ONN:Qophii Doyaa Marii TVOMTn dhihaate

Aside

SBO Mudee 3,2017. Oduu, Cuunfaa Gabaasaa FXG tibbanaa fi Gaaffii fi Deebii HD ABO Jaal Daawud Ibsaa Waliin taasifne Kutaa 4ffaa.

Aside

New Oromo Music: “Mee Walii Birmadhaa” Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Mudde 1,2017

Aside

ONN:Oduu torbaanii kan Afaan Amaaraa Muddee 2/2017

Aside

Barattooti Oromoo Universtiy Wallaggaa 120 ol ta’an Amma Gaaffiin Ummata Oromoo Deebi’utti Mooraa Gadhiifnee Baana Jechuun Murteessan.

Aside

Muddee 3,2017/Barattoonni Oromoo Yuunivarsitii Wallaggaa keessa jiran addattimmoo dhalattoonni  gosaan  Boorana tahan 120 ol mooraa yuunversiitii wallaggaa keessaa osoo hadhaa fi abban keenya dhumaa jiranii mooraa keessa teenyee barachuu hin dandeenyu jechuun mooraa yuunversiitichaa gad lakkisanii deemuuf murteessanii jiru.
Yakka diinummaa mootummaan Abbaa irree wayyaanee Karaa daangaa oromiyaarraan uummata oromoorratti raawwatamaa jirutti kan gaddan barattoonni oromoo lamummaadhaan booranaa ta’an gadda keessa darbuudhaan guutummaan guutuutti ogummaa fi beekkumsaan ilmaan Oromoo daangaa irratti waraana liyyuu poolisii sumaaleedhaan dhummaa jiran cina hiriiruufis murteeffachuu isaanii addeeffamee jira. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa MUDDE 01, 2017

Aside

HUBANNAA: Sagantaa haaraa HUBANNAA jedhu guyyaa muraasa booda ONN irratti isiniif darbaa, nu hordofaa!

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Muddee 1/2017

Aside

Cuunfaa Gabaasa Guutuu Torbee kanaa. 

Aside

[01/12/2017]

Kaayyoon Qeerroo mirga ofii karaa Nagaa gaafachuudha!

Magaalaa Harar keessa diddaa shira wayyaaneetiin lafa Oromoo naannoo Harariitti muranii jalatti buluu fi saamicha lafaa maqaa naannichaatiin wal qabatee mormii guddaatu ture.
Dhimma uummanni Oromoo qe’eetii buqqaafamuufi ajjeefamuu balaaleffachuudhaan uummanni Harar sagalee isaanii dhageessifataniiru. Maqaa Liyyuu hayilii somaaleetiin uummanni guyyuu ajjeefamuun akka dhaabbatuufi hidhamtoonni siyaasaa mana dabaa wayyaanee keessaa akka lakkifamaniif sagalee mormii isaanii dhageessisaniiru.
=====
Barattootni Yuunivarsiitii Haramaayaa mooraa gadi dhiisanii ba’uurraa kan ka’e waraanni wayyaanee naannoo magaalaa Baatee fi Magaalaa Haramaayaa keessa marsee barattoota adamsaa jira.
Sirna mootummaa wayyaanee mormuufi qajeelfama mootummicharraa ba’u mormuudhaan barattoonni mooraa lakkisanii kan ba’an yommuu ta’u, waraanni mootummaa wayyaanee magaalaa keessa deemuudhaan barattoota dararaa akka jiru dhaga’ame. Barattoonni kun uummata magaalattiidhaan simatamanii kan tajaajila barbaachisu kan argatan ta’uyyu haalli jireenya isaanii magaalaa keessatti yaaddessaa ta’uu odeeffannoon arganne ifa godha. Poolisoonni Oromiyaafi korri bittinneessaa magaalaa keessa socho’uudhaan akka barattoonni humna waraanaa wayyaaneen hin qabamne tumsaa akka jiranis maddeen gabaasan.  Continue reading

SBO Muddee 1,2017. Oduu fi Guutummaa Qophii Keenya Har’aa kan ta’e Gaaffii fi Deebii HD ABO Jaal Daawud Ibsa a Waliin taasifne kutaa 3ffaa.

Aside