የአማሪኛ ፕሮግራም የፌደራሊዝም ፅንሰ ሀሳብ እና የኢትዮጵያ ፌደራሊዝም አመሰራረት የኢትዮጵያ ፓለቲካ የወደፊት ዕጣ ፈንታ ላይ እና ስለ ፊንፊኔ ጥያቄ በሚሉት ዐበይት ጉዳይ ላይ ከ ሕግ ባለሙያ ዶክተር ፀጋዬ አራርሳ ጋር ክፍል ሁለት
Category Archives: Oduu/News
ONN waxabajjii 28’2017-Part 2
Aside
SBO: Waxabajjii 28 bara 2017. Oduu fi Gaaffii fi Deebii Artiist Hawwii Maahmud waliin taasifame -kutaa xumuraa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waxabajjii 27, 2017
Aside
Aside
Sirni baniinssa Oromia News Network USA Magaalaa Washington DC kessatti July 8/2017tti sirna miidhagaan kan raawwatamuuf jiraatu yammu tahu Oromonni naanno sani hundi kessan aferamtanii jirtu.
Kottaa Media kenya waliin tumsina.
Oromia News Network Koree Tumsa Ummataa
GOCHAA FARRUMMAA
Aside
Gochaa Farrummaatimoo? Gochaa Nageenyaati?
http://oromp3.com/tadese-fite
Maraamartoo abboottii qabsoof ijoolleen si’annaa biyyaa amabaa keessa jiraan kana Akka nama fiilmii tolaa daawwatuutti namoota milli’oona hedduun daawwaachaa jirra. Dhugaan kana keessaatti Akka kubbaa miillaatti miseensota gurmuuleen oliif gad kokkolla’aamaa jirti. Continue reading
Barsiisotni Digirii Duraa Baratan Ammalee Carraan Dalagaa Mootummaa Argachuu Dhiphaadha Jedhuun Komii Hamaa Kaasaa Jiran
Aside
Waxabajjii 26,2017/ Biyya Oromiyaa keessatti carraan dalaga mootummaa baratanii argachuu waggoota muraasaa asitti akka malee dhabamaa dhufee jira.
Rakkoo kanaan barataan mooraa Yuunibarsiitiirraa baratee bahee akka araadaaf jireenya abdii kutachiisaa jiraati godhamaa dhufuun waan amaleeffatamaa dhufedha. Rakkoowwaan kana cinatti barataan Oromoo marti akka dalagaa uummataaf bakka hinlaanneef wantoota inni ittiin qabamee of dagatus baadiyyaa hanga magaalaatti taphoota kumaaraan bakka mara qabsiisanii keessattuu tapha Puuliif Teenesii, Mana qamaatii Jimaaf araada akka jimaan akka qabamuuf saaxiluutti bobbaa’amee jira. Oromiyaa bakkeewwaan maratti, Oolmaa dargaggoo jechuun wantoota akka DSTV , Puulii, Teenesii, Qaranbulaa, fii Continue reading
Lixa Oromiyaa Aanaa Waamaa Hagaloo Keessatti Lubbuun Namaa Anbuulaansiin Dabarte
Aside
Waxabajjii 26,2017 /Ambuulaansiin biyya Oromiyaa keessatti dalagaawwaan humna
Waraanaa baadiyyaa keessa bittimsuuf, sabboontota qaqqaalii rukuttee addunyaa kanarraa dhabamsiisuutti fuullefatee jiraachuu gurriif ijji Oromoo nii beeka. Keessattuu dalagaan Ambuulaansii biyyatii keessatti namota rakkataniif dhibaman yaaluun hafee erga humnoota mootummaaf aanga’ota jalaa Baaasastota amanamoo aanaaf ganda gidduu deemsisuurratti dalagaa jirti. Continue reading
Godina Lixa Shaggar Magaalota Gincii fi Amboo Keessatti FXG Itti Fufee Oole.
Aside
Waxabajjii 26/2017 Gidduugaleessaa Oromiyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ginciitti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Gootota Qeerroo Barattoota Oromoo M/B Giincii Sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’inaan finiinee itti fufee jira . Gabaasaa dabalataan Walitti deebina. Continue reading
RSWO – Waxabajjii 25, 2017 – SAGANTAA ARRAA ODUU FI DHAAMSA RSWO
Aside