Category Archives: Oduu/News
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Waxabajjii 25,2016
Aside
Qabsoon Itti Fufa!
Aside
Godina Arsii Aanaa Diksiis fi Magaala Hamdaa Akkasumas Asaasaa Keessatti FXG Itti Fufee Oole.
Aside
Waxabajjii 25,216
Godina Arsii aanaa Diksiis magaalaa Hamdaa keessatti guyyaa har’aa mormii barattoonni mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa godhaa oolani.
Kana malees ummanni Magaalaa Asaasaa fi naannoo ishee mormiirra ooleera mormiilee isaanii keessatti ajjeechan gara jabeenyaa kan addatti ummata Oromoorratti raawwataa jiru haa dhaabbatu nuti wayyaanen hin bullu soba Wayyaanee hifanne jechaa oolaniiru, Arsii magaalota hedduu keessatti waraana akka cabbiitti gadi naquun ummata sochii dhoorgaa jiru.
SBO Waxabajjii 26,2016. Oduu, Gabaasa FXG, Gaaffii fi deebii barattoota Oromoo dhaabbilee barnootaa adda addaa kanneen FXG keessatti hirmaachuun qooda adda addaa gumaachaa turan waliin goone kutaa 3ffaa fi xumura, akkasumas Gabaasa HRW irratti qophii qophaa’e kutaa xumuraa
Aside
The success of Brexit (British exit) campaign has made the dream of Oromia exit (Orexit) from Ethiopian Empire more valid and justified: Objective championed by the OLF.
Aside
Leelloo Sabaa
Because of life time decision that the British people had to make and the fall out of that decision around Europe, for Europeans in general and British people in particular, the last several months were rather very difficult. The campaign temperature for “leave” European Union (Brexit) led by personalities like the leader of UK independence Party Nigel Farage, former London mayor Boris Johnson and his ally Michael Gove from the Conservative Party led by Prime Minister Cameroon in one hand and the campaign for “remain” in European Union led by the British Prime Minister Cameroon himself went so high and even led to the assassination of remain campaigner and British law maker Jo Cox. Emotion did run high, insult were hurled and accusation and counter accusations were rampant. While the Brexit or pro “leave” campaigners argued the exit from European Union is to take back control, sovereignty, pride, and independence of British from European Union, the “remain” campaigners argued that British is better off in European Union. The pro “remain “ campaigners argued that tackling economic problems, fighting terrorism and tacking immigration problems would be easy when British is in European Union. The pro “leave” campaigners, chanted, “Bring back British sovereignty and independence!” They even argued that United Kingdom is shackled to the corps of European Union. While these campaigns were running, majority of British: pundits, political analysts, medial personalities and those who conduct opinion poll were forecasting the win for remain campaigners.The success of Brexit from European Union has made the dream of Oromia exit
Godina Arsii Aanaa Muneessaa Magaaa Qarsaa keessatti FXG Itti Fufee Jira.
Aside
Waxabajjii 24,2016
Godina Arsii aanaa Muneessaa Magaaa Qarsaa keessatti ummanni bahee mormi cimaa dhageessisaa oolun cunqursaan hin bullu wayyaanen diina keenya jechaa oolan amma galgala kana ammoo hidhatoonni mooummaa ummata jeeqaa jiru karaarratti qabanii reebutti jiru,Shaashamanneenis guyyaa kaleessaa irraa eegaltee waraana Wayyaanetiin kan yeroo biraarra guuttamtee jirti.
Godina Wallaggaa Magaalaa Giddaa Ayyaanaa Keessatti FXG Akka Itti Fufetti Jira.
Aside
Lixa Oromiyaa Keessatti Warraqsi FXG Jabaatee Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.
Aside
Waxabajji 24,2016
Godina Wallaggaa lixaa aanaa najjoo bulchiinsa magaalaa Warra Jirruu keessatti fincilli xumura garbummaa bifa haaraan dhohee jira.Fincilli kun kan jalqabe baratoota mana barumsaa sadarkaa 2ffaa magaalattiin yeroo ta,u fincilichi daran jabaachuun guutummaa uummata magaalattii
dhuunffachuun dhaga,amee jira.
Dhaadannoowwan jajjaboof Walleewwan onnechiisoo wallee warraaqsaa dhageessisaa tura.Humni federaalaas baratoota nagaa irratti dhukaasa banuun magaalattii goolaa jiraachuu maddeen keenya achirraa nu qaqaban ifa godha



