Barattooti Oromoo Universtiy Wallaggaa 120 ol ta’an Amma Gaaffiin Ummata Oromoo Deebi’utti Mooraa Gadhiifnee Baana Jechuun Murteessan.

Muddee 3,2017/Barattoonni Oromoo Yuunivarsitii Wallaggaa keessa jiran addattimmoo dhalattoonni  gosaan  Boorana tahan 120 ol mooraa yuunversiitii wallaggaa keessaa osoo hadhaa fi abban keenya dhumaa jiranii mooraa keessa teenyee barachuu hin dandeenyu jechuun mooraa yuunversiitichaa gad lakkisanii deemuuf murteessanii jiru.
Yakka diinummaa mootummaan Abbaa irree wayyaanee Karaa daangaa oromiyaarraan uummata oromoorratti raawwatamaa jirutti kan gaddan barattoonni oromoo lamummaadhaan booranaa ta’an gadda keessa darbuudhaan guutummaan guutuutti ogummaa fi beekkumsaan ilmaan Oromoo daangaa irratti waraana liyyuu poolisii sumaaleedhaan dhummaa jiran cina hiriiruufis murteeffachuu isaanii addeeffamee jira.
Barattoonni kunneen mooraa Gad lakkisnee deemna jechuu isaaniin kan gaddan guutummaan barattoota mooraa yuunversiitii wallaggaas yeroo ammaa barattoota kanneeniif gadduudhaan  nutis otuu lammiin Keenya daangaarraa dhumaa jiranii hin barannu nutis is in waliin mooraa gadhiinee deemna jechuun murteeffachaa akka jiran addeeffamee jira.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: