SBO Caamsaa 4, 2018. Oduu fi Haala Yeroo irratti Gaaffii fi Deebii Miseensa Shanee Gumii GS-ABO akkasumas Dubbi Himaa ABO kan ta’an Jaal Toleeraa Adabaa Waliin taasifame Kutaa jalqabaa.

Aside

SBO: Caamsaa 2 bara 2018. Oduu, Qophii Haala Yeroo Irratti Fuulleffatee fi Sirna Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo: biyya Afrikaa Kibbaa magaalaa Johaanisbargitti Gaggeeffame Irratti Gabaasa Qindaa’e Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

OROMUMMAA FI DARGAGGOOTA OROMOO

Aside

Professor Asafa Jaalataa (Yuniveersitii Tenessii irraa)

Waa hunda dura Waldaan Dargaggoota Oromiyaa Mineesotaa (the Oromia Youth Association of Minnesota) har’a asiitti na afeeruu isaaf baayyeen galatoomfadhaa. Dargaggooti Oromoo kan Oromummaa qaban abdii egeree Oromiyaa ti. Har’a dargaggooti akka keesanii, kan Oromummaan dhaabatan, Oromiyaa mara keesatti ficila diddaa gabrummaa fi sochii bilisummaa finiinisaa jiru. Barattooti Oromoo Oromiyaa keesaatti bara 2000 lama irraa qabanii haraka quulaa, diina qawwee hidhate dura dhaabbataanii mirga ummata Oromoo falmaa jiru. Keessumaa immoo yeroo ammaa nyaphaa fi Oromoota galtuu ta’an Goobanoota aara galfii dhowwachaa jiru. Baraa 2005 irraa kasaani dhaadannoo “Gadaan gadaa bilisummaa ti” jeedhu qabatanii waldhaanssoo finiinsaa jiru. Barattooti Oromoo fi sab-boontoti biraan reebamaa, hidhamaa, ajeefamaa wareegama kafalauun dhiga isaaniin seena Oromoo bareessaa akka jiran ifaa dha. Murnoota hawaasa Oromoo hafaniifis fakkeenya gaarii taa’aa jiru. Continue reading

SBO: Ebla 29 bara 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO, Sirna Kajabaa Guyyaa Gootota Oromoo: Somaalilaandi fi Puuntilaanditti Gaggeeffamee fi Gumaacha maallaqaa WBOf Taasifame irratti Gabaasa Qindaa’e.

Aside

SQ- SAGALEE QEERROO: EBLA 27, 2018

Aside

Godoo Wayyaanee warri suphaa jiran, Ilmoo gaafa rakkoof guddifatan OPDOdha.

Aside

 Ebla 27,2018 Finfinnee Oromiyaa Qalbeessaa Dhangi’aatiin
Garboonfataan hanga hindiigamnetti, nageenyi biyya tokkoo nii eegamaan, Bilisummaan akka barbaanne sochoonee hojii hojjennaa dhara. Hanga garboonfataa saggoorra kaahatee jirutti sabni tokko cunqurfamuun waanuma jiru.
Garboonfataa qaarisiisuun ammoo, caasaaf jaarmiyasaa hongeessuun dhabama gochuurraa jalqaba. Jaarmiyaan xiqqas ta’ee guddaan, kan garboonfataa jalatti hojjetu garboonfataa teessumarratti eeguuf dirqama mataa mataasaa nii bahata.
Siyyaasni kamuu, Mootummaan kamuu akkasuma dhaabni biyya hogganuuf biyya saamus jaarmiyaa jaarmiyaan socho’a. Jaarmiyaan socho’ee manasaa jabeeffata. Har’a garboonfataa Wayyaanee OPDOtu suphaa jira, isaantu fayyaaleessummaa isaaf dalagaa jira. Haalliif adeemsi OPDO akkuma baroota darbanii, gowwomsaaf, sossobbaan uummata m

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 26,2018

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Ebla 26/2018

Aside

SBO: Ebla 27 bara 2018.

Aside

Ethiopia’s state of emergency ‘would be lifted’ – UNHCR Chief, Al Hussien

Aside

April 26, 2018 (Journal du Cameroun) — The UN High Commissioner for Human Rights, Zied Raad Al Hussien, has hinted that the ongoing state of emergency in Ethiopia could be lifted in the context of reforms being undertaken by the country’s new Prime Minister Dr. Abiy Ahmed.In an interview with the state run television on Wednesday evening, Al Hussien said “there was clearly hope that the state of emergency would be lifted under the ongoing reform, there will be further release of political prisoners and closure of major detention facility in Addis Ababa.” Continue reading