Category Archives: Oduu/News
Filmii gabaabaa haala mootummaa TPLF kan mull’isu.
Aside
Aside

Godina Baalee Aanaa Diinshootti leenjii hooggasaa maqaa jedhuun ummanni wal gayii waamamee doorsifamaa jira.
Aside
Adoolessa 5,2017/Godina Baalee Aanaa Diinshootti leenjii hooggasaa maqaa jedhuun ummanni wal gayii waamamee doorsisni adda addaa kannamaafii jira.akka gabaasni achii nu gahe addeessutti Faaydaa addaa oromiyaan finfinnee irraa argatu kanaamiti jedhamee ololli oofamaa jira ummanni aanaa keenyaa Waan kanaaf jedhee mormiin godhamu yoo jiraate akka irratti akka Continue reading
Godina Arsii Aanaa Diksis Magaalaa Hamdaa Keessatti Ummanni Diddaa Sirna Wayyaanee Jabeessee Jira.
Aside
Adoolessa 5,2017/ Godina Arsii Aanaa Diksiis Magaalaa Hamdaa keessatti Maqaa faaydaa addaa Finfinneetin Mormiin ka’uutu mala jechuun Wayyaanen Ummata walitti qabdee eddoo kamittuu mormiin maqaa kanaan kan ka’u yoo taate jiraattonni Aanichaa Ujoollee teessan akka hojii misoomaa mootummaan eegale hin gufachiifne jiraataan kamuu maqaa kanaan Continue reading
Gowwumaa Immoo Harrummaa Dha?
Aside
Abdii Booruu Irraa
Takkaa gowwoomuun waan jiru. Bara Baraan gowwoomuun garuu harrummaa malee gamnummaa miti. Mootonni Habashaa yaroo humni isaanii dhabee haxxawwa mee lafa irraa baduuf jedhu gamnumaa fi haxxumaa haaraan as bahuun amala isaa isa duraa ti. Namoota Oromoo keessaa warra jabaa tahan qabatee akka harree itti fe’amee bara dabarfachuu fi lubbuu dheerefachuu deddeebi’ee mulachaa jira. Erga rakkoo isaanii bahanii aangoo isaanii jabeefatanii booda uummatichaaf miti harroota isaanii kanaafuu ulfinaa fi bakka guddaa hin qaban. Akka saree gad baasanii darbuun salphinaaf saaxilu. Continue reading
The game of the bottle
Aside
By. Dr.Baro Keno Deressa
We all want peace, we all want freedom, we all want stay out of war. We know the horrible toll and the criminal folly of war. But men of equal sincerity and loyality can and do honestly differ as to the best means of achieving this end. So let us try to think clearly and realistically in these difficult times. Those people, therefore, in our midst who would break up Oromo people life into hostile regional or religious groups and who would persuade others to judge Oromo peoples not on the basis of individual worth, character or achievement, but on the basis of the region to which they belong, or the religion to which they subscribe are the deadliest foes of the spirit as well as the peace of the Oromo people. Continue reading
Finfine Osoo Hin Tahin Maqaleen Kan Enyyuti?
Aside
Abbaawayii irraa
TPLF angoo, maallaqa, biyya fi waraan ittisa biyaa harka isii osso jiruu dargageesaa fi shamaran Orommoo harka duwaa dhaan mormanin mohamtee. Kana ragaa kan tahu TPLF filmaata democracy dhann gaggeessameen 100% filmaata mohee jattee osso hin turin labsi hatatamaa (state of emergency) labsu dhaan biya waraanan akka bulchaa jirtu addunyaan beeku dha. Injifanoon dhigaa fi lubbu daa’iman fi hawwaan Oromoon arkaame akka laafaatti kan of booda hin deebinee tahu isaa TPLF kan bartee yaroo isiin labsi hatatamaa kan baati jahaaf labsitee dheerafachu waan dirqamteefi. Continue reading