SBO Bitootessa 08 Bara 2015. Oduu, Gaaffii fi Deebii Itti aanaa Hayyu-duree ABO Jaal Dhugaasaa Bakakkoo: Kutaa xumuraa, Sochii FDG barattoota Oromoo Yunvarsitii Jimmaarratti gaaffii fi deebii dargaggoota Oromoo waliin taasifamee fi gaaffi fi deebii Wellisaa Bashannanaa Hayluu waliin taaifame: kutaa maayii.

Aside

“Walabummaa” Siifan Dukkana Joora Qorra Gubaa Saniini… Jaallatamtuu Artist Ilfee Qannoo

Aside

BISHAAN KEESSA DHAABBATANII DHEEBOCHUUN,QAANIIDHA !

Aside

SEENAA Y.G(2005)

BISHAAN KEESSA DHAABBATANII,,,,,,,,QAANIIDHA !!! kutaa 2ffaa.docx

Geerarsa: Garaan Na Hammaate!

Aside

Firaol Guutuu irraa.

Yeroo arfaasaan gahetti ni hamumoo ni facaasu

yeroo diinni rooriftu ni ganumoo ni bookisu

Morma dinnaa qalanii ol’antummaan weeddisu!

Yeroo roorroon hammatuu , yeroo joobirri kaattu

Jajjabee gaara keessa mul’attee baati keessa

Oljettus gubbaan dhuftee, gadjettus jalaan dhuftee

kaaban kibbaan guluftee diinatti karaa cuftee

Iyya handaaqoo ganamaa yaa korissa wenotaa

Garaanko nahammatte maal farrifteeta laata?

lammii lammii isaaf lolaa, dhiirri gaaratti gala

Kanaaf gora’ee qalaa!

Geerarsa.docx

Mooraan Yuunibarsiitii Jimmaa fi Magaalaan Jimmaa Human Waraanaa fi Poolisii Federaalaan Marfamtee Eegama Jirti.‏ FDG Itti Fufe!

Aside

HaromaayaaBitootessa 5,2014 Mootummaan abbaa irree Wayyaanee soda fi yaaddoo sochii warraaqsa FDG goototni dargaggootni Qeerroon barattootni  Oromoo irratti qabsiisa jiraniin walqabatee Mooraan Yuunibarsiitii Jimmaa fi magaalaan Jimmaa human waraanaa fi poolisii federaalaan marfamtee eegama jirti.

  Sochii Warraqsa FDG Godina Jimmaa Magaalaa Jimmaa keessatti qabateen walqabatee Mootummaan abbaa irree wayyaanee sochii kana dura dhaabbachuuf human waraanaa fi tikaa of harkaa qabu bobbaasuun barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa, kolleejjii barsiisota Jimmaa fi magaalaa Jimmaa irratti eggichaa adda ta’e gochaa jiraachuun saaxilame jira.

  Goototni dargaggootni barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa fi koolleejjii barsiisota Jimmaa  tokkummaa isaanii jabeeffachuun mootummaa wayyaanee jala soda tokko malee mirga isaanii falmachuuf wareegama kamuu baasuuf qophii ta’uu ibsachuun barattootni  Oromoo 10’n badii tokko malee humnan ukkanfamanii mana hidhaa wajjira poolisii Magaalaa Jimmaa alaazer jedhamutti hidhamanii dararama jiran atattamaan akka hiikaman gaafatan. mootummaa wayyaanee fi dabballootni wayyaanee waan qabanii gadhiisan dhabuun muddama keessa jiran tokkummaa barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa fi koolleejjii barasiisota Jimmaa irraa soda keessa seenuun barattoota ukkamsanii jiran atattamaan gadi gadhiisanii jiraachuun ibsame jira.

 Walumaa galatti Mootummaan wayyaanee Sochii FDG qabsiifama jirun muddamee attattamaan guyyaa kaleessaa bitootessa 5/2015 dhaabbilee barnoota olaanoo biyyaatti Yuunibarsiitota kanneen akka Jimmaa, Amboo, Wallaggaa, Madda Walaabuu, Harammayaa fi Adaamaa keessatti FDG guddaatu nurratti qabsiifamuuf jira jechuun dabbaloota isaa fi humnoota tikaa waraana  wayyaanee hedduuminaan mooraa Yuunibarsiitota kanneeni irraatti bobbaasee eegaa jirachuu gabaasaan keenya bakka hundaa nu qaqqabaa jiru ifa godhee jira. Loltootni fi poolisootni wayyaanees Yuunibarsiitii jimmaa uffata militerii/loltummaa isaanii jijjirachuun uffata sivilii uffachuun mooraa yuunibarsiitiitti olgalfamuun doormii barattoota irraa naanna’uun hojii basaastummaa irratti bobbafamanii jiraachuu saaxilamera. Akeekaa kana dura dhaabbachuu fi fashalsuun kandanda’amu ta’uu hubachiisuun goototni barattootni Oromoo dhaabbilee baranoota olaanoo  FDG dhoosuun akeekaa wayyaanee fashaleessuuf mutii fudhachuu beeksisan.

Sagalee Seife Nebelbalaalii fi Simbirtuu Qophii Bitooteessa 5,2015

Aside

FDG Manneen Barnootaa Lixa Shaggar Keessatti Itti Fufe,Suuraan Sabboontota Ebala 2014 Wareegamaniis Raabsamaa Oole.

Aside

Odeessa Qeerroo Amboo, Bitootessa 5,2015

diddaa9Lixha Shaggar Manneen Barnootaa Future Generetion fi mana barumsaa Ayyoomee 01 akkasumas Liiban Maccaa Sadarkaa 2ffaan FDG Itti Fufe. Magaalaa Ambootti Ammoo Suuraan Sabboontota Ebla 2014 Wareegamanii uumataaf raabsamaa fi faca’aa oole.
Kana malees akka Lixa Shaggar, aanaalee fi magaalota keessatti guyyaa lama dura barattootni kanneen akka Midaa Qany, Geeddoo, Xiqur Incinnii fi kkf barumsa dhaabuun yaadannoo sabboontota wareegameef taasisanii jiru, haalli kun itti fufuudhaan har’a akka odeessi Qeerroo magaala Amboo irraa addeessutti suuraan barattoota bara darbe Ebla 11/2015 kaasee magaala Amboo fi waluma gala godina Shgar  lixaa keessatti gaaffii mirgaa gaafataniin wareegaman mara suuraa isaani bittimsuun, baachuudhaan barattootni
olii gadi sochii taasisaa turan akkasuma:
– OPDO hanga yoomitti saba keenyatti taphattii, kan sabaaf hin taanee
nurraa ka’I,
– Gumaa barattoota keenyaa baasuun amma malee bor miti,
– Maqaa misoomaan qote bulaan keenya gowomfamuun haa dhaabbatu, Kan jedhu qabachuudhaan barattootni magaala Amboo keessatti daandiitti bahuudhaan socho’uudhaan tika fi humna mootummaa dhokataa uummata keessa faca’ee jiru mufachiisuun dhagayame, akkasuma akka odeessi Qeerroo ibsuttis sochii barattootaa kana tasgabbeessuuf humni mootummaa irraa ergame barattooni har’as ni bahu kan jedhuun mana barumsaa Future Generetion fi mana barumsaa Ayyoomee 01 akkasuma mana barumsaa Liiban Maccaa sadarkaa 2ffaan dhagaa darbachuudhaan humna mootummaa gara sanatti argame poolisoota ariyuun beekame, kunis sa’a 8:00 irraa kaasee kan eegale barattootni sirboota qabsoo dhageessisaa fi dhaadannoo akkasuma barruulee hojii mootummaa wayyaanee saaxilu bittimsuu fi babarreessuun odeessi Qeerroo addeessa.

Sagalee QEERROO Bilisummaa Bitootessa 4, 2015 Qophii Afaan Oromoo

Aside

ለቅሶ ነው ኡኡታ!!

Aside

Mesert Tulluuእነ አቦ ፀሀዬ ኡኡ ሲሉ እሪታ ፡

ቀድሞ የምናቀው ነው የፈሪ ድንፍታ፡

ፈሪ ነው ቦቅቦቃ ቀድሞ ሚፉክር፡

በተግባረ የሌለ ከአውሬ በቀር፡

በዝህ አይነት ዶማ ሀገር ስትመራ፡

የህዝብ ጠላቶች የእድገት ደንቃራ፡

ያላዋቂነቱን በገሀድ ያሳየ፡

እውነትም ዶማ ነው አቦይ ፀሀዬ፡

ድግሪን በገዘብ ከገብያ  እየገዙ፡

አላዋቂነቱን አሳየ አገዛዙን፡

በአምሳሉ ጠፉጥፎ ይበጀኛል ብሎ፡

ከድንጋይም አልፎ(OPDO)ሆነበት አሎሎ፡

በቃኝ አልገዛም አትመራኝ ከግዲህ፡

ለቅሶ ነው ኡኡታ!!

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, March 4, 2015

Aside