Dhiisi Maaloo Sitti Bariitee Jirti!

Aside

Damee Booruutiin

Hooggantoon TPLF reenfa meeqa irra tarkaanfatan dhufanii akka uummata Itopiyaa hundaa waraana Dargii jalaa akka bilisa baasan bara bittee isaanii kana hundaa yaroo xibaaraa jiran dhagaa jira. Har’as akkuma kana. Dhugaan jiru garuu waraana Dargii kan cabse qabsoo uummatoota Itopiyaa hundaatti. TPLF bara Dargiin jiru biyya isaanii keessatti  warana Dargii lolaa turte. Uummatni Eritiraa, uummatni Oromoo,  Uummatni Ogaaden , Uummatni Sidaamaa, Uummatni Gambeela fi kan hafanis amma humna isanii of irratti loludhaan aangoo Dargii cabsan.

TPLF qofaatti  loltee mootee injifannoon galuu ishee namni arge hin jiru. Warri gaafa sana jirru kan aggarre fi raga seenaa dabarsinu TPLF biyya Tigray amma Finfinnee galtu  konkolaatan buraaqte dhfuu dha.  Gaafa sana TPLF waraana Dargii faca’ee irraa kilaashinkovii fi meeshaa waraanaa gugguddaa saamachuu ayyaana argatee jirti. Karaa biraa biyya Oromoo kan fidee dhufte yoo jiraate  cinii, bujalee, shiraa fi haxxummaa  qofa. Continue reading

ONN: Ibsa Qeerro Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname Gurraandhala 16/2018

Aside

QOPHII KAAYYOO GURAANDHALA 16 2018 ONN : Marii haala Yeroo irratti hayyoota Oromoo Dr Asfaawuu Bayyanaa fi Hundee Dhugaasaa waliin godhame

Aside

Magaalaan Waliisoo Simannaa Gootota Hidhaa Irraa Baheef Taasisan.

Aside

Dambi Doolloo Guyyaa Har’aa Akkasitti Hidhamtoota Simataa Jiru.

Aside

Image may contain: 2 people, people smiling, people standing, crowd, child and outdoor Continue reading

The Oromo people Question is cure (substance) instead of palliation (symbolic)

Aside

By Dr. Baro Keno Deressa

My people Oromo, we have before us an ordeal of the most grievous kind. We have before us many, many long centuries of struggle and of suffering. You ask yourself, what is our demand? Your answer was: to get back my country Oromia and freedom in my house, freedom in my GOD given country Oromia, full ownership of  my own resources, freedom to choose the right leader and so on. You ask yourself, what is our policy to achieve our goal? Your answer was: It is to wage war, by sea, land and air, with all our might and with all the strength that God can give us; to wage war against a monstrous tyranny, never surpassed in the dark, lamentable catalogue of human crime. Yes you wage the famous war in 21st century by your sons and daughters called Qeerroo mechanized with their powerful nuclear weapons called TRUTH: T=Total R=Revolt U=Until T=Transplanting (colonization) H=Halts. Continue reading

“Irradibaa Siyaasaa” Agartuu Qeerroo Tibbanaa

Aside

Irradibaa

Meeshaawwan halagaan qabsoo Oromoo ittiin cabsuuf gargaaramu keessa tokko Irradiba. Irra diba keessatti wantoota hedduutu bukoodha, muraasatu bilchaataa fakkaata. Irra diba jechuun, keessatti utuu hintaane buddeen irraan dhadhaa dibamudha. Irradibaan keessisaa dhadhaa hinqabu. Sabababan nii dibame males waliin hinbilchaanne.

Qabsoo keessattis garboonfataan irra diba nii fayyadama. Irradiba kanaan uummata burjaajessuu, ko’omsuu, gowwomsuu danda’a. Amma Oromiyaa keessa irradibatu hojjetaa jira. TPLF meeshaa Irradibaaf oolu kana haalan mijeessitee bobbaafteetti. Akka agartuu Qeerroo tibbanaatti wantoota qabsoo naaffisuuf halagaan xaxaa jiru keessaa tokko Irradiba. Irradiba haalaan lafa qabachiisuun of miidhuudha. Dafanii hongeessuun qabxii Bilisummaatti nu geessu fuulduraa dalaguuf nu qarqaara.

Irradiba haala dhiyeessisaaf, haala hojiisaarratti hundoofnee qoqqoduu dandeenya. Isaanis

Irradiba Suutaa fi Irradiba Furguggataadha

1, Irradiba Suutaa Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Oduu Gurraandha 15,2018

Aside

ONN : Oduu Ammee

Aside

BBC Africa-Celebrations at an opposition rally in Ethiopia as more prisoners are released by the government

Aside