Guyyaa Har’aa Godina Harargee Magaalaa Kombolchaa Keessatti FXG Gaggeefamaa Jira.

Aside

Image may contain: 9 people, crowd and outdoor

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Sadaasa 28, 2017

Aside

Magaalaa Jimmaa keessatti barattoonni Yuunibarsiitii Akka Malee Dararamaa Jiraachuun Himame.

Aside

Uni Jimmaa

[SQ,Sadaasa 28,2017]
Gaaffii karaa nagaa gaafataniin mooraan yuunibarsiitii Jimmaa barattootatti baacuun isaa akka malee aarsuun diddaan guyyaa guyyaan barataan agarsiisu dabalaa bule. Haalli mooraa Yunibarsiitichaas nagaa hongaa’ee buluu jalqabe.
Deebiin barattoonni argatan karaa humna Waraanaa dararamuu, reebamuu, hidhamuu fi doorsifamuu ta’e. Barataa dhoksaatti qabanii bakka barataan hinarginetti qabuun naannoo Faranji Araadaa jedhamtu kan humni waraanaa kireeffatee mandheeffatee keessatti waggoota dheeraaf dudduuba manichaatti barataa reebuuf kan oolutti geessuun barataa reebuutu itti fufe. Continue reading

Meeshaa Gurguddaan Oromiyaa Bakkeewwaan Hedduu Seenaa Jira. Oromiyaan Buufata Waraanaa Fakkaatteetti.

Aside

[SQ,sadaasa,28,2017]
Wayyaaneen uummata Oromootti Waraana bantee jirti. Haalli Oromiyaa ka duriirra ulfaate. Biyya Oromiyaa humnaan weeraranii saamaa jiru.
Saamichi lafaa kallattiin adeemaa jira. Buuqqaatinsi uummataas dabaleera. Uummatni baha Oromiyaa irraa lafaaf qabeenyaasaa dhabe,
bakkee buufatee jireenya karaarraaf kaadhimame. Jireenya uummataa balaaf dararaa hamaaf kaadhimuu keessatti qoodni waraana Wayyaanee ol
aanaadha.
Gochaawwaan daguggaa sanyii adeemaa jiru. Ajjeechaan babal’ataa jiru. Oromiyaa waraana alaa deggaramuun saamuuf qophiin eegaleera. Continue reading

SBO: Sadaasa 29 bara 2017. Oduu fi Haala waliigalaa QBO fi Haala Yeroo irratti Gaaffii fi Deebii Hayyu-duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin taasifame -Kutaa 2ffaa.

Aside

Yeroo Ammaa Fincila Xumura Garbummaa Qeerroo University AMBOO Damee walisootin Gaggeeffamaa Jiru.

Aside

Image may contain: tree, plant, grass, sky, house, outdoor and nature

Continue reading

Waamichaa Hiriira Nagaa Barattoota Yuunibarsiitii Jimmaaf

Aside

Qeerroo Bilisummaa Oromoo Mandhee Jimmaa Yuunibarsiitii irraa

[No automatic alt text available.SQ,sadaasa,28,2017]

Akkuma beekamu guyyaa uummanni Oromoo garbummaa jalatti kufee kaasee hanga har’aatti cunqursaa, doorsisni hidhaaf ajjeechaan, raawwachaa ture raawwachaas jira.

Oromoon garuu; mirga isaa kana kabachiisuuf mirga abbaa biyyuummaa kabachiifachuuf qabsaa’aa ture qabsaa’aas jira. Tibba kana immoo wanti Uummata keenya daangaa irratti raawwachaa jiru, akkasumas gochi garajabeenyaa kan uummati marti balaaleffatudha. Kanaaf ijaaf sagalee uummatichaa kan taanee miiraaf yaada tokkon waltaa’uun gaaffilee armaan gaditti tarreeffaman bu’uura godhanne hiriira ba’uun gaaffii nii gaafanna.

Gaaffiileen kunis :
1, Afaan Oromoo Afaan hojii Yuunibarsiitii Jimmaa haa ta’u!
2, Muummeen Afaan Oromoo cufamaa jiru hatattamaan furmaata argachuu qaba!
3, Muummeen Folklore Oromoo cufamuusaa gadjabeessinee mormina!
4, Waraanni Naannoo Oromiyaa fi Mooraa barnootaa keessaa ba’uu qaba!
5, Weerarri daangaa Oromiya

Continue reading

Sadaasa 28/2017 Godina Booranaa Aanaa Dirree Magaalaa Tulluu Fardaafi Akkasumas Guyyaa sadaffaaf Borana Hiddii Lolaatti FXG Qeerroo Bilisummaa fi uummata Oromootiin finiinaa jiru daran jabaatee itti fufe.

Aside

Continue reading

Qeerroon Bilisummaa Yeroo Ammaa Kanatti FXG Oromiyaa Bakkoota Gara Garaa Keessatti Itti Fufsiisee Jira.

Aside

Continue reading

Barattoonni Yuunibarsiitii Oromiyaa Hedduun Mooraa Gad Lakkisaa Jiru

Aside

[SQ,sadaasa,28,2017]
Barattoonni Yuunibarsiitii Oromiyaa dhiittaa mirga dhala namaa obsuu kan hindandeenye taasisuun, gaaffii karaa nagaa gaafataniin furmaata tokkorra gahuu dadhabuu mootummaan tuffii uummataa akka qabu isa saaxila jechuun mooraa gad lakkisuuf dirqamani.

Sabaaban mooraa gad lakkisanoif barataan guyyaa guyya

atti hidhamuu fi qe’een Oromoo saamamaa jiraachuu yoo ta’u, ka’umsa gaaffiiewan kanaaf dabalataan COC raggaasifamuu akka ta’e himama.

Haalli Oromoo fi Oromiyaa furmaata dhabiinsaan itti fuduun egeree isaanii kan yaaddesse barattoonni, falmii karaa nagaa taasisaniin qaamni rakkoo isaanii gaafatellee dhibuun ittuu akka aarse nuu gabaasaa jiru.

Haalli sochii mooraa Yuunibarsiitii ammaa guutummaatti barnootni baratamaa kan hinjirre mooraan Yuunibarsiitii dirree Waraanaa fakkeeaaanii humna Waraanaaf qunsuma taasisaniiru jedhu. Continue reading