Category Archives: Oduu/News
Peace for the Oromo People
Aside
Ebla 15 Guyyaan Gootota Oromoo fi Hundeeffama Qeerroo Bilisummaa Waggaa 8ffaa Magaalota Oromiyaa Gara Garaa Keessatti Kabajame.
Aside
Uummaata Oromoo Hundaaf Baga Jalbultii Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 Ittiin Isin Gahe. Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname!!
Aside
Guyyaa Gootota Oromoo Ilaalchisee Walleelee Warraaqsaa Hawwisoo Qeeroo Bilisummaa
Aside
Gootota Oromoo fi Ebla 15 ilaalchisee Ibsa ABO
Aside
Gootota Oromoo fi Ebla 15
(Ibsa ABO Guyyaa Gootota Oromoo Ilaalchisuun)
Biyyootni fi Sabootni hundumtuu Gootota seenaa isaanii keessatti waan jajjabduu biyyaa fi Ummata isaaniitiif dalaguudhaan yaadataman ni qabu. Gootummaan humna, qabeenya, beekumsaa fi lubbuu ofii illee dabalee dantaa dhuunfaa ofii caalaatti dantaa Saba ykn. biyyaaf oolchuudhaan dantaa biyyaa fi Saba ofii tiksuu danda’uu dha. Biyya ykn. Saba kamuu keessatti oggaa balaan ykn. rakkinni yookaan ammoo weerarri alagaa kan jireenya biyyaa fi Ummataa yaaddoo jala galchu mudatutti kan dura bu’ee biyyaa fi Ummata balaa irraa ittisuuf wareegama baasu Gootota. Kanaafis Goototni wabii jireenya Sabaa ykn. biyyaa ti jechuun ni danda’ama. Goototni biyyaa fi Ummata isaaniitiif Ulfinaa fi Gaachana. Waan taheefis Sabootnii fi biyyootni hundumtuu Gootota isaaniitiif kabajaa ol’aanaa kennu. Guyyaa Goototaa jechuudhaanis Gootota seenaa isaanii keessatti waan jajjabduu dalaganiifii dabran guyyaa itti yaadatan guyyaa beekamaa Sabootni/biyyootni adda addaa ni qabu. Continue reading
SBO Ebla 15, 2018. Oduu, Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo ilaalchisuun Ibsa ABO irraa laatamee fi Guyyuma kan a irratti Walaloo Qophaa’e.
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 13,2018
Aside
SBO: Ebla 13, 2018. Oduu, Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo ilaalchisuun Ibsa ABO, Wixinee HR- 128 mana Maree Ameeri kaan ragga’e irratti gaaffii fi deebii Miseensa GS-ABO J. Mahbuub Abbaa Waajii Waliin taasifame.
Aside
SQ- Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Ebla 12, 2018
Aside
