Hayyudureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Ummanni Oromoo Rakkoo Ulfaataan Qabamuu Ibsuun,Waamicha Qabsoo Dabarsan

Aside

Mooraa Yuuniversitii Jimmaa Keessatti Poolisoonni Wayyaanee Reebicha Hammeenyaa Barataa Oromoo Saykoloojii Baratu Irraan Gahaniin Lubbuun Darbuu Gabaafame.

Aside

Adoolessa 14,2013 Jimmaa

Mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa keessaattii yakkii ajjeechaa Poolisotaa fi dabbaloota Mootummaa Wayyaanee fi EPRDF’n barataa Oromoo irraatti rawwatame.

Poolisonnii fi dabbaalloonnii sirnaa Wayyaanee EPRDF’n durfaman mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa keessaatti Ilmaan Oromoo adamsanii ajjeesaanii dhuksuuf yaalii torbee tokkoo oliif godhaniyyuu ciminaa sabboontotaa Qeerroo baratootaa Oromoo if irraa eegaa turan.

Akka kanaan barataa Faasil Huseen Umar Barataa Saayikooloojii Waggaa 2ffaa bakkii dhalootaa isaa Godinaa Baalee kan ta’ee Adooleessaa 7/2013 galgala keessaa sa’aa 2;30 irraatti utuu Yuunivarsiitii Jimmaa karraa guddaa karaa dhihaa gara mooraatti seenaa jiruu humnotaa Poolisaa karraa irraa Jiraniin qabamee Wajjiraa Poolisaa Mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa keessaatti argamuu biroo hogganaa wajjiraa Poolisaa mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa Kaliid Abbaa Tamaamiitti geeffaamuun humnotaa tikaa ,dabbaalootaa fi hogganaa pooliisii mooraa Yuunivarsiitii Jimmaan reebbichaan humnaa olii irraatti rawwaatame,

Sirna mootummaa Wayyaanee mormuun tokkummaa dargaggoota Oromoo ykn Qeerroo Bilisummaa keessaa hirmaannaa qabda,mooraa kana keessatti ijaaramtanii sochii farra mootummaa gaggeessaa jiruu fi kkf itti kaasuun halkaan keessaa hangaa sa’aa 7:30tti reebbichaan dararamaa hamaa irraa ga’ee. sanaa boodaa gadii baasuun qorraa keessaatti seensuma mooraa Yuunivarsiitii bakbala guddaa irraatti laameraa xiqqoo 3mx3m ijaaramtee balbala irraa jirtuu keessaatti hidhame. Dararama hamaa irraa ga’een halkaan keessaa sa’aa 10:30 irraatti lubbuun isaa wareegamuun saxilamee jira. Dabballoonnii fi poolisonnii tarkaanfii ajjeechaa barataa nagaa kan yakka tokkoo illee dalagee hin beeknee  barataa Faasiil Huseen kana irraatti raawwatan .

Dubbiin kanaan hin dhaabbatuu gochaan diinummaa kun akkamiitti akka rawwatee, eenyuun akka rawwatee fi essaatti yoom akka rawwaatee biraa ga’uuf saboontotni Qeerroon hojii tikaa fi Odeeffaannoo dhimmaa kana qulqulleessuuf qorannoo guyyaa shanii gaggeessuun Barataa Faasil Huseen Umaar barataa Sayikoolojii wagga 2ffaa Doormii Koomoroos jedhamuu kan galaa turee, yeroo ammaa boqonnaaf biyyaa galuuf qophii irraa jiraachuu isaa fi Adooleessaa 7/2013 sa’aa 7:30 irraatti dormiidhaa Mooraa Yuunivarsiitii alatti ba’ee buufataa konkolaataa deemuun tikeetaa ittin gara biyyaa deemuu muratee galgalaa sa’aa 2:30 irraatti Mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa gara doormii isaatti deebii’uuf mooraa utuu seenuu ni barbadamtaa jechuun poolisotaa fi namotaa hucuu poolisaa hin ufatiin lamaan qabamee gara wajjiraa poolisaa Mooraa keessaatti argamuu biroo Kalid Abbaa Tamaamitti geeffamuun namotaa biro kana waliin jiranii fi kanneen gochaa suukkanneessaa barattoota irratti raawatan gutuutti eenyummaa isaanii waan qabnuuf gama fuula duraa ibsina.

Ummanni Oromoo keessattuu warri biyya alaa jiraatan ajjeechaa,saaminsa qabeenyaa fi dachii,hidhaa fi yakkoota Oromoo irratti raawatamaa jiru mara irratti iyyannaa hanga har’aatti taasiftan hafee hin qabu.Caalaatti gidiraa saba irra jiru dhageessisuu fi aduunyaa haala Oromoon keessa jiru hin beekiinitti dhaqabsiisuuf tokkummaan sagalee keessan akka ol kaftan imaanaan isin irra jirti.

