Simatinaa Sabboonaa Oromoo Obbo Dhaqabaa Waariyoof Ummanni Oromoo Taasise.

Aside

Continue reading

New- Amajjii ,2018 Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

Continue reading

Qophii HUBANNAA Amajjii 21/2018 Wanneen Jaarmayaalee Oromoo Jabinaa fi Saffisa Dhorkanu Maalii dha? Qabsoo Bilisummaa Oromoo Saffisiisuuf, Rakkinni Karaa Jaarmayaaleetiin Mul’atu Hiikamuu Qaba.

Aside

ONN: Kabajaa Guyyaa WBO Afrikaa Kibbaatti kabajamaa jirurratti walaloo dubbifame keessaa hanga tokko.

Aside

Continue reading

Laga Xaafoo Guuyyaa Har’aa Amajjii 21,2017

Aside

Guyyaa har’a kana lagaa xaafookeessati qeerroo fi ummaati moormii dhageesiisa jira konkolaatandhabatee jira qeerroon shiimala harkati qabatee dhadannoo dhageesiisa jiru.” Continue reading

Beeksisa

Aside

Gumiin Waaqeffannaa Oromoo Adunyaa, bu’uureffama  waldaa Waaqefannaa Oromo Idil Adunyaa waggaa kurnaffaa  kabajuuf jila guddaa, Waxabajjii 22 – 24, 2018  biyya Norwee, magaala Bergen, magaala yeroo jalqabaaf Waaqeffannaan seeraan  galmeeffametti – qopheessaa jira. Continue reading

Seife Nebelbal Radio, January 20, 2018

Aside

SBO Amajjii 21, 2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa ABO fi Mata duree Balleessinu malee hin bannuu TPLF dhugoome jedhuun Barruu Maamila keenya Simbirtuu Dhugaa irraa nugahe.

Aside

Qeerroon Maali ?

Aside

Seenaa Gabaabduu fi Cuunfaa Achii-As-Dhufa (Chronology)
Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Bara 1992 Wayyaaneen Chaartera Mootummaa Cehumsaa keessaa ABO dhiibbatee baase
Bara 1997 ammas Wayyaanee humna waraanaa qabuu fi gargaarsa waahillan isaatiin humna WBO irra guddeessa Oromiyaa keessaa dhiibee biyya ollaa Somaaliyaatti baase.
Bara 1998 ABOn Kora Sabaa Hatattamaa geggeeffate. Korri Sabaa Hatattamaa sun adeemsa Qabsoo Bilisummaa Oromoo kan hanga yeroo sanaatti ture, jabinaa fi laafina diinota isaa, jabinaa fi laafina ofii isaa, jijjiirama haala siyaasa naannoo fi Idil-Addunyaa taasisee tarsiimoo qabsoo kan jijjiirama haala yeroo wajjin Qabsoo Bilisummaa Oromoo galmaan gahuuf dandeessisu qiyaasee hooggana haaraa filatetti dirqama kennee ka’e.  Continue reading

SQ – Qeerroo Special – On Welcoming Dr. Mararaa Guddina & Others

Aside

Continue reading