan Dallee irratti jerii Deheninetti kun shiraa Xaxa jiru Alaabaa hedduu magaalaa akka galcha jiran Odeessaa argane jira kanaaf qeerroon ofii eegannoo guddaa gochuu qaba bakka Ayyaanaa kana irratti kan qabatamu tokkicha Alaabaa Abbaa Gadaa qofa ta’u qaba Shiiraa diinni keenyii qopheessaa jiru fashaaleesuu qabana qeerroon Aanaa Dallee Waabaraa kana hubaachun namootaa hundaa Shiiiraa mootummaa Wayyaanee karaa deheninetti ishee rawwacha jiru harkatti rukkutu qabana. Aadaa keenya Sirnii Gadaa Alaabaa qaba isaa qabana Ayyaanaa tokummaa keenyaa fi Aadaa Sirna Gadaa keenya Guddifanuu nuuf haa ta’uu. IUOF Gadaan Gadaa bilisummaatti.

Continue reading