SBO Ebla 8, 2018. Oduu, Dhaamsa Qeerroon Bilisummaa Tibbana Ummata Oromoof dabarse irratti gabaasaa qindaahee fi Qophii addaa Sochii WBO irratti fuulleffatu.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 6,2018

Aside

Qabsoon keenya Amma Walabummaa Oromiyaa, Amma Bilisummaa Oromootti!

Aside

Baarentuu Gadaa Irraa, Ebla 6, 2018

AyyaanlaallattuuBubbeen siyaasa kijibaa impaayeera itiyooophiyaarraa asiif achiin bubbiseef  qabsaawaan, sabboonaan kaayyoo isaa kan ganamaa,qabsoo mirga abbaa biyyummaa Oromoo dhugoomsuuf, bilisummaa Oromoo bakkaan gahuuf  gaggeessaa jirurraa duubatti jedhu hin jiru. Eeyyee holola diinaatiin namuu hin seesu. Hin burjaaja’usi. Uummanni Oromoo holola fakkeessii diinni qindeessee maqaa isaatiin afarsaa jiruunis mirgi koo kabajame, bilisoome jedhee  sirba gammachuutin lafa qaaccessu hin jiru. Yoo jiraate diraamaan diinni  waggoota 27n darbaniif  dalagaa ture kan isaaf hin gallee dha. Continue reading

Rakkoolee uummata Oromoo qunnamaniif furtuu: “Jaarmiyaa kamtu furtuu baroota dheraaf bade argamsiisa?”

Aside

*Malkamuu Jaatee, Ebla 6,  2018

1. Seensa

Rakkooleen rooga danuu qaban uummata Oromoo irratti dinaan fe`amanii jiran marti, sirna gabirummaa keessaa dhalatan. Akka himmi, barruu, fi  argi mirkaneessanitti bara 1870 irraa eegalee motummaa Habashaan, alagaa motummicha deggeran, fi gantootii meeshaa diinaa ta`aan dabalatee: qindoominaan waraana sanyii duguggaa kallatti fi alkallattiin biyya Oromoo irratti labasametu uummata Oromoo rakkolee roga danuu qabaniif saaxilee jira. Uummati Oromoo gidiraa (rakkolee) sirna gabrummaa Continue reading

Gaaddisa Dhugaa kan Ebla 06 bara 2018 : Furmaata Rakkoo Itoophiyaa Irratti Ejjennoo Adda Bilisummaa Oromoo

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 5,2018

Aside

Rakkoo Siyaasaa Itoophiyaa Furuu Irratti Ejjannoo ABO

Aside

Ibsa ABO, Ebla 5, 2018

Resolutions of the Oromoo Liberation Front National CouncilAddi Bilisummaa Oromoo rakkoo siyaasaa mootummaa Itoophiyaa waliin jiru nagaan xumuruuf ammayyuu qophii tahuu beeksisaa, hasaawaan ABO fi Mootummaa Itoophiyaa gidduu bakka gareen sadaffaa jirutti fi haal-duree tokko malee taasifamuuf taattafatamaa turee karaa mootummaa Itoophiyaa fedhii dhabinnaa irraa fashaalaa bahe akka itti fufu mootummaa Itoophiyaa EPRDFn durfamuuf waamicha isaa haaromsa. Mootummaan Wayyaanee/EPRDF gama isaan kan irraa eegamu akka guutu gadi jabeessee hubachiisa.

ABOn gaaffii Mirgaa ummata Oromoo jaarraa tokkoo fi walakkaa lakkaawaa jiruu fi sirna gabrummaa irratti diriiree dararaa ulfaataa fi suukanneessaa irraan gahaa jiru irratti qabsaawuu fi mirga hiree mur-teeffatnaa isaa mirkaneessuf dhaaba qabsoo irra turee fi jiru tahuun hundaaf ifaa dha.

Rakkoon siyaasaa Impaayera Itoophiyaa mariin furmaata akka argatuuf tattaafatni ABOn taasise baroota dheeraan lakkaa’ama. Daandiin filatamaan kun mootummoota Itoophiyaa humnatti amanan biratti waan hin aadeffatamneef garuu fudhatama hin arganne. Ilaa fi ilaameen rakkoo furatuu irra diina wal mog-gaasuun wal dhabamsiisuuf duula walirratti geggeessuu dha kan bittootni filatan. Ejjannoon dimokraasiif farraa kunis rakkinni siyaasaa jiru akka hin furamne taasisuun dhalootaa dhalootatti dabarse. Kanneen mirga isaaniif falmatan wareegama ulfaataa baasise. Aadaan boodatti hafaa, wal qixxummaa fi dimokraasiitti amanuu dhabuu fi rakkoo jiruuf humni furmaata
jedhanii fudhatuu hafee, rakkoon jiru karaa nagaa furamuu danda’a abdiin jedhu bara 1991 uumamee ture. Alasitti jaarmayootni siyaasaa mootummaa Dargii moo’atan cunqursaa fi saaminsi ummatoota irraan maal akka geessise kan arganii fi hubatan, irratti qabsaa’uudhaan mirga ummataa kabajsiisuuf dargagummaan kan bosona seenan tahuun ummatoota biratti abdii uumuuf sababa tahe. ABOnis gama isaatiin kanneen mirga ummata isaaniif falman mirga ummatoota kaaniis ni kabaju abdii jedhuun, akkasumas furmaata waaraa argamsiisuuf qooda isaa gumaachuuf Mootummaa Cehumsaa keessatti hirmaatuun ni yaadatama. Continue reading

የኢትዮጵያን የፖለቲካ ችግሮች መፍትሄ በተመለከተ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ኣቋም

Aside

የኦሮሞ ነጻነት ግንባር, ሚያዚያ 5 ቀን 2018 ዓም

Resolutions of the Oromoo Liberation Front National Councilየኦሮሞ ነጻነት ግንባር ከኢትዮጵያ መንግስት ጋር ያለውን የፖለቲካ ችግር በሰላማዊ መንገድ ለመፍታት ኣሁንም ዝግጁ መሆኑን እያሳወቀ፡ በኦነግና በኢትዮጵያ መንግስት መካከል የሚደረግ ንግግር ሶስተኛ ወገን ባለበትና ያለኣንዳች ቅድመ-ሁኔታ እንዲከናወን ጥረት ሲደረግ ቆይቶ በኢትዮጵያ መንግስት በኩል ፍላጎት ከማጣት የከሸፈው ጥረት እንዲቀጥል በኢህኣዴግ ለሚመራው የኢትዮጵያ መንግስት ጥሪውን ያድሳል። የወያኔ/ኢሕኣዴግ መንግስት በበኩሉ የሚጠበቅበትን እንዲያሟላ ኣጥብቆ ያሳስባል።

ኦነግ ከኣንድ ምዕተ-ዓመት ተኩል በላይ እያስቆጠረ ላለው የኦሮሞ ህዝብ የመብት ጥያቄና በህዝቡ ላይ ተዘርግቶ ከባድና ዘግናኝ ሰቆቃ እያደረሰበት ያለውን የጭቆና ስርዓት ለመፋለምና የራስን እድል በራስ ለመወሰን መብት መረጋገጥ በትግል ላይ የነበረና ያለ ድርጅት መሆኑ ለሁሉም ግልጽ ነው።

የኢትዮጵያ ኢምፓዬር የፖለቲካ ችግር በውይይት መፍትሄ እንዲያገኝ ኦነግ ያደረገው ጥረት ረዥም ዓመታትን ያስቆጠረ ነው። ይህ ተመራጭ መንገድ ግን በሃይል በሚያምኑ የኢትዮጵያ መንግስታት ዘንድ ስላልተለመደ ተቀባይነት ኣላገኘም። በሰላማዊና በዲሞክራሲያዊ መንገድ ለችግሮች መፍትሄ ከማበጀት ይልቅ ከጠላት በመፈራረጅ ለመጠፋፋት ዘመቻ ማካሄድን ነው የኢትዮጵያ ገዢዎች የመረጡት። ይህ ጸረ-ዲሞክራሲ ኣቋም ያሉ የፖለቲካ ችግሮች እንዳይፈቱ በማድረግ ከትውልድ ትውልድ ኣሸጋገረ። ለመብታቸው የሚፋለሙትን ውድ መስዋዕትነት ኣስከፈለ። Continue reading

ONN: QOPHII ADDAA: Kora ABO Kutaa Kaanaadaa Kan Bara 2018 Bitooteessaa 30 –Ebla 1/2018 Kutaa 1ffaa

Aside

SBO Ebla 6, 2018. Oduu, Ibsa ABO irraa laatame fi Qophii mata dureen isaa Nama Saba Oromoo irraa dhalatetu Muumm ee ministeera ta’e jechuun Gaaffii Oromootu deebii argate jechuu miti jedhuun qophaa’e.

Aside