Category Archives: Oduu/News
Agartuu Qeerroo -Tibbanaa Harkisaa(Gotottaa) Siyyaasaa
Aside
Qalbeessaa Dhangi’aatiin
Adooleessa 21,2018
Finfinnee Oromiyaa
Hordoftoota Agartuu Qeerroo, haalota torbanii barruun akkuma hordofaa turtan kan torban kanaas isiniin gahuufan jedha. Kan fuulduraas xuxxuquu yaalla.
(…Qabiyyee Agartuu Qeerroo har’aa
1. Do’ii/Fiilmii siyyaasaa
2. Waldhuga siyyaasaa
3. Rarraasoo ayyaanlaallattootaa…)
Xiyyoo (Moxobii) dubbii
Adduunyaan keessa jirru addunyaa qabsooti. Qabsoon gosoota bacaqa qabdi. Qabsoon gosaawwaan hedduu keessaa, qabsoo jireenyaa, qabsoo bilisummaa, qabsoo dimokiraasii, qabsoo waa hedduu maqaa dhaanuu dandeenya. Nuti kan ilaallu qabsoo Abbaa Biyyuummaati. Qabsoon abbaa biyyummaa qabsoo gaggeefamu keessaan kan ulfaataa ta’eef wareegama guddaa nama baasisudha. Waan ta’eef namootiin qabsoo abbaa biyyummaa haa jaallatan malee duukaa bu’anii galiin gahuu irratti arcaatiin mumul’achuu mala. Qabsoo abbaa biyyummaa keessatti kuma taatee qabsoof baatee, kudhan taatee jechuun muraasattee galma gahiinsa qabsoo geessa.
SBO:Adoolessa 22, 2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa ABO fi Ajjeechaa Magaalaa Najjoo Keessatti Obbo Geetachoo Addisuu Irratti Raawwatame Ilaalchisuun Gabaasa Radion VOA Afaan Oromoo Adoolessa 19,2018 Dhiheesse Irratti Qophii Qindaahe.
Aside
Hiriira guyya kaleessaa “Hiriira Lamiin Lammiif” irratti yaada ummataa.
Aside
SAGALEE QEERROO:ADOOLESSA 20, 2018
Aside
የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ አላስፈላጊ ጦርነት ከማካሄድ መቆጠብ አለበት።
Aside
(የኦሮሞ ነጻነት ድምጽ/VOL – ሓምሌ 20, 2018) ከኢህኣደግ ውስጥ የተገኘ ተጨባጭ መረጃ እንደሚያመለክተው የኢትዮጵያ መንግስት እንዲሁም የኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት ፕሬዝዳንት አቶ ለማ መገርሳና አስተዳደሩ በኦነግና በኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል ላይ ሲያካሂዱት ከነበረውና በማካሄድ ላይ ከሚገኙት ጦርነት እየቆሙ አይደሉም። አቶ ለማ መገርሳ፣ አቶ አባዱላ ገመዳ፣ ጄኔራል ብርሃኑ ጁላና ሌሎች ሰዎችም የሚገኙበት አንድ ቡድን የዚህ ጦርነት ጉዳይ በግንባር ቀደምነት እየገፉት እንዳሉም ለመረዳት ተችሏል። ይህ ቡድን ከኦነግ ጋር የተጀመረው የሰላም ድርድር በእንጥልጥል ቆይቶ ቢያንስ ለአንድ ወር በኦነሰ ላይ የሚካሄደው ዘመቻ እንዲቀጥል በኢትዮጵያ ጠቅላይ ሚኒስትር ዶር. ዐብይ አህመድ ላይ ግፊት በማድረግ ማሳመኑምት ተሰምቷል።