Shaggar Kaabatti Diddaan Itti Fufe, Barattoota 11 Irraa Hawaasa Yuuniversititti Telefoonni Isaanii Irra Fuudhame, Barattootni 11 Yuuniversitii Adaamaa Irraa Ukkaamfaman!

Aside

Godina shaggar kaabaa hara ganama irraa eegaluun ona Kuyyuutti bulchiinsa magaalaa Garba Gurraachaa keessatti FDGn finiinsaa jiru. Barattootni mana barumsaa sadarkaa 2ffaa fi qophaahinaa Garba Gurraachaa mana barumaa sadarkaa 1ffaa Qeeraa fi manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa magaalaa Garba Gurraachaatti barattootni dhaadannoo dhageesisaa gara diddaa uumamaatti makamaa jiru, Onni Kuyyuu magaalaan Garba Gurraachaa yeroo ammaa kana waraana wayyaaneen buufatee jira, daandiinis cufamee humni waraanaa lukaan gara sanatti bobbaafamaa akka jiru jaallan qabsoo ona Kuyyuu irraa gabaasa taasisaa jiru. Diddaan yuuniversitii Hawaasaa kaampaasii Awaddayitti gaggeeffameen ijoollee oromoo 11 irraa telefoonni fuudhamee jiraachuu Qeerroon gabaasee jira.

FDG Har’a Muddee 10,2015 Ta’een Oromoonni 3 Wallagga magaalaa Innaangoo Keessatti Ajjeefaman

Aside

Eliyaas kifluu Seenaa Solomoon Heenook Joorji Fi Keeyeroon Darajjee new Oromo music video 2015

Aside

Wallagga,Laaloo Qilee Keessatti FDG Itti Fufe,Mudde 10,2015

Aside

Qeellam Laaloo Qilee Qeellam Laaloo

FDG Oromiyaa Mara Waliin Gahee Godina Booranaa Magaalaa Hiddii Lolaa Keessatti Gootonni Barattooti Oromoo Muddee 10,2015 Warraaqsa Gaggeessaa Jiru.

Aside

Boorana Hiddii lolaa Boorana Mudde 10

Mudde 10,2015 Gootonni Barattooti Oromoo Machaaraa Godina Harargee “Oromiyaa Ka’i Ni Kaana,Qabsoo Malee Hin Argamtu Bilisummaan” Jedhu.

Aside

Tokkee Kuttaayee,Lixa Shaggar Keessatti Alaabaa ABO(Oromoo) Finnisuun Mormii Sirna Wayyaanee Gaggeessan.Mudde 10,2015

Aside

Tokkee Kuttaayee

Wallagga Magaalaa Muggii Keessatti Diddaan Uummataa Itti Fufe. Mudde 10,2015

Aside

Arsii Nagallee Gootota Barattoota Oromoo FDG Guyyaa Har’aa Kana Itti Jiran,Mudde 10,2015

Aside

Har’a Godina Shaggar Lixaa Magaalaa Baabbichaa Keessatti Gootonni Barattoota Oromoo fi Uummanni “Oromiyaa Bilisoomsuu Qabna” Jedhu

Aside