SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 3, 2018

Aside

ONN LIVE: Sagantaa Qophii Addaa Hiriira guyyaa har’aa waligala Oromiyaa keessatti taasifame irratti kan hundaa’e Adoolessa 03 2018

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa . Adoleessa 3/2018

Aside

Sagantaa GAADDISA DHUGAA -Gaaffii fi Deebii Hayyu-duree ABO Jaal Daawud Ibsaa Waliin.

Aside

ABO malee hin jiru abbaan biyyaa .

Aside

SBO: Adoolessa 4 bara 2018. Oduu fi Haala Yeroo: Siyaasaa Impaayera Itoophiyaa fi Dhimmoota Qabsoo Bilisummaa Oromoo Irratti Gaaffii fi Deebii Hayyu-duree ABO Jaal Daawud Ibsaa Waliin Taasifame Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Naqamte FXG Itti Fufee Jira

Aside

Image may contain: one or more people, sky, crowd and outdoor Continue reading

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

Mallattoon Gabrummaa fi Cunqursaa Kan Alaabaa fi Asxaan Habashoota Maqaa Tokkummaa Jedhuun Lamuu Ummata Oromoo Hin Haguugu.

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Sirna Cunqursaa keessatti dhalannee, sirna cunqursaa jalatti kan guddanne, bara gara baraatti jijjiirraa garboonfattoonni saggoo ilma Oromoo irratti taasisaniin cabnee, caba kaleessa garboonfataan cabne keessa teenyee garboomsaa faarsuuf, faajjii garboomsaa dhaadeessuuf ekeraan wareegamtootaa nagaa nuu hinlaatu, nuu hinayyamus. Har’a saatii qabsoo Oromoo xumuraan geenyee jirrutti, qabsoo naamusaaf sansaka mataasaan ABO dhaan durfamee kaayyoof ejjennoo mataasaan adeemaa jirutti shiroonni diinaa heddummatuun qabsoo Oromoo waan balleessan itti fakkaatee, Oromoo bitamaa barbadanii Oromoo irratti bituu aadaa taasifachuun akeeka goobanoota kaleessaa har’as goobanota lammaffaa hedduusaanii oomishatanii, vaayirasii qabsoo Oromootti lakkisanii jiraataniis akeekaaf kaayyoon ABO ittuu uummatasaa jabeessuun diina bool’aaf afaan du’aarraan geenyee jirra. Har’a afaan guunnee Wayyaaneen akka du’urra geessee jirtu ammas irra deebiin ibsina. Continue reading

Guyyaa Har’aa Qeerroon Bilisummaa Wallagga, Horroo Gudurruu Odaa Bulluqitti IRBUU haaroomfatan.

Aside

Image may contain: one or more people, crowd, tree, sky, outdoor and nature Continue reading

Qeerroon Arsii Asallaa guyyaa Har’aa Hiriira Gaggeessaa oole irratti Jijjiirraa Sirnaa Jijjiirraa Sirnaa jechaa oolan.

Aside