SBO Adoolessa 14 Bara 2013

Aside

Aside

Oromiyaa 

 

“Lukkuu Gowwomsanii Teephaan Kuffisani”

Aside

“Lukkuu Gowwomsanii Teephaan Kuffisani” hiikkaan mammaaksa kana keessa jiru gahaatti namaa gala.  

Dhihoo kana Mootummaan Wayyaanee qoodumsa ykn raabsii aangoo taasiseen bakka  bulhiinsa magaalaa Finfinnee kan ture Obbo Kumaa Damaqsaa dhaa Obbo Dirribaa Kumaa buusee jira.  Obbo Dirribaanis ta’e kan duraanii Kumaan maqaa Oromoon bakka bulchiinsa Finfinnee akka qabatanii jiranii fi Oromoon aangoo siyaadaa keessaa qoda guddaa qaba jechuuf akka itti dhimma bahan ta’uun isaa   waan nama shakkisiisu hin jiru.Ammoo barchuma bulchiinsaa haa qabatan malee magaalaa Finfinnee kan Oromoo taasisuufis ta’e qabeenyaanis ta’e qubsumaan daangaa lafa magaalaa irra Oromoota jiran buqisuu fi lafa irraa buqisiisuun duressoota alagaaf akka raabsaa turan iccitii gabaa keessati.

Amma akka Obbo Dirribaan aangoon bulchiinsa Finfinnee itti kennameen, bulchiinsa Finfinnee keessatti bakkoota furtuu, furtuu ta’an hunda irratti kanneen ramadaman marti saboota birooti. Dirribaa Kumaa(OPDO) irraa kan gadi hafe abbaa biyyaa kan ta’e Oromoota akka hin taane  baldhinaan dubbatama. Fakkeenyaaf

  1. አቶ አባተ ስጦታው ምክትል ከንቲባ
  2. አቶ ሀይሌ ፍሰሃ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ስራ አስኪያጅ
  3. አቶ ይስሃቅ ግርማይ የአቅም ግንባታ ቢሮ ሀላፊ
  4. አቶ ጌታቸው ሀይለማርያም የኮንስትራክሽንና ቤቶች ልማት ቢሮ ሀላፊ
  5. አቶ ጥላሁን ወርቁ የጥቃቅንና አነስተኛ ቢሮ ሀላፊ
  6. አቶ ገብረ ፃዲቅ ሀጎስ የባህልና ቱሪዝም ቢሮ ሀላፊ
  7. ወይዘሮ ብዙነሽ መሰረት የሴቶች ህፃናትና ወጣቶች ጉዳይ ቢሮ ሀላፊ
  8. አቶ ኤፍሬም ግዛው የሰራተኛና ማህበራዊ ጉዳይ ቢሮ ሀላፊ
  9. አቶ ሺሰማ ገብረስላሴ የንግድና ኢንዱስትሪ ልማት ቢሮ ሀላፊ
  10. አቶ ፎርኢኖ ፎላ የፋይናንስና ኢኮኖሚ ልማት ቢሮ ሀላፊ
  11. አቶ ሰለሞን ሀይሌ የመሬት ማኔጅመንትና ልማት ቢሮ ሀላፊ
  12. አቶ ዲላሞ ኦቶሬ የትምህርት ቢሮ ሀላፊ
  13. አቶ ፀጋዬ ሀይለማርያም የፍትህ ቢሮ ሀላፊ
  14. ወይዘሮ ፍሬህይወት አያሌው የኮሙኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ ሀላፊ በመሆን ተሹመዋል ።

Egaan aangoo fi murteessummaan Obbo Dirribaa fedhinnaa saboota biroo warra jalatti ramadaman irratti hundaawa . Muudama aangoon murteessummaa harka hin jirre! Kanaaf maqaa Oromoon daldaluun hanga yoom laata???

Odeessi argame akka armaa gadiiti:-

አቶ ድሪባ ኩማ የአዲስ አበባ ከተማ ከንቲባ ሆኑ

አዲስ አበባ፣ ሐምሌ 2፣ 2005 (ኤፍ ቢ ሲ) እየተካሄደ ያለው አዲሱ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ምክር ቤት ጉባኤ አቶ ድሪባ ኩማን የከተማዋ ከንቲባ አደርጎ ሾመ፡፡ ጉባኤው የቀድሞው ምክር ቤት ዋና አፈ ጉባኤ ዶክተር ታቦር ገብረመድህን እና ምክትል አፈ ጉባኤ አቶ ወልደገብርኤል አብርሃን በአዲሱ ምክር ቤትም በነበራቸው ስልጣን እንዲቀጥሉ መርጧቸዋል፡፡ አዲሱ ከንቲባ ድሪባ ኩማ የከተማዋን ቁልፍ ከተሰናባቹ ከንቲባ ኩማ ደመቅሳ በመረከብ ከአፈ ጉባኤዎቹ ጋር ቃለ መሃላ ፈጽመዋል፡፡
አዲሱ ከንቲባ አቶ ድሪባ ኩማ ለምክር ቤቱ የካቢኒ አባላቶቻቸውን በማቅረብ አስፀድቀዋል ።
በዚህም መሰረት
  1. አቶ አባተ ስጦታው ምክትል ከንቲባ
  2. አቶ ሀይሌ ፍሰሃ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ስራ አስኪያጅ
  3. አቶ ይስሃቅ ግርማይ የአቅም ግንባታ ቢሮ ሀላፊ
  4. አቶ ጌታቸው ሀይለማርያም የኮንስትራክሽንና ቤቶች ልማት ቢሮ ሀላፊ
  5. አቶ ጥላሁን ወርቁ የጥቃቅንና አነስተኛ ቢሮ ሀላፊ
  6. አቶ ገብረ ፃዲቅ ሀጎስ የባህልና ቱሪዝም ቢሮ ሀላፊ
  7. ወይዘሮ ብዙነሽ መሰረት የሴቶች ህፃናትና ወጣቶች ጉዳይ ቢሮ ሀላፊ
  8. አቶ ኤፍሬም ግዛው የሰራተኛና ማህበራዊ ጉዳይ ቢሮ ሀላፊ
  9. አቶ ሺሰማ ገብረስላሴ የንግድና ኢንዱስትሪ ልማት ቢሮ ሀላፊ
  10. አቶ ፎርኢኖ ፎላ የፋይናንስና ኢኮኖሚ ልማት ቢሮ ሀላፊ
  11. አቶ ሰለሞን ሀይሌ የመሬት ማኔጅመንትና ልማት ቢሮ ሀላፊ
  12. አቶ ዲላሞ ኦቶሬ የትምህርት ቢሮ ሀላፊ
  13. አቶ ፀጋዬ ሀይለማርያም የፍትህ ቢሮ ሀላፊ
  14. ወይዘሮ ፍሬህይወት አያሌው የኮሙኒኬሽን ጉዳዮች ቢሮ ሀላፊ በመሆን ተሹመዋል ።

Raadiyo Seife Nebelbal Qophii Adoolessa 11,2013

Aside

Raadiyoo Simbirtuu Qophii Adoolessa 11,2013

Aside

Radiyoon Marii: G/D Dubbi Himaa ABO Obbo Boruu Barraaqaa Waliin

Dubbi Himaa ABO Jaal Boruu Burraaqaa

Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Arbaminc gamtaan saaminsa lafa Oromiyaa dura dhaabbatan

Aside

Adoolessa 10,2013 Arbaminc

Mootummaan wayyanee lafa ilmaan oromoo ilmaan habashaa fi alagootaatti gurguraa kan ture yeroo ammaa daran jabeessuuf kan akeekkate lafa naannawa Finfinnee irratti argaman mootummaa federaalaa jala galchuuf kan kaaa jiru miseensota DH.D.U.O yuunivarsiitii Arbamincdhaan dura dhaabbatame.Mootummaan wayyaanee yeroo dheeraaf ilmaan oromoo miseensa DH.D.U.O gochuun kan ilmaan oromoo itti miidhaa turte gahe jechuun barattootni oromoo Yuunivarsiitii Arbaminc gamtaan lafa keenya hin kenninu jechuun dura dhaabbatanii jiran.Wal gahii wayyaaneen miseensota DH.D.U.O waamte irrattis miseensotni gaaffiilee

1. Lafti keenya maaliif gurgurma

2. Ijoolleen oromoo ijoollee biro irraa adda bahanii maaliif ariiamu,hidhamu

3. Qabeenyi oromoo daangaa malee maaliif saamama

Kanneen jedhan kaasuun kaabinoota gaaffiin mataa naannessanii haamileedhaan wal jajjabeessaa mormii gaggeessanii jiran.Mootummaan wayyaanees gamtaa kanaan kan baarage itti gaafatamaa DH.D.U.O kan tahe barataa Huseen Jundii situ kana qaba jechuun qorannoon rakkisaa jiran.Barattootni oromoo gamtaan mirga gaafachuu irratti argaman.

Kora Gamtaa Miseensota ABO Kutaa Ameericaa fi Kanaadaa,

Aside