Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Onkoloolessa 27, 2014

Aside

Ayyaana Irreecha Godina Jimmaa Malkaa Booyyee fi Hirmaatnaa Qeerroo Onkoloolessa 26,2014

Aside

Amnesty: Ethiopia Systematically Repressing Oromo

Aside

FE2E1076-BAB0-47FE-8E11-8FCB80AE7C9E_w640_r1_s_cx0_cy5_cw0

Amnesty International has issued anew report claiming that the Ethiopian government is systematically repressing the country’s largest ethnic group, the Oromo. Read more…

http://www.Ayyaantuu.com

http://www.Gadaa.com

SBO Onkoloolessa 29 Bara 2014 Oduu – Sadaasa 9 guyyaa yaadannoo FDG Waggaa 9ffaa sababeeffachuun gaaffii fi deebii Art.J.Sutee Barentoo waliin godhamee fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Gabaasa Kabajamuu Ayyaanni Irreechaa Godina Jimmaa

Aside

10734181_584535965023130_6421479275020323424_n (1)Onkololeessaa 26,2014 Ayyaanni Irreechaa Godina Jimmaatti sirna ho’aa ta’een kabajame!! Uummatni Oromoo jalbultii ayyaana kana ilaalchisuun Onkololeessa 25/2014 irraa eegaluun godinaalee Oromiyaa gara dhihaa kanneen akka Godina Iluu abbaa Booraa, Godina kibba Lixa Shawaa, Shawaa Lixaa fi wallaggaa Bahaa irra gara Magaalaa Jimma seenan, jalbultiin Ayyaana kanaa haala akkam miidhagaa ta’een Malkaa Deeddeetti kan eegalame, Guyyaa kaleessaa Malkaa Booyyeetti haala akkam ajaa’ibsiisaa ta’een kabajame jira. Goototni barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa fi Saabboontootni hojjettootni fi barsiisotni Godina Jimmaa fi Yuunibarsiitii Jimmaa Ayyaana kana irratti argamuun haala akkam boonsaa ta’een Eenyummaa, Oromummaa ,sabboonummaa, fi tokkummaa uummata Oromoo jabeessuun Uummata Oromoo kuma kudha-shani (15,000) Olitti lakka’amuun kabajame jira.
Kabaja ayyaana Irreechaa Godina Jimmaa Malkaa Booyyeetti kabajame kana irratti dargaggootni Qeeerroon barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa gamtaadhaan argamuun walleewwaan warraaqsaa fi mootuummaa abbaa irree balaaleeffatan Sirbuun uummatni Oromoo eenyummaa, Oromummaa, Sabboonummaa fi bilisummaa isaa gonfachuuf yoom iyyuu rafee akka hin bullee fi tole jedhee halagaa fi abbootii irreef akka hin bitamne walleewwaan warraaqsaa kanaan uummataaf barnootaa fi ergaa guddaa dabarsa, walleewwaan warraaqsaa kanaaniis ABO fi Uummata Oromoo, Qabsoo bilisummaa Oromoo sodaa tokko malee faarsuun diina garaa gubaa oolaniru. walleewwaab Artisti kabajamaa fi Jaalatamaa Eebbisaa Addunyaa guutummaatti sirbaa Oolaan.
Mootummaan abbaa Irree Wayyaanee akkuma amala ayyaana irreecha kana danquu fi uummata sodaachisuuf humna poolisaa guddaa bobbaasuun guyyaa jalbultii Ayyaana kana irraa eegaluun Magaalaan Jimmaa eegamaa turte, tokkummaa Uummataa fi haala hedduminan uummatni Ayyaana kanaaf qophii gochaa jiru irraa ka’uun tajajila uummataa kanneen akka Ibsaa Eliktiriikii, Bishaan dhugaatii fi Network Magaalaa Jimmaa irraa balleessun uummata darara jiraachuun beekamee jira. kessumattuu Ayyaana kanaan walqabatee tajajillii bishaan dhugaatii, Ibsaa fi Network magaalaa Jimmaa irra baduun immoo yeroo amma kana haalan kan uummata dheekkamsiise ta’uun gabaafame.
Goototni Barattootni Yuunibarsiitii Jimmaa tajajillii bishanii, Ibsaa fi network uummata irraa dhaabbatee(citee waan jiruuf Mooraa yuunibarsiitii Jimmaa Main Campus keessa naanna’uun roottoowwaan bishaan itti kuufaman caccabsuun Mootummaan wayyaanee tajaajila hawwasuummaa uummata irraa kutuun uummata darara jiru nurraa ka’uu qaba jechuun halkan guutuu hanga poolisiin mooraa Yuunibarsiitii Jimmaa dhaabsiisuu dhadhabutti iyyaa bulan, Diddaa gootota barattoota Yuunibarsiitii Jimmaa kanatti Mootummaan Wayyaanee Yaaddoo ulfaata keessa seenuun humnoota basaasaa fi poolisaa bobbaasuun Yuunibarsiitiin Jimmaa eegamaa jira.

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, October 27, 2014

Aside

Ayyaanni irreechaa godina Jimmaa malkaa Booyyetti haala akkaan hoo’aa ta’een kabajamee.

