VOA- Akkoo Manooyyee Dabalee Haawwan Oromoo Seenaa Jabaan Beekaman Eeennuu Fa Beettan?

Aside

Gaaffii di Deebii dhaggeeffadhaa (0:10:58)

Continue reading

Sadaasa 27,2016 Gumiin Abbootii Gadaa Oromiyaa Gochaa Sirna Wayyaanee TPLF Morman. Ibsa Ejjetnoos Baafatan.

Aside

Magaalaa Jimmaa Nannoo Mandaraa Qocii Jedhamtu Keessatti Saamicha Lafa Magaalaa Babal’atee

Aside

Sadaasa  27,2016
Erga labsii hattattamaa baafatanii asitti saamichi haala ulfaataan nurratti adeemsifamaa jira jechuun komii gurguddaan uummata magaalaattii cinaa dhoofamaa jira.Lafa magaalaaf manneen magaalaa keessa jiran tooftaa pilaanii dabilii ta’e jedhuun nama dhuunfaa saamanii Uummata Oromoo irraa kaasanii namoota qabeenya qaban lammii biraa bakka buusuun guyyaa gara guyyaatti waan nurratti adeemsifamaa jiruuf,dubbii mootummaan Waayyaanee nurratti raawwachaa jirtu baroo miti .
Torbee kana keessa qofa manni lamaa ol diigamee jira.Gatiin kaffalamu illee akka hin jirre kaasaan alatti haala saamichaa haaraa baafachuu isaanii odoossi Qeerroo Magaalattii irraa arganne ifa taasisa.

KAAYYOO SHOW DHUFAA JIRA BAGA GAMMADAN!!

Aside

BBC-News. Fidel Castro, Cuba’s leader of revolution, dies at 90

Aside

Media captionJames Robbins looks back at Fidel Castro’s life

Cuba’s former president Fidel Castro, one of the world’s longest-serving and most iconic leaders, has died aged 90.

His younger brother and successor as president Raul Castro announced the news on state television. Continue reading

Mooraa Jimmaa Yuunibarsiitiilee Keessatti Ukkamsaa Barattootaa Haala Ulfaataan Jabaatee Jira

Aside

because-i-am-oromoSadaasa 26,2016
Erga sochiin warraaqsaa mooraa Jimmaa Keessatti fineenee asitti barattoonni hedduun hidhamaa gidirfamaa,kanneen hafanis yaaddoo hamtuu keessa seenuun balaa hamaa saaxilamaa jiraachuu maddeen Qeerroo mooraa Jimmaay Yuunibarsiitii Gabaasu.Haalli hidhaa kun akkaa ulfaataa kan jiru yoo ta’u sochii Qeerroo Bilisummaa haala onnaataarraan gara kuteenyaan akka barataan jabeessee dhoosuuf haamilee guddaaf xiiqeffannoo jabaa gadi jabeessaa jiraachuu,akkasuma mooraa sana keessatti badii tokkoon alatti barataa barnootarraa ari’uuf hidhuun
kuna akkam akka barattoota aarsaa jiru dubbatamaa jira.
Bara baranaa kana keessatti barattoonni baay’inaan 100 ol ta’an ukkaamfamanii jiru.Mooraa kitoo furdisaa irraa hanga ammaa odeessi
Qeerroo Bilisummaa Oromoo dhaqqabe akka agarsiisutti moorichaa keessaa Oromoo taanaan akkamiin akka adamsamaa jiran wal nama hin gaafachiisu jedhu.Maqaa baewttoota hidhamanii muraasa Continue reading

SBO SADAASA 27,2016. Oduu, Gaabaasa yaadannoo FDG waggaa 11ffaa Minisootaa fi Oslootti geggeeffame, akkasumas guyyaa sabaa fi sablammootaa jechuun kan wayyaaneen ittiin ololu irratti ibsa gaazzexaa Jaarmayaan Sochii Haaromsaa Hararii jedhamu baase irratti gabaasa qindaa’e

Aside

Oromo: Seife Nebelbal Radio – Sochii Qeerroo Ilaalchisee Gaggeesitoota Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waliin,Sadaasa 25,2016

Aside

Oromo Qaanqee Show by Habtamu Lamu Gaafii fi Deebii atleetotaa Oromoo South Africa irra

Aside

“Yoo Walii Galan Alaa Galani” Artist Keyeroon Darajjee 2016

Aside