Uummanni godhina addaa naannoo Finfinnee jiraatu bishaan summaawaan miidhamaa jiru.

Aside

Fulbaana 10,2013

BU’AA OROMIYAAN FINFINNEE IRRAA ARGATTE, Uummatni godina addaa Finfinnee jiraatan sababa xurii Finfinnee irraa gadi yaa’u hanqinna bishaan qulqulluutiin rakkachaa jiraachuun beekama. Itti gaafatamaan waajjira Bishaan Albuuda fi inarjii godina addaa Finfinnee Obbo Maatiwoos alamu akka jedhanitti aanota Finfinnee marsanii jiraatan keessaa aanaa Muloo qofaatu bishaan qulqulluu argachaa jira. Warri kaan garuu xurini Finfinnee irraa gadi yaa’u waan bishaan faaleef bishaan qulqulluu dhabaniii rakkachaa jiru jedhaniiru. Bishaan boollaa yoo qotames bishaa summaa’aa waan taeef rakkoon guddaa mudachaa jira jedhaniiru. Fakkeenyaaf aanaa Aqaaqiitti gandoota 14 keessatti bishaan boolla gadi fagoo yoo tae malee bishaan qulqulluu hinjiru. Kun bu’aa Oromiyaan Finfinnee irraa argattedha

Dhaloonni maal kolfa!

Aside

QEERROO BISHOOFTUU Irraa
Maaltu itti tollaan ilkaan gadi yaasaa?
qoratamuu qaba maddi gammachuusaa
kan saba dhokote maaluma argattee?
naa gaafadhaa maaloo maalif ilkaan yaastee?
guyyaa yeroo hojii halkan yeroo hiribaa
innoo gadda hin beekuu yeroo hunda sirbaa
mee ka’een si gaaffa maaluma kolfitaa?
maaltu sitti tollaan ilkaan nutti yaastaa?
bara bitaaf mirgaa ollaan wal gargaaru
hacuuccaa saba isaaf onneefatee aaru
mana gaddaa teessee ilkaan nutti yaasta
silaa safuu hin beektu faduula jiraatta
bara dhugaan badee sobni nuun taphatu
bara guyyaa saafaan shirri hedduumatu
bara lammii keetti jireenyi hadhooftu
bara uummati kee gabrummaan jiraatu
bara xiqqaaf guddaan bilisummaaf kaatu
araar,araar jedhee uumaa isaa kadhatu
kan kee kuni maali? maali kan kofaltu?
fala yoo dhabde illee garaan maaf si hin aartu???

DHALOONNI MAAL KOLFA1.docx

Ijjeechaa Injinar Tasfaahuun Camadaa Ilaalchisee Ibsa WQO/OSA (Oromo/Oromia)

HIWAATI FI TIWULIDDA-ITOOPHIYAAWWIIN NU FIXAN !

Aside

Hundee Dhugaa fi Hiriyoota isaa

barruuWayyaaneen jecha Tiwulidda Itoophiyaawwii jedhu irra jireessa ykn ifatti itti fayyaadamu kan eegaltee, Filannoo 2005 boodadha. Garuu, Tiwulidda Itoophiyaawwii jedhamee akka shirri gaggeeffamu kan karoorfatan, baruma bosona jiranidha jedhama.Tiwulidda Itoophiyaawwii jedhamanii seeraan hayyamameefii akka garaa isaanii akka taan kan hayyamameef eenyufaati ? Lammiilee addunyaa keenyaa meeqatu Itoophiyaa keessatti dhalateetu, xiyyeeffannaan akkasii laatamuufii dandaee?? wayyaaneen Ilmaan sabootaa miliyoonaan beelessee, kumaantamaan hiraarsee, kumaatamaan lubbuu galaafatee, kaan dhaabbitti namummaa baasee , kaan mana hidhaatti tortorsaa yoo barbaade ammo summiin ajjeesaa, maaliif warra Tiwulidda Itoopiyaawwii jedhamaniif warqee hafeefii jiraachisaa ?

warri Tiwulidda Itoopiyaawwii jedhamanii Itoophiyaa keessatti seeraan baakaman meeqaa ? bara wayyaanee kana jechi kun akkamiin dhufuu dandaee ? sirni wayyaanee Ummatoota miidhaa jiru, balaa dhala namaaf hin mallee raawwachaa jiru, akkamiin warra Tiwulidda Itoophiyaawwii jedhamaniif gaarii taee , biyya alaa itti godaananii, waraqaa eenyummaa tokkon alatti qabeenyaa akka saaman taasifama ? ? ilmaan saboota yoo dhaaba siyaasaa dhaabbatan guyyuu adamfamanii diigaman. Hiraarrii fi shirri adda addaas irratti gaggeeffama. Miseensa dhaaba kanaa taee kan argame gooleessaadha jedhamee Biyya abbaa isaa irratti itti roorrifama. Warri Tiwulidda Itoophiyaawwii jedhaman garuu, waan isaan hin galchine keessa seenanii harka mirgaa wayyaanee taanii ummata yennaa miidhan argaa jirra . kun akkamiin tauu dandae.?

hundee dhugaa.doc

SBO Fulbaana 8 Bara 2013

Aside

IS TPLF LEADING THE COUNTRY OR EXPANDING IT’S BUSSINESS EMPIRE?

Aside

Firehiwot Guluma | Sept 4, 2013

Firehiwot Guluma TezeraSince the dictator TPLF seized power, it has been clearly engaged in massive corruption and unethical business practices by national or international business rules. As a ruling party, it not only owns strategic sectors of the economy and engages in commercial and trading activities, it also puts competing private sectors in a hopeless no-win situation. This preponderant economic dominance is also used as a political weapon to harass, incarcerate, dominate, weaken and control opposition forces in order to stay in power indefinitely.

The TPLF, the core political power of Ethiopian government, has transformed the Ethiopian economy from State ownership to the private ownership by political parties, mainly the TPLF, by buying investment assets formerly owned by the government of Ethiopia, as prescribed by the World Bank Report and political coercion by the United States Government. At the same time, the TPLF has also started a huge investment program of its own through sham corporate structures. For example, the TPLF controlled Endowment Fund of Rehabilitation of Tygrai (EFFORT) is a conglomerate with an asset estimated well over a billion Ethiopian Birr involved in business investment in all aspect of the Ethiopian economy.

Read More:- article.docx

 

Tokkummaa Yaa Ilmaan Oromoo Tokkummaa!!!

Aside

Oromo Live song at Addis Ababa University- Tokuma

Maaf Adamfamee,maaliif dhaanamee??

Aside

Haadha gootota hedduu; Ammas diinni kee haa gaddu!

Aside

Haadha gootota hedduu; Ammas diinni kee haa gaddu!.doc

SBO Fulbaana 04 Bara 2013

Aside