Aside

Wayyaaneen 2ffaa Dargaggoota Oromoo Rakkisaa Jira/ ዳግማዊ ወያነ ወጣቶችን እያሰቃየ ነው።

Image may contain: 1 person, standing gaaffii tokko malee baatii 4 hanga waggaa tokkoo mana hidhaa makilaawwiitti sabboontotni hedduun dararamaa turan.

Har’as jijjiramni hin jiru Qeerroowwan armaan gadii fulbaana 5/2019 mana jireenyaa isaanii keessaa erga ugguramanii hanga ammaa namni isaan qorate osoon jiraatiin baatii tokko akka lakkoofsisan guyyaa har’aa mana murtii Birbirsa Gooroo jirutti yeroo dhiyyaatan baruu dandahameera.Image may contain: 1 person

Biqilaa Amanuu

Addunyaa Keessoo

Gadaa Bultii

Firoomsaa Baqqalaafi

Abdiisaa Guuttataa beellama dabalataa Onkolooleessa 20,2019 akka dhiyyaatan manni murtii Araadaa beeksiseera. Continue reading

Aside

OMN: Xiyyeeffannaa Haala Lixa Oromiyaa (Fulbaana 29, 2019)

 

 

Aside

Saliha Sami **Waan Baraaa** New 🎶 Oromo🎶Music 2019

Aside

ONN SAGALEE QEERROO FULBAANA 26, 2019

 

 

Aside

Mandii,Wallagga- Dargaggoonni Oromoo qaroon haala saba Oromoo fi Oromiyaa fageessanii tilmaamuun yaada isaanii bilisatti ibsatu.

Aside

ONN-Marii haala yeroo irratti Obbo Gashuu Lammeessaa , Obbo Odaa Xase fi Dr Rundaassa Esheete waliin Godhame .

Aside

የሕሊና ደሳለኝ ስንኞች

By Dhaabasa Waaqjira

 

 

 

Aside

ABO Yaadannoo Waggaa Har’aa Finfinnee, Oromiyaa

 

 

 

Aside

 ONN | QOPHII ADDAA FULBAANA 15 2019 | Waggaa 1ffaa Gara Biyyaatti galuu ABO ilaalchisee Gaaffii fi Deebii HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa 

Aside

Fulbaana 15,2019. Waggaa tokkoffaa hogganni ABO itti biyya galee

Image may contain: 1 person, sitting, suit and indoor(SBO – Fulbaana 14,2019) Bor Fulbaana 15,2019. Waggaa tokkoffaa hogganni ABO itti biyya galee fi ABOn waliigaltee mootummaa Itophiyaa waliin irra gahe irratti hundaa’uudhaan ifatti biyya keessa socho’uu itti eegalee dha.

Simannaan Fulbaana 15,2018 hoggana ABOf ummatni bal’aan Oromoo miliyoona 6tti tilmaamamu Finfinnee Dirree Masqalaatti bahee simate seenaa qabsoo bilisummaa Oromoo ABOn hogganamu keessatti bakka olaanaa dha qaba.

Adeemsa waggaa tokkoo kana keessatti ABOn bu’aa ba’ii hedduu keessa darbee as gaheera. Wanneen herregamanii fi hin herregamin tata’an hedduun jiraachuu danda’an. Hunduu adeemsa waan ta’eef kan dhufe akka akka isaatti keessummeessaa as gahe.

Fulbaana 15 guyyaa seena qabeessa kana sababeeffachuun Tv.n ONN fi SBOn Hayyu-duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waajjira ABO Gullalleetti argamuun dhimmoota adda addaa fi haala yeroo irratti gaaffii fi deebii godhaniifii jiran.

Gaaffii fi deebii kana guyyaa borii Fulbaana 15,2019 Tv.ONN, SBO fi Facebook Page Sagalee Bilisummaa Oromoon waan dabarsinuuf akka hordoftan kabajaa waliin isin beeksisna.

Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO)