Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Onkoloolessa 11,2017

Aside

Sochiin Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa ykn Fincilli Xummura Gabrummaa (FXG) Uummata Oromoo Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Yakka Waraanaa guyyaa har’aa ajajabmootummaan abbaa irree Wayyaaneetiin uummata Oromoo mirga isaaf falmachaa jirun Oromiyaa Arsii Lixaa Shaashamanneefi Oromiyaa Bahaa Harargee keessatti wareegamaniifi madoo ta’aniif gadda guddaatu nutti dhagaahama. Waraanni Wayyaanee ergama diinummaa Ummata Oromoo irratti rawwachaa jirtan gaafatama seeraafi seenaa jalaa bahuu hin dandeessan.

Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sochii Warraaqsa biyyoolessa Oromiyaa bifa ijaarameefi qindoomina qabuun  Ebla 15 bara 2011 irraa egaluun sochii guddaa taasifamaa hanga 2014 itti iraa jalaan injifatnoon uldhisaa as gahame,bara 2014 irraa kaasee ganna sadii (3)f itti fufinsaan uummata keenya hirirsisuun falmannee falmachiisaa diina kufaatii isa xummuraa irraan kan geenyee jirru ta’uun beekamaadha. Qabsoo hadhooftuu Uummata keenya waliin ta’uun wareegama qaalii kanfaluun falmaa Bilisummaafi walabummaa biyya keenya Oromiyaaf Continue reading

“Har’aa Kaasee Alaabaan Keenya Oromiyaa Irratti Ni Bala’li’a” Dhadannoo Qeerroo!!

Aside

More Video….

Continue reading

Shashammanneen Akkasitti Oole.

Aside

Qeerroon Gincii Kaassitti Jiru.

Aside

Continue reading

Gootota Qeerroo Godina Baalee Magaalaa Gaasaraa, FXG

Aside

AMBO- Qeerroon Bilisummaa Magaalaa Amboo Keessatti Alaabaa ABOn Faayamanii FXG Guddaa Deemsisaa Jiru.

Aside

Qeerroo GodinaWallaaggaa Aanaa Jimma Horroo magalaa Nuunnuu

Aside

Image may contain: cloud, sky, outdoor and nature

Godina Wallaggaa Magaalota Gidaamii fi Muggii Keessatti Guyyaa Har’aa Mormiin Sirna Wayyaanee Guddaan Deemaa Jira.

Aside

Image may contain: one or more people, crowd and outdoorImage may contain: 2 people, crowd and outdoor Continue reading

Qeerraamsoo Amagaalaa Shashamannee guyyaa har’aa gootummaan akkanatti jiru.

Aside

Gootonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo Magaala Amboo Keessatti FXG Itti Fufanii Jiru.

Aside

Onkololessa 11/2017 Magaalaa Ambootti Sochiin Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Qeerroo Dargaggoota Oromoo, Barattoota Oromoo, Daldaltootafi Gootota Sabboontoota uummata Oromoo Magaalaa Ambootiin dhoofame !! Continue reading