Gootinni Barattooti Oromoo Yuuniversitii Finfinnee Science fi Technology Uccuu Gurraacha Gaddaa Uffachuunii fi Nyaata Lagachuun Diddaa Sirna Wayyaaneef Qaban Mudhisaa Jiru.

Aside

 

Gootota Oromoo Magaalaa Alii Godina Arsii ,Mudde 9,2015

Aside

“ABO Jabeessaa,Wayyaanee Balleessaa” Jedhu Barattooti Oromoo Magaalaa Bordoddee Godina Harargee.Mudde 9,2015

Aside

Gootota Baratoota Oromoo Adaabbaa ,Mudde 9, 2015

Aside

Barattooti Oromoo University Adaamaa Nyaata Lagachuun Diddaa Sirna Wayyaanee Deemsisaa Jiru.

Aside

Gootota Barattoota Oromoo Godina Baalee, Magaalaa Agaarfaa.Muddee 9,2015

Aside

Gootota Barattoota Oromoo Horroo Gudruu Shaambuu Mudde 9,2015

Aside

Mudde 9,2015 Naannoo Dhaloota Gooticha Qabsoo Oromoo Elemoo Qilxuu Keessatti Barattooti Baha Harargee Ganda Langeey Hiriira Bahan.

Aside

Mudde 9,2015 Gootota Barattoota Oromoo Yuniversitii Haromaayaa Diddaa Siran Wayyaanee Itti Fufan!

Aside

Godina Salaa Aanaa Dhibauu Abbootii fi Aanaa wacaalee Bakka Muka Xurii Jedhamu Akkasumsan Aanaa Meettaa Rooriitti Itti Fufe

Aside

Mudde 9,2015 Gabaasa Qeerroo.

Godina Salaalee Aanaa Hidhabuu Abooteetti mormiin Uummata jabaate, uummanni Gamtaan ka’ee barattoota fi Oromoota hidhaman hidhaa Yaasee jira har’a Godinuma Salaalee Aanaa Wucaalee bakka Muka Xurii jedhamatti tarkaanfiin Qeerroon keenya fudhateen konkolaataa Mootummaa Wayyaanee ibidaan barbadeessan Amma muka Xurii bakka jedhama jirutti gubacha jirti. Godina a Lixa Shaggar Aanaa Meetaa Roobii irratti Hiriira Mormii guddaatu gaggeefama jira har’a .