Sirna baniinsa Waajjira ABO Dukam
Category Archives: Oduu/News
Aside
“Gaafa dhufne citaaf Gafarsa qofa jira. Mukeen isaa cirree itti galle. Nuti asitti jilba 6 taanee jirra” kana jechuun tilmaama waggaa 450 dura akka Matakkal qubatan eeru
Waa’ee Oromoo Matakkal, Jaarsolii fi Abbootii Gadaa naannichaa irraa kan odeeffanne!
Aside
Aside
ONN: Muddee 27 2019. Gaaffii fi deebii Qondaala ABO Hidhaa Ji’oota 11 booda Kan Mana Hidhaarraa gadi lakkifame Koloneel Gammachuu Ayyaanaa waliin Taasifame.
Aside
HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa qophii “Anaadhufuu” OBN waliin
Aside
Oromo Communities’ Association of North America
6212 3rd St NW,
Washington, DC 20011
December 10, 2019
We, members of the Oromo Communities’ Association of North America (OCA-NA), an umbrella organization of Oromo communities in the United States, strongly condemn the provocative and divisive campaigns by the so-called Baladera (Balderas) group and its supporters against the Oromo Qeerroo (youth) and the Oromo people in general.
OCA-NA is a non-profit organization registered in the United States. It is established to support and promote the well-being of the Oromo in diaspora; and to mobilize resources and advocate for the rights of the Oromo people and its diaspora communities. OCA-NA is alarmed by the divisive activities of the Balderas group and some of its supporters among the Ethiopian diaspora. Continue reading
Aside
Waamicha marii hawaasaa
Marii Hawaasaa ABO Oromoota Magaalaa Awwadaayiif Naannoo Isii Jiran Hundaaf
Isniina/Wiixata Sadaasa 9/2019 geeggeeffamuu qophiin xumuramee jira .
Hogganni Marii irratti Arkamu
👇👇
1, J/ Araarsoo Biqilaa (HD I/Aanaa ABO)
2, J/ Attoomsaa Kumsaa (MSHGS ABO)
3, J/ Amaan B. Filee (MGS ABO)
4, J/ Inj. Mahaammed Haajii(MGS ABO)
5, J/ Oromsis Elemo (MGS ABO)
Dhiyaadhaa irraa qooda fudhaa.

Aside
Itti aanaan Hayyu Duree ABO jaal Araarsoo Biqilaa raadiyoo SQ waliin turtii taasisan. Dhaggeeffadhaa!
Aside
Waggaa har’aa Sadaasa 17,2019 Baniinsa Waajjira ABO Godina Shawaa Lixaa Ona Baakkoo Tibbee Magaalaa Baakkoo.
Aside
BBS- Ibsa Gammachuu ABO