ONN:QOPHII DOYAA MARII: BIT 15 2018 Marii haala yaroo irratti Obbo Biloo Garbii MGS waliin Goonee.

Aside

Continue reading

ONN: Oduu Olmaa Oromiyaa Bitootessa 16/2018

Aside

ONN: QOPHII MARII: Marii haala Yeroo irratti Gazexeessaa Raajii Guddataa fi Obbo Dannaboo Dhaqqabaa godhan Hordofaa.

Bitooteessa 15 ,2018

Continue reading

Western tax money has to be a free oxygen for Oromo people revolution instead of expensive ECMO for dying TPLF state terrorism.

Aside

By Dr. Baro Keno Deressa

To:

  • UN human rights council
  • Secretary of state Mike Pompeo
  • President of the European Commission Mr. Jean Claude Juncker

 ECMO is instituted for the management of life threatening pulmonary or cardiac failure (or both), when no other form of treatment has been or is likely to be successful.

Ethiopian empire is at a critical transitional stage. Given its size, location and interests, Ethiopia is at the heart of a ‘regional conflict complex. Ethiopians are aware that the current state of affairs is not sustainable and that it represents danger not only for the future of Ethiopian empire but also for the entire region.  As a minority, the apartheid regime of TPLF in Ethiopia has decided that it cannot survive in a peaceful democratic arrangement that is at peace with neighbors. The TPLF concluded that its very survival depends on propaganda, selling-fear and doubt, Lies, deceit, misinformation, fabrication, exaggeration and falsification are their standard mode of operation. However, the strategy is no longer effective because Ethiopians have given-up on the TPLF and they are rejecting everything TPLF. Continue reading

Dhumatii Oromoo Moyaaleetti Tahe

Aside

Damee Boruutiin

Uummata of eegannaa tokko malee nagaan jiruu fi jireenya isaatti boba’ee jiru utuu waan tokko hin xuqqamiin humni Agaazii haala baayyee suukaneessaa taheen uummta Oromoo fixxuunn amma fudhannee wajjin jiraannu bira darbaa jira.  Kanaan booda uummatni Oromoo karaa nagaa qabsoo goona jennee odeessuun injifatamuu Keenya harka keenyaan adda keenya irratti maxxanfachuu irraa gargar hin jiru. Biyyi lafaa nuuf biramachaa  hin jiru. Biyyi lafaa Agaazii nu irraa dhowwuu fi nu irraa baasuuf hin deemu. Waan qabnuun of irraa dhoofnee cabsuu malee filmaata biraa hin qabnnu. Lolli amma deemaa jiru kan sammuu uummataa keenyaa jeeqee fi (psychological war)  sodaachisee jilbeefatuuf xiyyeefatame dha. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Bitootessa 15,2018

Aside

Agartuu Qeerroo tibbanaa “Raafama”

Aside

QDh tiin

Hordoftoota qophii agartuu Qeerroo. Torban torbaniin haala torban ooltii Oromiyaa fi diina innika TPLF isiniin gahaa turuun keenya nii yaadatama. Ammas kan torban kanaa “Raafama” mata duree jedhun qabannee dhiyaanneerra. Hordofaa!

“Guntutiif mootummaan garboomsaa dhaabatee hinafu” jedha Oromoon. Har’a qabsoon Oromoo qabsoo mirga abbaa biyyummaa, qabsoo hiree ofii ofiin murteeffachuu guddatuurra gaheera. Adeemsa qabsootu suuta deemaa, suuta garboomsaa golgoleessa. Kanaaf sardamsa, jarjartiirraa bilisa ta’ee bifa diinni hinbeeknee hulluuqee guutummaa uummatasaa dammakfatuurra tareeyyuu ollota Oromoo TPLF garboomsee dammaksee jabaate adeemutti jira. Qabsoon Adda Bilisummaa Oromootiin durfamu,Qeerroo Bilisummaa Oromoo uummatasa ijaaruun ABO jala hiriiree qabsoo waggoottan 10 darban keessa ture keessatti ajjeechaan jumulaa uummatarras ta’ee Caasaalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo irra gaaga’ama ulfaataan gahaa turaniiru. Continue reading

ONN:QOPHII KAAYYOO BITOOTESSAA 15 2018

Aside

ONN: Raadiyoo Simbirtuu: -Bit 15 2018

Aside

SBO Bitootessa 16, 2018. Oduu, Haala Yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO fi Ajjeechaa Magaalaa Mooyalee keessatti Wara anni Faashistii Wayyaanee raawwate balaaleffachuun Ibsa TUBD fi Gareen Deeggarsa Oromiyaa Damee Australia baasan irratti gabaasa qophaa’e.

Aside

Haati dhiraa ni boosi

Aside