GODINA WALLAGGA BAHAA JALA JIRAN KEESSAA WAYYAANEEN KAABINOOTA ISAATTI GARAGALUUN HIDHAA JIRAACHUUN HIMAME.

Aside

Amajjii 19,2017
Godina Wallagga bahaa magaalota kanneen akka kiiramuu,Giddaa ayyaanaa ,Limmuu galiilaa,Nuunnuu qumbaa,Hadaree,Shaambuu, fi Ebantuu keessatti ,hojjettoinni waajjira mootummaa wayyaanee keessa ta,anii uummata oromoo godinoota kanneen keessa jiraatan gidirsaa fi doorsisaa turan  ofuma saaniifiyyuu Wayyaaneedhaan shakkamuun mana hidhaatti guuramaa jiraachuu qeerroo achirraa ibsan.

Continue reading

What is your citizenship? Oromian or Ethiopian? 

Aside

Godina Wallaggaa magaalaa Dambi Doolloo keessatti diddaan uummataa daran jabaachuurraan kan ka’e humni waraana komaandi poostii uummata magaalaa danbidoolloo goolaa jira

Aside

Amajjii 18,2017
Itti fufaGodina Qellemm Wallaggaa magaalaa Dambi Doolloo keessatti diddaan uummataa daran jabaachuurraan kan ka,e humni waraana komaandi poostii uummata magaalaa danbidoolloo goolaa jiraachuun ibsamaa jira.Magaalattii keessattis erga tarkaanffiin basaastuuykn deeninnatii akkaan jabaa fi akka guutummaa oromiyaatti beekamaa kan ta,e yeroo heedduu dhiiga ilmaan oromoo magaalaa danbi doolloo keessa oliif gadi deemuun dhangalaasaa kan ture magaalicha keessatti humna ittisa uummataatiin kutaa magaalaa danbidoolloo 02 keessatti halkan keessaa naannoo sa,a 6:30 irratti akka ajjeefamee bo,oo lolaa keessatti argame.

Continue reading

SBO Amajjii 18,2017. Oduu, Guyyaa WBO Amajjii 1 kan bara 2017 ilaalchisuun miseensotnii fi deggertootni ABO Afrikaa Kibbaa Konyaa ABO Kepitawon Amajjii 15,2017 kabajan. Kana ilaalchisuudhaan miseensa G/S-ABO Jaal.Arbichoo A.Diimaa haasofsiisneerra; xumura irratti haasaa Guyyaa WBO Giddu gala Mooraa Leenjii ABOtti kabajame irratti haasaa miseensi G/S-ABO Jaal.Gaashoo Lammeessaa taasisantu dhihaata. SBOn Sagantaan Afaan Amaaraas itti aanee dhihaata.

Aside