Qeerroo Amboo Dilbata kaleessaa “ABO” [SQ, Amajji 28, 2018]

Aside

Continue reading

Mooraa yuunversiitii Wallaggaa qophii GDAO irratti!

Aside

Continue reading

[SQ, amajji 29,2018] Olmaa keenya magaalaa Amboo kaleessaa

Aside

Jimmaa Horroo Godina Wallaggaa Keessatti Gootonni Oromoo Hidhaa Wayyaanee Keessa Turan Sirna Guddaan Ummataan Simataman.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor Continue reading

OMN Oduu Amajjii 26, 2018

Aside

Continue reading

ONN-QOPHII KAAYYOO AMAJJII 28/201

Aside

Haala Yaroo fi qabsoo hidhannoo ABOn Baha Oromiyaa keessatti geggessaa turee fi jiru ilaalchisee Marii Obboo Atoomsaa Kumsaa Miseensa SHG – GS ABO fi Qondaala ol aanaa WBO waliin taasifnee

Continue reading

Amboo Irratti Simatnaan Guiddaa Dr,Mararaa Guddinaaf Ta’e.

Aside

Continue reading

SBO Amajjii 28, 2018. Oduu, Ajjeechaa Jumlaa Mootummaan Wayyaanee Lammilee nagaa irratti Waldayatti raawwate ilaalchisuun Ibsa Tumsa Ummattootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD) irraa laatamee fi Gaaffii fi Deebii Jaal Araarsoo Abbaahumnaa Waliin taasifame kutaa 3ffaa.

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Ammajjii 27/2018

Aside

Odeessa Olmaa Oromiyaa Gara Garaa

Aside

[SQ, amajji 27,2018] Godina Iluu Abbaabooraa aanaa Daarimuu irraa gaaffii “Karaan nuuf haa hojjetamu, bishaan nuuf haa galu” jedhanii gaaffii dhiyyeessan qofaaf qabamanii hidhaman.
Mootummaan abbaa irree wayyaanee dargaggoota Oromoo iraarsuuf duuba kan hin jenne, namoota gaaffii mirgaa gaafataniifi aantummaa uummataa qaban hidhuu itti fufteetti. Haaluma kanaan yeroo darbe dargaggoota gaaffii misoomaa gaafatan mana hidhaatti naqxeetti. Dargaggoonni kunniin maqaan kan nu dhaqqabe
1. Caalii luuccee
2. Sulee umar
3. Yaasin Jamaal
4. Salamoon Mabiraatee
5. Maammudee Muzammil
6. Huseen Fiqaaduufi
7. Abbush Darajjee akka ta’an maddeen keenya  Daarimuu irraa SQBOf himaniiru.

Continue reading