Aside

ONKOLOOLESSA 26/2014 “IRREECHA MALKA BOOYYEE”

DSC02079Ayyaanni irreechaa godina Jimmaa malkaa Booyyetti haala akkaan hoo’aa ta’een kabajamee oolee jira.Irreecha birraas ta’ee kan Arfaasaa biyya keessattii fi biyyoota alaattis waggaa waggaan akka irreeffatamu eenyu illee waan haaluu hin dandeenyedha. Haaluma kanaan ummanni oromoo magaalaa Jimmaa,naannawa ishii,akkasumas barattoonni oromoo yunivarsiitii Jimmaa kaampaasota garagaraa fi barattoonni kolleejjii barsiisota Jimmaa walitti dhufuun ayyaanicha jalabultii irraa jalqabuun bifa nama boonsuun kabajuu danda’anii jiru.Qeerroon yunivarsiitii Jimmaa fi kolleejjii barsiisota Jimmaa jiraattota magaalaa fi naannawa ishee waliin ta’uun jalabultii irreechaa dug-duuba kolleejjii barsiisota jimmaa malkaa doodee irratti bifa miidhagaa ta’een kabajanii jiru jedha gabaasni Qeerroo godina Jimmaa. Qeerroo fi sabboontonni oromoo kan yoomiyyuu diinaf gadi hin jenne sirboota fi waallewwan warraaqsan jibbaa fi tuffii diina isaanif qaban itti mul’isuun wayyaane fi ergamtoota wayyaanee daran rifaasisanii jiru.Qeerroo fi sabboontonni oromoo waalleewwan warraaqsaa akka armaan gadii kanatti kaasuun ijjannoo isaanii diinaf mul’isan:

1.Taaddee Birruu leenca boombin dadhabe har’a saaxiniin gadi qabe.

2.Yaa oromoo oromoo qulqulluu qonnee nyaannaa lafa hin gurgurru. 3.Boolloo xaddee Taaddasaa koo hin badde biyyoon galabaa miti wal-irraa hin xaragani.As irratti wanti hubatamuu qabu akka fakkeenyatti maqaan taaddasaa ka’e malee maqaan gootota oromoo osoo falmaa bilisummaa gaggeessanuu lubbuun isaanii wareegamte hedduun kaafamanii jiru.

4.Foolleen shanii Dabbaalleen kudhanii maal balleesse kan barataa Kenya hidhanii jechuun barattoota Oromoo gaaffii mirga namoomaafi abbaa biyyummaa gaafatanuu maqaa shororkeessan wayyaaneen mana hidhaatti darbattee hiraarsaa jirtu yaadatanii wall yaadachisuu danda’anii jiru.Walumaa galattii Irreechi birraa malkaa Booyyee oromoota kumaatamaan lakkaa’amaniin sirboota fi waalleewwan warraaqsaan dabaalamuun haala akkaan hoo’aa ta’een kabajamee oolee jira.Wayyaaneen humna tikaa fi basaastota ishii bobbaastus ayyaanichi muudannoo tokko malee milkaa’uu danda’ee Kira.Gabaasa kana irraatti waraabbii suuraa fi sagaleenis qindaawe dhihaata.

Celebrate Qubee & Afan Oromo: 23 Years of Success Since the Nov. 3, 1991 Adoption of Qubee

Aside

CelebrateAfanOromoQubee2014

Posted: Onkoloolessa/October 26, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | 

CelebrateAfanOromoQubee2014_4

As November 3 (Qubee Day) is fast approaching, it’s important to celebrate and understand the significance of November 3, 1991 – the day Qubee was adopted as the alphabet of Afan Oromo, after being endorsed by Oromo as well as other international linguists. With Qubee, Afan Oromo, the language so many fought and died to keep alive and legal, was sprung into its current revival period.

Afan Oromo is Africa’s fourth most widely “spoken” language, and since the November 3, 1991 adoption of Qubee, it’s also becoming one of the top “written” languages in Africa.

The history of Oromo shows that the Abyssinian successive ruling classes, emboldened by ignorance and arrogance, had the mission to wipe out this language; and their mission failed by the relentless national struggle of many Oromo generations before 1991 and after 1991.

When November comes, we are also reminded of the sacrifices paid by the Oromo youth during the 2005 FDG, which broke out on November 9, 2005 to fight against the subjugation of the Oromo people by the Tigrean TPLF regime.

The sacrifices of the Oromo youth have been seared into the Nation’s memory forever. Kabada Badhassa, Jagama Badhane, Alemayehu Garba, Gaddisa Hirphasaa, Morkata Idosa, Gemechu Benesa Bula, Lelisa Waqgari Bula, Yaasiin Muhaammad, Dirribee Jifaar, Simee Tarrafaa, Shibbiruu Damisee and many many others – died for Oromo’s national liberation and national pride, and to uphold Oromo’s national heritage, such as Qubee, the Gadaa System,Aaddaa Oromoo, to mention just a few of the Oromo national heritage.

SBO Onkoloolessa 26 Bara 2014 Oduu – Guyyaa yaadannoo FDG marsaa 9ffaa irratti qophii addaa – gaaffii fi deebii Art.Caalaa Bultum waliin akkasumas qophiilee biroo

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Onkoloolessa 24, 2014

Aside